
Murtii fi Kutannoolee Walgahii 3ffaa GS ABO Adoolessa 8, 2025
Murtii fi Kutannoolee Walgahii 3ffaa GS ABO [Read More]
Murtii fi Kutannoolee Walgahii 3ffaa GS ABO [Read More]
Mirgoota Ummatni Qabsoodhaan Gonfate Maqaa “Marii Biyyoolessaa”tiin Sarbuuf Yaaluun Balaa Guddaa Hordofsiisa! Ijoo Dubbii ABO Mootummaan Paartii Badhaadhinaa (PP)dhaan hoogganamu erga filannoo fakkeessii (kan haqaa fi bilisa hin taaneen) aangoo qabatee kaasee biyyattii [Read More]
Eenyummaan “Oromummaa” Akeeka Yaaddoo Nageenyaa fi Dantaa Siyaasaaf Dhimma Itti bahanii Miti Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Hogganni Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) Waggoota Qabsoo hidhannoo fi waajjirri muummee Asmaraa Ertiraa turetti Qabsoo ummata bal’aa [Read More]
Bu’aa Siyaasaaf Jecha Lubbuu Lammiilee Nagaa Gaaga’uun Gar-jabummaa fi Maal NaDhibdee Irraa Madda. Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Mootummaan Itoophiyaa naatoo fi marartee ummata Oromoof dhabuun haaraa ta’uu baatus, sana irra darbee inumaa [Read More]
Lafaa fi Lafee Oromootti Roorrisuun Dhaabbachuu Qaba! Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) No. stm 006/stm/2021 Oromiyaan qe’ee keessummaa qubachiistuu dha malee, Qe’ee qubattoonnii fi weerartoonni abbaa qe’ee fi qabeenyaa keessatti ajjeesuu fi irraa buqqisuun [Read More]
Bitootessi 8 Guyyaa Dubartoota Idil-Addunyaa ti Ibsa Damee Dantaa Dubartootaa fi Daa’imman (DDD) ABO Bitootessi 8 guyyaan Dubartoota Idil-Addunyaa biyyoota hedduu keessatti kabajamee oola. Guyyaan kun guyyaa itti dubartootni milkaa’ina gama hawaasummaa, siyaasaa, aadaa [Read More]
“Labsii Haaromsa Aaadaa Oromoo Jedhuun Ajandaan Biltsiginnaan Oromoo Irratti Murteesite Madaa Oromoo Irratti Ashaboo Firfirsuu dha!” Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Labsii fi lallabni, fedhii fi hawwii ummata Oromoo malee, Oromoo irratti labsamuu fi [Read More]
Dhaamsa ABO Bara Haaraa 2025 Kabajamaa Ummata Oromoo, mirgi kee sarbamuu irraa roorroon si irratti daraaree jireenya hadhaawaa geggeessuuf dirqamte, Miseensota ABO biyya keessaa fi biyya alaa kaayyoo keessanitti cichuun qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti [Read More]
“Qaawwa Sareen Banteen Waraabessi Seena” Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Lammiileen Oromiyaa qe’ee fi qabeenyaa isaanii irraa buqqa’anii baqattuu, rakkattuu, kadhattuu tahanii akka jiraatanii fi Daangaan Oromiyaa weerartootaan sarbamee abbaan qe’ee ummanni Oromoo [Read More]
Ajjeechaan Suukaneessaan Hidhattoota Faannoo fi Mootummaa PP tiin Ummata Keenya Irratti Raawwatamaa Jiru Yakka Waraanaa Ulfaataa fi Hammaataa dha. Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Ajjeechaan suukaneessaa giddu gala Oromiyaa Godina Salaalee Ona Dharraatti ummata [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front