• Home
  • Link to English
  • SBO/VOL
  • Nu Qunnamaa
Adda Bilisummaa Oromoo

  • Oduu
    • Dhiittaa Mirga Dhala Namaa
    • Ibsa ABO
    • Info Deeskii ABO
    • Oduu Gara Garaa
    • Tarkaanfii WBO
    • Waamicha
  • Ijoo Dubbii
  • Kaayyoo ABO
  • Imaammata ABO
  • Oromiyaan Wal Baraa
  • SBO/VOL
News Ticker
  • [ January 20, 2019 ] የኢትዮጵያ መንግስት በኦሮሞ ነጻነት ግንባር ኣመራር ኣካላትና በኣባላቱ ላይ የሚያካሄደውን ዛቻና እስራት በኣስቸኳይ እንዲያቆም እንጠይቃለን! በኦሮሞ ነጻነት ግንባር የታወጀ
  • [ January 20, 2019 ] የኢትዮጵያ መንግስት በኦሮሞ ነጻነት ግንባር ኣመራር ኣካላትና በኣባላቱ ላይ የሚያካሄደውን ዛቻና እስራት በኣስቸኳይ እንዲያቆም እንጠይቃለን! Ijoo Dubbii ABO
  • [ January 19, 2019 ] Doorsisaa fi Hidhaan Mootummaan Itoophiyaa Miseensotaa fi Hoogganoota ABO Irratti Gaggeessu Hatattamaan Akka Dhaabbatu Gaafanna ! Uncategorized
  • [ January 18, 2019 ] “ግመል ሰርቆ ኣጎምብሶ” ኣይደበቅ ነገር Ibsa ABO
  • [ January 18, 2019 ] Gaala Hatanii Gugguufanii Deemuun Dhokachuu Hin Tahu Ibsa ABO

Month: October 2017

Ibsa ABO

Qe’ee Keenya Irratti Ajjeefamuun Kan Dhaabbatu Qabsoo Bilisummaa Qofaani

October 27, 2017

Qe’ee Keenya Irratti Ajjeefamuun Kan Dhaabbatu Qabsoo Bilisummaa Qofaani (Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo) Saamicha qabeenyaa, qe’ee ofii irraa humnaan buqqifamuu, hidhaa fi ajjeechaa dabalatee roorroon TPLF/EPRDF Ummatoota irratti geggeessu akkuma sirnichi tortoraa deemeen guyyuma irraa [Read More]

Ibsa ABO

Hiriiraa Nagaa Bahuun Mirga Waa Ibsachuu Ilmi Nama Qabu dha

October 19, 2017

Qaama Warraaqsa Biyyoolessaa Fincila Xumura Gabrummaa Waggootaaf itti fufiinsaan jiruu kan tahe hiriirri nagaa guddaan torbee dabrerraa kaasee Oromiyaa godinaalee adda addaatti bifa haaraan finiinaa akka jiru beekkamaa dha. Akkuma hiriira mormii bakkoota birootti deemaa [Read More]

Info Deeskii ABO

Waan Hin Jijjiiramne Irraa Jijjiirama Hin Eegnu

October 19, 2017

Waan Hin Jijjiiramne Irraa Jijjiirama Hin Eegnu (Ijoo Dubbiii ABO Onkoloolessa 18, 2017) Miidiyaa Wayyaanee irraan olola shiraan guutame kan jijjiirama fakkeeffamee yeroo yeroodhaan lallabamuu jalqabe kana osoo hin alanfatne akka hin liqimsine Ummata keenya [Read More]

Ibsa ABO

Alaabaan ABO/Oromoo Mallattoo Diddaa Gabrummaa fi Aasxaa Walabummaa Oromiyaa ti

October 16, 2017

Alaabaan ABO/Oromoo Mallattoo Diddaa Gabrummaa fi Aasxaa Walabummaa Oromiyaa ti (Ijoo Dubbii ABO Onk. 16, 2017) Qabsoo haqaa Sabni Oromoo Walabummaa isaa gonfachuuf geggeessaa turee fi jiru adda durummaadhaan kan hoogganu Addi Bilisummaa Oromoo Akeekaa [Read More]

