• Home
  • Link to English
  • SBO/VOL
  • Nu Qunnamaa
Adda Bilisummaa Oromoo

  • Oduu
    • Dhiittaa Mirga Dhala Namaa
    • Ibsa ABO
    • ከኦነግ ዜና በአማርኛ
    • Info Deeskii ABO
    • Oduu Gara Garaa
    • Waamicha
  • Ijoo Dubbii
  • Kaayyoo ABO
  • Imaammata ABO
  • Oromiyaan Wal Baraa
  • SBO/VOL
News Ticker
  • [ January 3, 2021 ] ከኦሮሞ ነፃነት ግንባር የምርጫ ቦርድ የቦርዱ ኮሙዩኒኬሽን ጉዳዮች ኃላፊ ለሚድያ ተቋማት የስጠችውን መግለጫ በተመለከተ የተስጠ ወቅታዊ አቋም ከኦነግ ዜና በአማርኛ
  • [ December 31, 2020 ] Dhaamsa Bara Haaraa HD ABO Irraa Amajjii 2021 Ibsa ABO
  • [ December 20, 2020 ]  Mootummaan garee dhaaba Badhaadhinaa qondaaltotaa fi miseensota ABO qaama tikaan ukkaamsuun hidhee jira. Ibsa ABO
  • [ December 12, 2020 ] Filannoo Biyyaalessaa fi Jeequmsa RFDI ilaalchisuun Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Ibsa ABO
  • [ November 5, 2020 ] Deebisaa Ibsa Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Baasee. Ibsa ABO

Month: April 2020

ABO Oromoo Gadaa Wareegamtoota
Ibsa ABO

Kaayyoo Wareegamtoota Keenyaa Galmaan Ni Geenya! Ebla 15 (Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo) Kan 2020 Ilaalchisee

April 11, 2020

Kaayyoo Wareegamtoota Keenyaa Galmaan Ni Geenya! Ebla 15 (Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo) Kan 2020 Ilaalchisee (Ibsa ABO – Ebla 11, 2020) Ebli 15 Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo ti. Guyyaan kun Gootota qabsaawota keenya kanneen Bilisummaa [Read More]

Follow on Facebook

Recent Posts

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
ከኦነግ ዜና በአማርኛ

ከኦሮሞ ነፃነት ግንባር የምርጫ ቦርድ የቦርዱ ኮሙዩኒኬሽን ጉዳዮች ኃላፊ ለሚድያ ተቋማት የስጠችውን መግለጫ በተመለከተ የተስጠ ወቅታዊ አቋም

January 3, 2021

ከኦሮሞ ነፃነት ግንባር የምርጫ ቦርድ የቦርዱ ኮሙዩኒኬሽን ጉዳዮች ኃላፊ ለሚድያ ተቋማት የስጠችውን መግለጫ በተመለከተ የተስጠ ወቅታዊ አቋም ጥር 2021 ዓም የኦሮሞ ነፃነት ግንባር እንደ ተፎካካሪ ሀገራዊ ፖለቲካ ፖርቲ ከምርጫ ቦርድ የምንጠብቀው ቢያንስ በገለልተኝነት ሀላፊነቱን እንደወጣ [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Dhaamsa Bara Haaraa HD ABO Irraa Amajjii 2021

December 31, 2020

Dhaamsa Bara Haaraa HD ABO Irraa Amajjii 2021 Miseensota ABO Hogganootaa fi Miseensota akkasumas deggertoota ABO kanneen mana hidhaa jirtaniif Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ummata Oromoo Bal’aa Deggertoota QBO Firoottan QBOf Hunda dura baga bara haaraa [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

 Mootummaan garee dhaaba Badhaadhinaa qondaaltotaa fi miseensota ABO qaama tikaan ukkaamsuun hidhee jira.

December 20, 2020

 Mootummaan garee dhaaba Badhaadhinaa qondaaltotaa fi miseensota ABO qaama tikaan ukkaamsuun hidhee jira. Ibsa Adda Bilsummaa Oromo Muddee 20/2020 Humni dhaaba siyaasaa Badhaadhinaa aangoo of harkaa qabuu hookkara biyyatti keessatti dhaleessuun nagaa waaraa dhorkachuu yeroo [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Filannoo Biyyaalessaa fi Jeequmsa RFDI ilaalchisuun Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo

December 12, 2020

Filannoo Biyyaalessaa fi Jeequmsa RFDI ilaalchisuun Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Addi Bilisummaa Oromoo filannoo haqa qabeessaafi bilisaa fi ijaaramuu mootummaa RFDI dimokraatawaa hunda hammatetti amana. Paartiin biyya bulchaa jiru filannoo biyyaalessa 6ffaa bara 2021tti gaggeessuuf [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Deebisaa Ibsa Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Baasee.

