JIJJIIRAMNI IDDOO DHABIISA HAQAA SIRRII HIN TAASISU IBSA ABO 08-01-2022 Ajjeechaan waggootaaf Oromiyaa mancaasaa ture, achiis Kaaba, Tigraayitti cehe, ammammoo humna guutuun gara Kibba Oromiyaatti fuula naanneffatee jira. ‘Humna Qindaa’aa’ jedhamee kan waamamu, Humna [Read More]
Oduu
Dhaamsa ABO Bara Haaraa, Amajjii 2023
Dhaamsa ABO Bara Haaraa, Amajjii 2023 Miseensota ABO Hogganootaa fi Miseensota akkasumas deggertoota ABO kanneen mana hidhaa jirtaniif, Qabsaawota Waliigalaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ummata Oromoo Bal’aa Deggertoota QBO Firoottan QBOf, Hunda dura baga [Read More]
Ummanni Oromoo Karaa Isaaf Danda’ame Maraan Weerara Diinaa Akka Of irraa Qolatuuf Waamichaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)
Ummanni Oromoo Karaa Isaaf Danda’ame Maraan Weerara Diinaa Akka Of irraa Qolatuuf Waamichaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Ibsa ABO – Mudde 06, 2022 Saamichi lafa Oromoo irratti raawwatamu, ajjeechaan gara-jabinaan ilmaan Oromoo irratti raawwatamu, [Read More]
Dhumaatii Ummata Nagaa Irra Ga’aa Jiruuf Gaafatamaan, Mootummaa Federaalaa Dhumaatii Kana raawwataa fi Haala Mijeessaa Jiruu dha. Ijoo Dubbii ABO – Sadaasa 19,2022 Erga waggaa tokkoo as haala mul’ataa hin taanee fi ifaanis Godinoota [Read More]
Du’aan boqochuu Doktoora Kabajaa Art.Alii Birraa ilaalchisee ibsa ABO
Du’aan boqochuu Doktoora Kabajaa Art.Alii Birraa ilaalchisee ibsa ABO Sadaasa 07.2022 Alii Birraa abbaa isaa Mahammad Muussaa fi haadha isaa Faaxumaa Alii irraa Xaaliyaanii biyya teenya keeysaa bahee bara torbaa, Caamsa 26, bara 1948 [Read More]
Ajjeechaan Itti Yaadamee Malaan Uummata Nagaa Hidhannoo Hin Qabne Irratti Raawwatamu Gocha Gara Jabeenyaa fi Yakka Waraanaati.
Ajjeechaan Itti Yaadamee Malaan Uummata Nagaa Hidhannoo Hin Qabne Irratti Raawwatamu Gocha Gara Jabeenyaa fi Yakka Waraanaati! ABOn Haleellaa Humna Qilleensaan Qe’ee Jireenyaa Uummata Nagaa Irratti Raawwatamu Gadi Jabeessee Balaaleffata. Mootummaan Paartii Bilxiginnaa, qaamoleen [Read More]
Sababa Tokko Malee Xiyyeeffannoodhaan Namoota Nagaa Ajjeesuu fi Hidhuun Mallattoo Sirnoota Abbaa Irreeti
Sababa Tokko Malee Xiyyeeffannoodhaan Namoota Nagaa Ajjeesuu fi Hidhuun Mallattoo Sirnoota Abbaa Irreeti Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Fulbaana 29, 2022 Hidhaa seeraan alaa fi ajjeechaan gara jabinaa sababa tokko malee mootummaan Paartii Bilxiginnaa Itoophiyaa [Read More]
ንጹሃን ዜጎችን በመግደል የሚረጋገጥ ድል የለም በንጹሃን ዜጎች ግድያ ላይ የተሰጠ የኦነግ መግለጫ
ንጹሃን ዜጎችን በመግደል የሚረጋገጥ ድል የለም በንጹሃን ዜጎች ግድያ ላይ የተሰጠ የኦነግ መግለጫ መስከረም 26/2022 በሰሜኑ የሃገሪቱ ክፍል በሚካሄደው ጦርነትና በንጹሃን ላይ እየደረሰ ያለው አሳዛኝ ሰቆቃ አለም አዉቆት እያወግዘዉ ባለበት በዚህ ጊዜ በኦሮሚያ ዉስጥ ያለው [Read More]
Ajjeechaan Uummata Nagaa Irratti Raawwatamu Wabii Injifannoo Ta’uu Hin Danda’u Ajjeechaa Namoota Nagaa Irratti Raawwatamaa Jiru Ilaalchisee Ibsa ABO
Ajjeechaan Uummata Nagaa Irratti Raawwatamu Wabii Injifannoo Ta’uu Hin Danda’u Ajjeechaa Namoota Nagaa Irratti Raawwatamaa Jiru Ilaalchisee Ibsa ABO Fulbaana 26 2022 Waa’een walitti lolaa fi dararama uummata sivilii Itiyoophiyaa karaa kaaba biyyattii keessatti lammiilee [Read More]
Uummanni Oromoo Hammeenyaa fi Ajjeechaa Seera Idil-addunyaa Cabsuun Irratti Raawwatamaa Jiru Of-irraa Ittisuu Qaba!
Uummanni Oromoo Hammeenyaa fi Ajjeechaa Seera Idil-addunyaa Cabsuun Irratti Raawwatamaa Jiru Of-irraa Ittisuu Qaba! Ajjeechaa Uummata Nagaa Oromoo Irratti Raawatame Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo | Fulbaana 5, 2022. Mootummaan Itoophiyaa baroota darban keessa [Read More]