
OLF Considers the March 8 International Women’s Day as a significant Historical Event and denounce the Human Rights violations against Women in Ethiopia. Statement of the Oromo Liberation Front – 08, March 2022 [Read More]
OLF Considers the March 8 International Women’s Day as a significant Historical Event and denounce the Human Rights violations against Women in Ethiopia. Statement of the Oromo Liberation Front – 08, March 2022 [Read More]
Mootummaan Paartii Bilxginnaa Hidhamtootaa fi Maatii Hidhamtootaa Qaamaa fi Qalbiin Hiraarsuu Dhaabuu qaba! Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Mootummaan Itiyoophiyaa, kan paartii Bilxiginnaa (PP)’n hogganamu, mormitoota siyaasaa, addatti miseensotaa fi deeggartoota Adda Bilisummaa [Read More]
የብልፅግና ፓርቲ መንግስት የፖለቲካ እስረኞችን እና ቤተሰቦቻቸውን በአካልና በሥነ-ልቦና ማሰቃየት ማቆም አለበት የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ በብልጽግና ፓርቲ (PP) የሚመራው የኢትዮጵያ መንግስት በተለይ በኦሮሞ ነጻነት ግንባር (OLF) አባላትና ደጋፊዎች ላይ የፖለቲካ ጫናና አፈና [Read More]
በታጋይ እና አርትስት ኑሆ ጎበና እልፈተ ህይወት ከኦነግ የተሰጠ መግለጫ የኦነግ መግለጫ- ጥር 20, 2022 ጓድ ኑሆ በምስራቅ ኦሮሚያ ላጋ ሚጤ ጃርሶ በ1948 ከእናታቸው ወይዘሮሮ ፋጡማ ሀሰን እና ከአባታቸው አቶ መሀመድ ጎበና [Read More]
Ibsa ABO- Amajjii 20, 2022 Artist fi Qabsa’aan Hangafti Jaal Nuhoo Mahammad Gobanaa du’aan boqochuu isaa yeroo dhageenyu Gaddaa guddatu nutti dhagaa’ame. Jaal Nuhoo Muhammad Gobanaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn durfaamu keessatti qooda seenaan hin [Read More]
የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ- ጥር 1/2022 የብልጽግና መንግስት በመላው ኦሮሚያ እና ሌሎች የሀገሪቱ ክፍሎች ላይ የጀመረውን ጦርነት በስፋት አጠናክሮ ቀጥሎበታል። በዚህ ሰዓት ጦርነት የሌለበት አንድም የኦሮሚያ ክፍል የለም።በሰሞኑን ባደረገው ጦርነት የብልጽግና መንግስት የድሮን እና የአየር [Read More]
Mootummaan Paartii Bilxiginnaa Haleellaa Diroonii fi Humna Qileensaa kutaalee Oromiyaa addaa addaa keessatti raawwateen namoota nagaa hedduu ajjeesee kaan ammoo madeessee jira. Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)- Amajjii 1, 2022 Paartiin Bilxiginnaa [Read More]
Ajjeechaa Suukaneessaa Lixa, Oromiyaa, Magaalaa Naqamteetti Dargaggoota Oromoo Irratti Raawwatame Ilaalchisee Ibsa ABOn Baase Ibsa ABO- Mudde 19, 2021 Ajjeechaa suukaneessaa guyyaa saafaadhaan Lixa Oromiyaa magaalaa Naqamteetti dargaggoota Oromoo afur irratti raawwatame Addi Bilisummaa [Read More]
Ajjeechaan Jumulaa Irra Deddeebi’ee Uummata Nagaa Irratti Raawwatamaa Jiru Seeraa fi Danbii Biyya Itoophiyaa Keessaa Caccabuu Ifatti Agarsiisaa Jira Ibsa ABO-Mudde 3, 2021 Bara 2018, erga gareen Paartiin Bilxiginna jedhamu aangoo qabatee asitti, ajjeechaa jumulaa [Read More]
በኢትዮጵያ ውስጥ እየተካሔደ ያለው ተከታታይ የንጹሃን ዜጎች ፍጅት ለህግ እና ስርአት መፍረስ ጉልህ ማሳያ ነው። የኦነግ መግለጫ የብልጽግና መንግስት ወደ ስልጣን ከመጣ ከ2018 ዓ/ም ጀምሮ በጅምላ የተገደሉት የኦሮሞ ቁጥር እና ሌሎች ሰላማዊ ሰዎች እጅጉን [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front