November 5, 2020

    Deebisaa Ibsa Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Baasee. (Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo -Sadaasa 4, 2020)   Ibsa dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Kabajamoo Muusaa Faakii Mahamat Sadaasa 3,2020 haala yeroo Itoophiyaa keessaa ilaalchisuun [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Ajjeechaa Dhiha Oromiyaatti Raaw’atame Jabeessinee Balaaleffanna

November 2, 2020

  Ajjeechaa Dhiha Oromiyaatti Raaw’atame Jabeessinee Balaaleffanna (Ibsa ABO –Sadaasa 3, 2020) Guyyaa dheengaddaa, Sadaasa 1,2020 Dhiha Oromiyaatti lammiilee irratti ajjeechaan raawwatamuu miidiyaalee irraa kan dhageenye yoo tahu, ABOn ajjeechaa kana sagalee jabaadhaan akka balaaleffatu [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

ታጋዮችን ኣድኖ ማሰር ሃገርና ህዝብ ለገባበት ቀውስ መፍትሄ ኣይሆንም

November 2, 2020

    በምዕራብ ኦሮሚያ የተፈጸመውን ግድያ በጽኑ እያወግዛለን (የኦነግ መግለጫ –ህዳር 3, 2020ዓም) ከትላንት በስትያ ህዳር 1, 2020ዓም በምዕራብ ኦሮሚያ በዜጎች ላይ ግድያ መፈጸሙን ከመገናኛ ብዙሃን የሰማን ሲሆን፣ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ይህንን የግድያ ተግባር በጽኑ [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Qabsaawota Adamsanii Hidhuun Jeequmsa Biyyaa fi Ummanni Keessa Jiruuf Fala Hin Ta’u

November 2, 2020

  Qabsaawota Adamsanii Hidhuun Jeequmsa Biyyaa fi Ummanni Keessa Jiruuf Fala Hin Ta’u (Ibsa ABO –Sadaasa 2, 2020)   Duula ajjeechaa suukaneessaa fi hidhaa addatti dargaggoota irratti xiyyeeffatee deemaa jiruun cinaatti adamsuun miseensotaa fi deeggartoota [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

ለኦነግ ቀርቧል ስለተባለው ግልፅ ያልሆነ የስብሰባ ጥሪ መረጃው የለንም።

October 30, 2020

  ለኦነግ ቀርቧል ስለተባለው ግልፅ ያልሆነ የስብሰባ ጥሪ መረጃው የለንም። (የኦነግ መግለጫ -ጥቅምት 29,2020) ነገ ጥቅምት 30,2020ዓም ለሚካሄደው ስብሰባ ለኦነግ ጥሪ ቀርቧል መባሉን በተመለከተ ድርጅታችን ኦነግ የተደረገለት የስብሰባ ጥሪ ኣለመኖሩንና ኣንዳችም መረጃ ያልደርሰው መሆኑን ለአባሎቻችን [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Waamicha Walgahii Ifa Hin taanee ABOf Taasifame Jedhamu Quba Hin Qabnu

October 30, 2020

  Waamicha Walgahii Ifa Hin taanee ABOf Taasifame Jedhamu Quba Hin Qabnu (Ibsa ABO –Onkoloolessa 29, 2020)   Walgahii bor, Onkoloolessa 30, 2020, gaggeeffamuuf jiru irratti ABOf waamichi taasifameera kan jedhamu, dhaabni keenya kan irraa [Read More]

dargaggoota
Ibsa ABO

Ajjeechaan Dargaggoota Irratti Xiyyeffatee Oromiyaa keessatti raawwatamaa jiru, Yaaddoon Nageenyaa Daranuu Hammaataa deemuu Agarsiisa 

October 25, 2020

Ajjeechaan Dargaggoota Irratti Xiyyeffatee Oromiyaa keessatti raawwatamaa jiru, Yaaddoon Nageenyaa Daranuu Hammaataa deemuu Agarsiisa (Ibsa ABO –Onkoloolessa 25, 2020) Wayta jeequmsa nageenyaa Oromiyaa fi guutuu godinaa Gaanfa Afrikaarra gomboobee jiruun ummanni yaaddoo guddaan liqimfamee fi [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
ከኦነግ ዜና በአማርኛ

