• Home
  • Link to English
  • SBO/VOL
  • Nu Qunnamaa
Adda Bilisummaa Oromoo

  • Oduu
    • Dhiittaa Mirga Dhala Namaa
    • Ibsa ABO
    • ከኦነግ ዜና በአማርኛ
    • Info Deeskii ABO
    • Oduu Gara Garaa
    • Waamicha
  • Ijoo Dubbii
  • Kaayyoo ABO
  • Imaammata ABO
  • Oromiyaan Wal Baraa
  • SBO/VOL
  • Mirga Namoomaa
News Ticker
  • [ March 10, 2026 ] 𝐐𝐨𝐨d𝐧𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐈𝐣𝐚𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧 𝐈𝐟𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐌𝐮𝐥’𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐚. Ibsa ABO
  • [ February 21, 2026 ] Ibsa ABO
  • [ February 5, 2026 ] Du’aan Boqotuu Prof.Asmarom Laggasee ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO Ibsa ABO
  • [ January 1, 2026 ] Dhaamsa ABO Bara Haaraa 2026 Ibsa ABO
  • [ December 22, 2025 ] Ibsa ABO

Ibsa ABO

Ibsa ABO

Qabsoo Itti Jirru Caalaatti Finiinsinee Galii Keenya Dhaqqabuuf Waadaa Haaromsachuudhaan Waggaa 12ffaa FDG Kabajanna

November 3, 2017

Qabsoo Itti Jirru Caalaatti Finiinsinee Galii Keenya Dhaqqabuuf Waadaa Haaromsachuudhaan Waggaa 12ffaa FDG Kabajanna (Ijoo Dubbii ABO Sadaasa 03, 2017) Seenaa Ummatootaa fi biyyootaa keessatti guyyootni, baatiilee fi barri gariin warra kaan irraa haala adda [Read More]

Ibsa ABO

Qe’ee Keenya Irratti Ajjeefamuun Kan Dhaabbatu Qabsoo Bilisummaa Qofaani

October 27, 2017

Qe’ee Keenya Irratti Ajjeefamuun Kan Dhaabbatu Qabsoo Bilisummaa Qofaani (Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo) Saamicha qabeenyaa, qe’ee ofii irraa humnaan buqqifamuu, hidhaa fi ajjeechaa dabalatee roorroon TPLF/EPRDF Ummatoota irratti geggeessu akkuma sirnichi tortoraa deemeen guyyuma irraa [Read More]

Ibsa ABO

Hiriiraa Nagaa Bahuun Mirga Waa Ibsachuu Ilmi Nama Qabu dha

October 19, 2017

Qaama Warraaqsa Biyyoolessaa Fincila Xumura Gabrummaa Waggootaaf itti fufiinsaan jiruu kan tahe hiriirri nagaa guddaan torbee dabrerraa kaasee Oromiyaa godinaalee adda addaatti bifa haaraan finiinaa akka jiru beekkamaa dha. Akkuma hiriira mormii bakkoota birootti deemaa [Read More]

Ibsa ABO

Alaabaan ABO/Oromoo Mallattoo Diddaa Gabrummaa fi Aasxaa Walabummaa Oromiyaa ti

October 16, 2017

Alaabaan ABO/Oromoo Mallattoo Diddaa Gabrummaa fi Aasxaa Walabummaa Oromiyaa ti (Ijoo Dubbii ABO Onk. 16, 2017) Qabsoo haqaa Sabni Oromoo Walabummaa isaa gonfachuuf geggeessaa turee fi jiru adda durummaadhaan kan hoogganu Addi Bilisummaa Oromoo Akeekaa [Read More]

Ibsa ABO

Ajjeechaa Jimlaa Hammarreessatti Oromoo Irratti Raaw’ateef Wayyaaneen Waan Harka Isaa Ni Argata !

