Ibsa ABO

ከኦነግ ዜና በአማርኛ

KAAYYOO ABO

  • adda ummata ነፃነት ግንባር
    Rakkoo Siyaasaa Itophiyaa Karaa Nagaa Furuu Ilaalchisee Maddi rakkoo siyaasaa impaayera Itophiyaa mirga hiree murteeffannaa sabootaa kabajamuu dhabuu dhaan cunqursaa sabaa mootummaan gaggeessuu dha. Mootummaa Itophiyaa amma aangoo irra jiru heera biyyaa keessatti mirga hiree [Read More]
  • adda ummata ነፃነት ግንባር
    Kaayyoo ABO Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) jaarmayaa siyaasaa kiyyoo kolonii Habashoota jalaa bilisa bahuuf qabsoo bilisummaa ummatni Oromoo gaggeessu hogganuuf sabbontootaan bara 1973 keessa ijaaramee dha.  ABO ijaaramuun hawwi ummata Oromoo jaarraa tokkoo kan qabsoo [Read More]
  • Seensa Akeekni barruu kanaa cuunfaatti waa’ee ummata Oromoo, biyya isaa, aadaa, qaroomina fi seenaa isaa barsiisuu dha.  Akkasumas haala sabni Oromoo kiyyoo bulchiinsa kolonii Abasiiniya jalatti itti jiraatee fi qabsoo inni bilisummaa, dimokraasii, dinagdee fi [Read More]




Follow on Facebook