 በኦሮሚያ በወጣቶች ላይ ተነጣጥሮ እየተፈጸመ ያለው ግድያ የደህንነት ስጋት እየተባባሰ በመሄድ ላይ መሆኑን ያመልክታል

October 25, 2020

በኦሮሚያ በወጣቶች ላይ ተነጣጥሮ እየተፈጸመ ያለው ግድያ የደህንነት ስጋት እየተባባሰ በመሄድ ላይ መሆኑን ያመልክታል (የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ –ጥቅምት 25, 2020ዓም) በመላው ኦሮሚያና በኣፍሪካ ቀንድ ቀጣና ላይ ባጠላው የደህንነት ቀውስ ህዝቡ በከፍተኛ ስጋት በተዋጠበትና እንደኦሮሞ [Read More]

Daawud Ibsaa
Ibsa ABO

Kello Media fi OMN: Turtii Jaal Daawud Ibsaa fi Itti Gaafatamaa Damee Sab-Qunnamtii ABO Waliin

October 13, 2020

Kello Media fi OMN: Turtii Jaal Daawud Ibsaa fi Itti Gaafatamaa Damee Sab-Qunnamtii ABO Waliin Kello Media fi OMN: Turtii Jaal Daawud Ibsaa fi Itti Gaafatamaa Damee Sab-Qunnamtii ABO Waliin

Obsi
ከኦነግ ዜና በአማርኛ

የኢትዮጵያ ፖለቲካ ችግሮችና መሰረታዊ መፍትሄው

October 8, 2020

  የኢትዮጵያ ፖለቲካ ችግሮችና መሰረታዊ መፍትሄው (Civil Political Discourse for Ethiopian Peoples)   ኢትዮጵያ በኣሁኑ ወቅት የገባችበት የፖለቲካ ችግር በተለይም ደግሞ በኦሮሚያ እየታዩ ያሉት ውስብስብ ችግሮች ኦሮሚያን የቀውስና ጦርነት ኣውድማ በማድረግ ኣለመረጋጋት እንዲኖር ማድረግ ብቻ [Read More]

Daawud Ibsaa
Ibsa ABO

Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa haala ijaaramuu Mootummaa Ce’umsaa Oromiyaa irratti ibsa kennan

October 8, 2020

Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa haala ijaaramuu Mootummaa Ce’umsaa Oromiyaa irratti ibsa kennan [SQ Onkoloolessa 8/2020] Ibsa guyyaa har’aa (Onkoloolessa 8/2020) kennaniin Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa barbaachisummaa Mootummaa Ce’umsaa Oromiyaa akeekaniiru. “Ammatti [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga

Dhaamsa Bara Haaraa HD ABO Irraa Amajjii 2021

Ibsa ABO
December 31, 2020
Dhaamsa Bara Haaraa HD ABO Irraa Amajjii 2021 Miseensota ABO Hogganootaa fi Miseensota akkasumas deggertoota ABO kanneen mana hidhaa jirtaniif Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ummata Oromoo Bal’aa Deggertoota QBO Firoottan QBOf Hunda dura baga bara haaraa [Read More]

Du’aan Boqochuu Koloneel Aliyyii Cirrii Ilaalchisee

Info Deeskii ABO
November 15, 2017

Ummatni Jaalalaan Malee Lolaan Hin Mohatamu

Info Deeskii ABO
November 14, 2017
In the Spotlight

Hanga Sirni Wayyaanee Angoorra Jirutti Ajjeechaan Hordoftoota Amantii Adda Addaarra Geessifamu Akka Hin Dhaabbanne Yakki Waldayaatti Raawwatame Ragaa taha

by admin in Ibsa ABO

April 2020
M T W T F S S
 12345
6789101112
13141516171819
20212223242526
27282930  
« Mar   Sep »
  • Oduu
    • Dhiittaa Mirga Dhala Namaa
    • Ibsa ABO
    • ከኦነግ ዜና በአማርኛ
    • Info Deeskii ABO
    • Oduu Gara Garaa
    • Waamicha
  • Ijoo Dubbii
  • Kaayyoo ABO
  • Imaammata ABO
  • Oromiyaan Wal Baraa
  • SBO/VOL

Copyright @2017 Oromo Liberation Front