September 16, 2017

Ajjeechaa Jimlaa Hammarreessatti Oromoo Irratti Raaw’ateef Wayyaaneen Waan Harka Isaa Ni Argata ! (Ibsa Balaaleffannaa Adda Bilisummaa Oromoo Irraa) Guyyaa kaleessaa (Fulbaana 15, 2017) ilmaan Oromoo 10,000 ol tahan humna “Liyyuu Poolisii” kan Bulchiinsa Mootummaa [Read More]

Ibsa ABO

Lubbuu fi Qabeenyi Ummata Nagaa (Meesh-maleeyyii) Tikfamuu Qaba

September 15, 2017

Baatii Caamsaa/May bara 1991 afaan qawweetiin aangoo mooummaa Itoophiyaa kan dhuunfate TPLF/Wayyaaneen waggoota 26 dabran guutuu deggersa Ummataan alatti afaan qawweetiin Ummatootatti roorrisaa jiraachaa jira. Murni deggersa Ummataa gonkuma dhabe kun akka Ummatootni cunqurfamoon gamtaadhaan [Read More]

Ibsa ABO

የኦሮሞ ነጻነት ግንባር 4ኛ ድርጅታዊ ጉባዔ ውሳኔና የኣቋም መግለጫ

September 2, 2017

[pdf-embedder url=”https://oromoliberationfront.org/aforomo/wp-content/uploads/2017/09/amharic2.pdf”]

Ibsa ABO

የኦሮሞ ነጻነት ግንባር 4ኛ ድርጅታዊ ጉባዔ ጋዜጣዊ መግለጫ

September 2, 2017

[pdf-embedder url=”https://oromoliberationfront.org/aforomo/wp-content/uploads/2017/09/amharic.pdf”]

Ibsa ABO

MURTII FI KUTANNOOLEE KORA SABAA 4ffaa ABO Hagayya 20 – 30, 2017

August 31, 2017

Korri Sabaa 4ffaan Adda Bilisummaa Oromoo bakka bu’ootni Miseensota ABO, bakka bu’ootni Caayaalee ABO, bakka bu’ootni waldaalee fi murnoota hawaasaa adda addaa fi keessummootni afeeraman bakka argamanitti Hagayya 20 – 30, 2017 haala ow’aa fi mirqaansaa taheen gaggeeffamee [Read More]

Ibsa ABO

LABSA KORA SABAA 4ffaa ADDA BILISUMMAA OROMOO

August 30, 2017

LABSA KORA SABAA 4ffaa ADDA BILISUMMAA OROMOO Addi Bilisummaa Oromoo Kora Sabaa 4ffaa bakka hirmaattotni bakka bu’oota miseensota ABO, bakka bu’oota Caayaalee ABO, bakka bu’ootnii fi hoogganootni murnoota hawaasaa adda addaa, deggertootni Dhaabichaa, akkasumas, beektotnii [Read More]

Posts navigation

« 1 … 21 22 23 »

Follow on Facebook

Recent Posts

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

𝐐𝐨𝐨d𝐧𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐈𝐣𝐚𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧 𝐈𝐟𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐌𝐮𝐥’𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐚.

March 10, 2026

    𝐐𝐨𝐨d𝐧𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐈𝐣𝐚𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧 𝐈𝐟𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐌𝐮𝐥’𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐚.   𝐈𝐛𝐬𝐚 𝐃𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐃𝐚𝐚‘𝐢𝐦𝐦𝐚𝐧 (𝐃𝐃𝐃) 𝐀𝐁𝐎   Guyyaa Dubartoota Idil-Addunyaa Bitootessi 8 (March 8) bara kanaa 2026 yeroo kabajamee [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

February 21, 2026

Duumessi Lolaa Biyattiirraan Gungumu Ba’aa fi Balaan Inni Oromiyatti Fidu Ulfaataa fi Hammaataa dha   Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)   Haalli nageenyaa biyyattii keessatti yaaddessaa eerga ta’ee waggoota kurmaanaa lakkaawaa jira. Oromiyaan qe’ee nageenyi [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Du’aan Boqotuu Prof.Asmarom Laggasee ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO

February 5, 2026

  Du’aan Boqotuu Prof.Asmarom Laggasee ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO Hayyuu seenaa guddicha, seenaa ummata Oromoo keessatti iddoo guddaa qabu, qorataa sirna dimokraasii Oromoo Gadaa addunyaatti as baasuu keessatti iddoo olaanaa qabu Prof.Asmarom Laggasee du’aan boqotuu [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Dhaamsa ABO Bara Haaraa 2026

