Info Deeskii ABO

Du’aan Boqochuu Koloneel Aliyyii Cirrii Ilaalchisee

November 15, 2017

(Ibsa Gaddaa Adda Bilisummaa Oromoo Irraa) Qabsaawota ilmaan Oromoo angafootaa fi gameeyyii keessaa tokko kan tahan Koloneel Aliyyii Cirrii Sadaasa 11, 2017 du’aan boqotan. Addi Bilisummaa Oromoo du’aan boqochuu gooticha Koloneel Aliyyiii Cirriitiin gaddi itti [Read More]

Info Deeskii ABO

Ummatni Jaalalaan Malee Lolaan Hin Mohatamu

November 14, 2017

Ummatni Jaalalaan Malee Lolaan Hin Mohatamu (Ijoo Dubbii ABO Sadaasa 14, 2017) Lola kaayyoo Wayyaanee kan farra Bilisummaa Ummatootaa, farra dimokiraasii fi haqaa tahe fiixaan baasuuf bara 1992 Wayyaaneedhaan Ummata Oromoo irratti banamee waggoota 25 [Read More]

Info Deeskii ABO

Waan Hin Jijjiiramne Irraa Jijjiirama Hin Eegnu

October 19, 2017

Waan Hin Jijjiiramne Irraa Jijjiirama Hin Eegnu (Ijoo Dubbiii ABO Onkoloolessa 18, 2017) Miidiyaa Wayyaanee irraan olola shiraan guutame kan jijjiirama fakkeeffamee yeroo yeroodhaan lallabamuu jalqabe kana osoo hin alanfatne akka hin liqimsine Ummata keenya [Read More]

Info Deeskii ABO

Oromoo fi Oromiyaa Badii Waliigalaa Irraa Haa Ittisnu!

September 12, 2017

“Goorroo Abbaatu Hordata, Roorroo Abbaatu Dhowwata!” Mootummaan Wayyaanee waggoota 26 dabraniif Ummata Oromoo irratti lola ifatti baneen ajjeechaa suukanneeessaa raaw’achaa jirutti dabalee kumoota hedduudhaan manneen hidhaatti guuree dararuudhaan miidhaa ol aanaa irraan gahaa jiraachuu fi [Read More]

Info Deeskii ABO

Killee Bofa Irraa Wucii Lukkuu hin Eegan (Ibsa ABO)

July 4, 2017

Killee Bofa Irraa Wucii Lukkuu hin Eegan (Ibsa ABO) Ebla 18, 2017 gabaasaa “Komiishina Mirga Namoomaa Itophiyaa”, Mana Marii mootummaa Wayyaanee/EPRDF irratti dhihaateen, gaaffii karaa nagaa ummata Oromon dhihaataa turee fi Ayyaana Irreechaan wal qabatee [Read More]

Info Deeskii ABO

Qubee Qabsoon Argame Qabsoon Tikfama

July 4, 2017

Amharic Version Bittootni Itophiyaa seenaan ummata Oromoo, aadaa fi afaan isaa akka hin dagaagne, hin baratamnee fi hin beekamne taasisuu irratti baroota dheeraaf hojjatan. Dhabama aadaa, afaanii fi seenaa ummata Oromoo irratti kan ofii dagaagfatuun [Read More]

1 2