በኢትዮጵያ ውስጥ እየተካሔደ ያለው ተከታታይ የንጹሃን ዜጎች ፍጅት ለህግ እና ስርአት መፍረስ ጉልህ ማሳያ ነው።
በኢትዮጵያ ውስጥ እየተካሔደ ያለው ተከታታይ የንጹሃን ዜጎች ፍጅት ለህግ እና ስርአት መፍረስ ጉልህ ማሳያ ነው። የኦነግ መግለጫ የብልጽግና መንግስት ወደ ስልጣን ከመጣ ከ2018 ዓ/ም ጀምሮ በጅምላ የተገደሉት የኦሮሞ ቁጥር እና ሌሎች ሰላማዊ ሰዎች እጅጉን [Read More]
በኢትዮጵያ ውስጥ እየተካሔደ ያለው ተከታታይ የንጹሃን ዜጎች ፍጅት ለህግ እና ስርአት መፍረስ ጉልህ ማሳያ ነው። የኦነግ መግለጫ የብልጽግና መንግስት ወደ ስልጣን ከመጣ ከ2018 ዓ/ም ጀምሮ በጅምላ የተገደሉት የኦሮሞ ቁጥር እና ሌሎች ሰላማዊ ሰዎች እጅጉን [Read More]
BEEKSISA Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) Mootummaan Cehumsa Biyyoollessa Naannoo Oromiyaa (MCBNO) Adoollessa 01, 2021 labsame akka lafa qabatee dirqamaa fi gahee isaa bahu gochuuf adda durummaan hojjachaa tureera. Haala rakkisaa amma keessa jirru kanatti lammiileen [Read More]
SADAASI 9, KAAYYOO DHALOOTI QUBEE IRRATTI WAREEGAMAN BAKKAAN GAHUUF, GUYYAA ITTI IRBUU KEENYA HAAROMFANNUU DHA Ibsa ABO Sadaasa 09, 2021 Sadaasa 9, bara 2021 baga nagaan geessan! Qeerroo fi Qarreen Bilisummaa Oromoo, qabsoo bilisummaa [Read More]
Jaal Fiqaaduu Magarsaa du’aan addunyaa kanarraa boqotan. Oduu Gaddaa Ijoo Dubbii ABO Qabsoo Bilisummaa Oromoo Adda Bilisummaa Oromootiin geggeeffamu keessatti dirqama dhaabni itti kenne sirnaan ba’achaa kan turan Jaal Fiqaaduu Magarsaa dhibeedhaan qabamanii hospitaala Montigoomerii [Read More]
Ongee Gaddaan Laphee Nama Cabsu Uummata Keenya Godina Booranaa Mudatee Jiru Ilaalchisee Ibsa Addi Bilisummaa Oromoo Baase. Onkololessa 17, 2021 Galma aadaa fi duudhaa Oromoo kan taate Booranaan dararama nam-tolchee fi uumamaatiin [Read More]
Ajjeechaa guyyaa saafaan qaamoleen hidhatan Uummata Oromoo Wallaggaa harka nagaa fi hidhannoo hin qabne irratti raawwatameef adda durummaan kan itti gaafatamu Mootummaa Dr.Abiyyi Ahimadiifi paartii isaa Paartii Badhaadhinaati. Ibsa ABO-Onkoloolessa 15/2021 Addi Bilisummaa [Read More]
Paartiin Badhaadhinaa ABO Maqaa Sirrii Hin Taaneen Waamuu fi Uummata Oromoo Maqaa Balleessuudhaaf Mirga Hin Qabu Ibsa ABO Onkoloolessa 8, 2021 Filannoo biyyaalessaa mootummaan Itoophiyaa Waxabajjii 21/2021 gaggeessee ture, adeemsi isaas ta’e bu’aan filannichaa fudhatama [Read More]
Gabaasi Komiishiniin Mirga Dhala Namaa Itoophiyaa Dhiyeesse Adda Bilisummaa Oromoo Kan Hin Amansiisnee fi Fudhatama Kan Hin Qabneedha Ibsa ABO, Hagayya 27/2021 Komiishiniin Mirga Dhala Namaa Itoophiyaa akka waan mirga dhala [Read More]
Waamicha Dirqama Miseensummaa ABO Bahuu Jaarmiyaa ABO Biyya Alaa Irraa Jaarmiyaan Addi Bilisummaa Oromoo(ABO) Yeroo ammaa kanatti haala waliigala Oromiyaa fi Impayera Ithiopia keessatti deemaa jiru xiinxala fi qormaata irratti hundaaye dhiheessuun sadarkaa adda [Read More]
Jaarmiyaa ABO Biyya Alaa Irraa Jaarmiyaan Addi Bilisummaa Oromoo(ABO) Yeroo ammaa kanatti haala waliigala Oromiyaa fi Impayera Ithiopia keessatti deemaa jiru xinxala qormaata irratti hundaaye dhiheessuun sadarkaa adda addaatti miseensota,Qondaalota fi hogganoota ABO itti maree yeroo dheeraa [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front