የኦሮሞ ነጻነት ግንባር 4ኛ ድርጅታዊ ጉባዔ ውሳኔና የኣቋም መግለጫ
[pdf-embedder url=”https://oromoliberationfront.org/aforomo/wp-content/uploads/2017/09/amharic2.pdf”]
		
[pdf-embedder url=”https://oromoliberationfront.org/aforomo/wp-content/uploads/2017/09/amharic2.pdf”]
		
[pdf-embedder url=”https://oromoliberationfront.org/aforomo/wp-content/uploads/2017/09/amharic.pdf”]
		
Korri Sabaa 4ffaan Adda Bilisummaa Oromoo bakka bu’ootni Miseensota ABO, bakka bu’ootni Caayaalee ABO, bakka bu’ootni waldaalee fi murnoota hawaasaa adda addaa fi keessummootni afeeraman bakka argamanitti Hagayya 20 – 30, 2017 haala ow’aa fi mirqaansaa taheen gaggeeffamee [Read More]
		
LABSA KORA SABAA 4ffaa ADDA BILISUMMAA OROMOO Addi Bilisummaa Oromoo Kora Sabaa 4ffaa bakka hirmaattotni bakka bu’oota miseensota ABO, bakka bu’oota Caayaalee ABO, bakka bu’ootnii fi hoogganootni murnoota hawaasaa adda addaa, deggertootni Dhaabichaa, akkasumas, beektotnii [Read More]
		
Ummatoota Sobaa Jiraachuun Dhaabamuu Qaba! Ibsa ABO ABOn gaaffiin ummata Oromoo deebii bu’uraa hanga hin argannetti rakkoolee mirgaan gadii irratti xiyyeeffatuun barbaachisaa akka hin tahiin hubachiisa. Mootummaan Wayyaanee/IHADG ajandaa malaammaltummaa kan kaasee jiru dhugumaan furmaata [Read More]
		
Nagaa Waaraan Madda Rakkoo Dhabamsiisuun Argama (Ibsa ABO) Madda rakkoo hundaa kan tahe sirna gabrummaa dhaalee kan waggaa 26 ol ummata fixaa fi wal ficcisiisaa jiru Wayyaaneen hanga aangoo irraa hin buufamnetti walitti bu’insi ummatotoaa [Read More]
		
Gibiraa fi Qaraxni Bittoota Irroomsu Mormamuu Qaba (Ibsa ABO) Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n Gibiraa fi qaraxa humnaa olii, loogummaa irratti hunda’e bifa duulaan daldaltootaa irratti fe’amaa jiru ni balaaleffata. Addatti ammoo gibirri humnaa olii kun [Read More]
		
Irra Fardiin Siidaa Ijaaruu osoo hin taane Rakkoo Ardii Afriikaaf Furmaata Soquu dha. ABOn murtti Gamtaa Afriikaa Siidaa Bittootaa dhiiga ilmaan Oromoo fi cunqurfamoo dhangalaasaa bahan akka Finfinnee Keessatti ijaaramu murteesse jabeessee balaaleffata. Duras dhaabbata. [Read More]
		
Ibsa Koree Hojii Raawwachiiftuu Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Demookraasii (TUBD) PEOPLES ALLIANCE FOR FREEDOM AND DEMOCRACY (PAFD) Koreen Hojii Raawwachiiftuu Tumsa Ummatootaa bilisummaa fi dimokraasii walgahii isaa dhaabbataa lammaffaa Bitootessa 28 hanga 29, 2017 adeemsifatee [Read More]
		
Killee Bofa Irraa Wucii Lukkuu hin Eegan (Ibsa ABO) Ebla 18, 2017 gabaasaa “Komiishina Mirga Namoomaa Itophiyaa”, Mana Marii mootummaa Wayyaanee/EPRDF irratti dhihaateen, gaaffii karaa nagaa ummata Oromon dhihaataa turee fi Ayyaana Irreechaan wal qabatee [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front