Info Deeskii ABO

Tokkummaa fi Bilchina Irreecha 2017 Irratti Agarsiisne Bilisummaa Keenyaaf Haa Oolchinu

October 3, 2017

Tokkummaa fi Bilchina Irreecha 2017 Irratti Agarsiisne Bilisummaa Keenyaaf Haa Oolchinu (Ijoo Dubbii ABO) — Diinni waloo nuti (Oromoon) akka Sabaatti qab -nu humna weerartuu alagaa kan afaan qawweetiin biyya teenya (Oromiyaa) dhuunfatee mirga biyya teenya irratti [Read More]




Follow on Facebook

  • ABO Oromoo Gadaa
    የኢትዮጵያ መንግስት በኦሮሞ ነጻነት ግንባር ኣመራር ኣካላትና በኣባላቱ ላይ የሚያካሄደውን ዛቻና እስራት በኣስቸኳይ እንዲያቆም እንጠይቃለን!
    January 20, 2019
  • ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
    የኢትዮጵያ መንግስት በኦሮሞ ነጻነት ግንባር ኣመራር ኣካላትና በኣባላቱ ላይ የሚያካሄደውን ዛቻና እስራት በኣስቸኳይ እንዲያቆም እንጠይቃለን!
    January 20, 2019
  • ABO Oromoo Gadaa
    Doorsisaa fi Hidhaan Mootummaan Itoophiyaa Miseensotaa fi Hoogganoota ABO Irratti Gaggeessu Hatattamaan Akka Dhaabbatu Gaafanna !
    January 19, 2019
  • ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
    “ግመል ሰርቆ ኣጎምብሶ” ኣይደበቅ ነገር
    January 18, 2019
  • ABO Oromoo Gadaa
    Gaala Hatanii Gugguufanii Deemuun Dhokachuu Hin Tahu
    January 18, 2019
ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga

“ግመል ሰርቆ ኣጎምብሶ” ኣይደበቅ ነገር

Ibsa ABO
January 18, 2019
“ግመል ሰርቆ ኣጎምብሶ” ኣይደበቅ ነገር (የኦነግ መግለጫ – ጥር 09 2011) የኢትዮጵያዉ ጠቅላይ ሚንስቴር ጽ/ቤት በትናንትናው ዕለት (ጥር 09 2011) በቃል-ኣቀባዩ ወይዘሪት ብልለኔ ስዩም በኩል በምዕራብ ኦሮሚያ ጦሩ ያካሄደዉን የአየር ድብደባ ለማስተባበል በማሰብ ለተለያዩ የዜና አዉታሮች [Read More]

Du’aan Boqochuu Koloneel Aliyyii Cirrii Ilaalchisee

Info Deeskii ABO
November 15, 2017

Ummatni Jaalalaan Malee Lolaan Hin Mohatamu

Info Deeskii ABO
November 14, 2017
ABO Oromoo Gadaa
In the Spotlight

Gaaffii Oromoo Afaan Qawweetiin Ukkaamsuun Kaleessas Hin Danda’amne, Har’as Hin Danda’mu !

by admin in Uncategorized

October 2017
M T W T F S S
« Sep   Nov »
 1
2345678
9101112131415
16171819202122
23242526272829
3031  
  • Oduu
    • Dhiittaa Mirga Dhala Namaa
    • Ibsa ABO
    • Info Deeskii ABO
    • Oduu Gara Garaa
    • Tarkaanfii WBO
    • Waamicha
  • Ijoo Dubbii
  • Kaayyoo ABO
  • Imaammata ABO
  • Oromiyaan Wal Baraa
  • SBO/VOL

Copyright @2017 Oromo Liberation Front