January 1, 2026

  Dhaamsa ABO Bara Haaraa 2026 Miseensotni, Hogganootnii fi Qondaalotni ABO, Qabsaa’otni Bilisummaa Oromoo cufti, deggertootnii fi firootni qabsoo bilisummaa Oromoo, ummatni Oromoo bal’aa fi lammiileen Oromiyaa waa hunda dura baga bara haaraa 2026 nagaan [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

December 22, 2025

  Du’aan Addunyaa Irraa Godaanuu Qabsa’aa Buleessaa Jaal Boruu Dhaddachaa Irratti  Ibsa Gaddaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n du’aan addunyaa irraa godaanuu miseensa isaa buleessa, qabsa’aa jabaa fi nama Oromummaa isaatti boonu [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Du’aan Jaaruu Hayyuu fi Qabsaawaa Oromoo Piroofeesar Hamdeessaa Tusoo Irratti Ibsa Gaddaa Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)

November 23, 2025

  Du’aan Jaaruu Hayyuu fi Qabsaawaa Oromoo Piroofeesar Hamdeessaa Tusoo Irratti Ibsa Gaddaa Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)   Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n du’a Hayyuu Oromoo, qorataa seenaa fi qabsaawaa mirga namoomaa Piroofeesar Hamdeessaa Tusoo gaafa [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Sadaasni 9 Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo Keessatti Guyyaa Iddoo Ol’aanaa Qabuu fi Bara Baraan Yaadatamuu Dha!

November 9, 2025

  Sadaasni 9 Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo Keessatti Guyyaa Iddoo Ol’aanaa Qabuu fi Bara Baraan Yaadatamuu Dha! Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Miseensotnii fi deggertootni ABO, akkasumas ummatni Oromoo bal’aan baga Sadaasa 9 guyyaa yaadannoo [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Ajjeechaa Jumlaa Humnoota Hidhataniin Ummata Oromoo Meesha Maleeyyii Irratti Raawwatame Gadi Jabeesinee Balaaleffanna.

October 30, 2025

  Ajjeechaa Jumlaa Humnoota Hidhataniin Ummata Oromoo Meesha Maleeyyii Irratti Raawwatame Gadi Jabeesinee Balaaleffanna. Ijoo Dubbii -ABO   Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) n ajjeechaa jumlaa, hidhaa, saamicha, dararaa fi qe’ee irraa buqqisuu ummata Oromoo irratti [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Qe’ee fi Qabeenyaa Isaa Irratti Ummata Oromoo Jumlaan Fixuun Haa Dhaabbatu!

October 27, 2025

  Qe’ee fi Qabeenyaa Isaa Irratti Ummata Oromoo Jumlaan Fixuun Haa Dhaabbatu! Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n Ajjeechaa jumlaa irra deddeebiin Oromiyaa keessatti Finxaaleyyii Faannoo ofiin jedhu, babal’ifannaa lafaaf qe’ee fi [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Du’aan Of Biraa Dhabuu Qabsooftuu Aadde Addisee Gannatii Nagarii Irratti

August 18, 2025

    Du’aan Of Biraa Dhabuu Qabsooftuu Aadde Addisee Gannatii Nagarii Irratti Ibsa Gaddaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Miseensaa fi qabsooftuu waggoota dheeraaf qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti qooda olaanaa kennaa turte, Jaal Addisee Gannatii Nagarii [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

August 7, 2025

Kora Gamtaa Miseensoota ABO Amerikaa Kaabaa (USA fi Canada) kan bara 2025 Adoolessa 31, 2025 Seattle, Washington Murtii Ejjennoo fi Kutannoole Korrii Gamtaa Miseensoota ABO Amerikaa Kaabaa kan bara 2025 Magaala Seattle, Bulchinsa Washingtonitti geggeeffame [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Mirgoota Ummatni Qabsoodhaan Gonfate Maqaa “Marii Biyyoolessaa”tiin Sarbuuf Yaaluun Balaa Guddaa Hordofsiisa!

August 7, 2025

  Mirgoota Ummatni Qabsoodhaan Gonfate Maqaa “Marii Biyyoolessaa”tiin Sarbuuf Yaaluun Balaa Guddaa Hordofsiisa! Mootummaan Paartii Badhaadhinaa (PP)dhaan hoogganamu erga filannoo fakkeessii (kan haqaa fi bilisa hin taaneen) aangoo qabatee kaasee biyyattii keessatti rakkinootni siyaasaa duraanuu [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Mirgoota Ummatni Qabsoodhaan Gonfate Maqaa “Marii Biyyoolessaa”tiin Sarbuuf Yaaluun Balaa Guddaa Hordofsiisa!

June 2, 2025

    Mirgoota Ummatni Qabsoodhaan Gonfate Maqaa “Marii Biyyoolessaa”tiin Sarbuuf Yaaluun Balaa Guddaa Hordofsiisa! Ijoo Dubbii ABO Mootummaan Paartii Badhaadhinaa (PP)dhaan hoogganamu erga filannoo fakkeessii (kan haqaa fi bilisa hin taaneen) aangoo qabatee kaasee biyyattii [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Eenyummaan “Oromummaa” Akeeka Yaaddoo Nageenyaa fi Dantaa Siyaasaaf Dhimma Itti bahanii Miti

May 27, 2025

  Eenyummaan “Oromummaa” Akeeka Yaaddoo Nageenyaa fi Dantaa Siyaasaaf Dhimma Itti bahanii Miti Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Hogganni Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) Waggoota Qabsoo hidhannoo fi waajjirri muummee Asmaraa Ertiraa turetti Qabsoo ummata bal’aa [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Bu’aa Siyaasaaf Jecha Lubbuu Lammiilee Nagaa Gaaga’uun Gar-jabummaa fi Maal NaDhibdee Irraa Madda.

April 8, 2025

  Bu’aa Siyaasaaf Jecha Lubbuu Lammiilee Nagaa Gaaga’uun Gar-jabummaa fi Maal NaDhibdee Irraa Madda. Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Mootummaan Itoophiyaa naatoo fi marartee ummata Oromoof dhabuun haaraa ta’uu baatus, sana irra darbee inumaa [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga

𝐐𝐨𝐨d𝐧𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐈𝐣𝐚𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧 𝐈𝐟𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐌𝐮𝐥’𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐚.

Ibsa ABO
March 10, 2026
    𝐐𝐨𝐨d𝐧𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐈𝐣𝐚𝐚𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧 𝐈𝐟𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐌𝐮𝐥’𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐚.   𝐈𝐛𝐬𝐚 𝐃𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐃𝐚𝐚‘𝐢𝐦𝐦𝐚𝐧 (𝐃𝐃𝐃) 𝐀𝐁𝐎   Guyyaa Dubartoota Idil-Addunyaa Bitootessi 8 (March 8) bara kanaa 2026 yeroo kabajamee [Read More]
ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga

Dubartootni Fi Daa’imman Oromoo Mirgaan Biyya Isaanii Oromiyaa Irra Jiraachuuf MCBNO Hundeeffachuun Furmaata Waaraati!

Info Deeskii ABO
May 9, 2021

Du’aan Boqochuu Koloneel Aliyyii Cirrii Ilaalchisee

Info Deeskii ABO
November 15, 2017
ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
In the Spotlight

Ajjeechaan Itti Yaadamee Malaan Uummata Nagaa Hidhannoo Hin Qabne Irratti Raawwatamu Gocha Gara Jabeenyaa fi Yakka Waraanaati.

by Odaa Xassee in Ibsa ABO

March 2026
M T W T F S S
 1
2345678
9101112131415
16171819202122
23242526272829
3031  
« Feb    
  • Oduu
    • Dhiittaa Mirga Dhala Namaa
    • Ibsa ABO
    • ከኦነግ ዜና በአማርኛ
    • Info Deeskii ABO
    • Oduu Gara Garaa
    • Waamicha
  • Ijoo Dubbii
  • Kaayyoo ABO
  • Imaammata ABO
  • Oromiyaan Wal Baraa
  • SBO/VOL
  • Mirga Namoomaa

Copyright @2017 Oromo Liberation Front