Reebicha Ulfaataa, Yakka Namoomaa Yaalii Ajjeechaa (Assassination Attempt) Hooggana ABO Ol’aanaa fi Gameessa (Senior) Irratti Raawwatame Gadi Jabeesinee Balaaleffanna! Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Hoogganni ABO miseensi Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO [Read More]
Oduu
Du’aan Boqachuu Artistii fi Qabsooftuu Haloo Daawwee Abdullaahii Alii Ilaalchisee Ibsa Gaddaa Adda Biisummaa Oromoo (ABO)
Du’aan Boqachuu Artistii fi Qabsooftuu Haloo Daawwee Abdullaahii Alii Ilaalchisee Ibsa Gaddaa Adda Biisummaa Oromoo (ABO) Du’aan boqachuu artistii fi qabsooftuu Oromoo Artist Haloo Daawwee yeroo dhageenyutti gaddi keenya akkaan ulfaataa dha. Artist [Read More]
Cuunfaa Leenjii Adda Bilisummaa Oromoo Caasaa Adda Addaa Marsaa Jahaan Kennamaa Ture
Cuunfaa Leenjii Adda Bilisummaa Oromoo Caasaa Adda Addaa Marsaa Jahaan Kennamaa Ture Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo ABO Onkoloolessa 11, 2023 | Finfinnee Itoophiyaa keessatti dirreen siyaasaa hagamuu dhiphaa tahuu fi addatti dhaaba keenya Adda [Read More]
Cuunfaa Leenjii Adda Bilisummaa Oromoo Caasaa Adda Addaa Marsaa Jahaan Kennamaa Ture
Cuunfaa Leenjii Adda Bilisummaa Oromoo Caasaa Adda Addaa Marsaa Jahaan Kennamaa Ture Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo ABO Itoophiyaa keessatti dirreen siyaasaa hagamuu dhiphaa tahuu fi addatti dhaaba keenya Adda Bilisummaa Oromoo ABOf ammoo qaawwi [Read More]
Gaaaga’ama ulfaataa ummatni keenya saaxilameef kan itti gaafatamu aangoo siyaasaa afaan qawween dhuunfatee kan jiru paartii PP ti.
Gaaaga’ama ulfaataa ummatni keenya saaxilameef kan itti gaafatamu aangoo siyaasaa afaan qawween dhuunfatee kan jiru paartii PP ti. Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Goolama siyaasaa Oromiyatti dhalchaniin goleelee Oromiyaa cufa keessatti maqaa gara [Read More]
Humnaan Nyaataniif Humna Hin Tahu
Humnaan Nyaataniif Humna Hin Tahu Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) No. stm 006/stm/2021 Fulbaanni 15, guyyaa seena qabeessa guyyaa gaafa hoogganni ABO gara biyyaatti deebi’e, guyyaa ummanni Oromoo biyyaan ala irraa akkasumas biyya [Read More]
Waraana Dhuma Hin Qabneen Lubbuu Dargaggoota Nagaa Bal’eessuun Dhaabbachuu Qaba
Waraana Dhuma Hin Qabneen Lubbuu Dargaggoota Nagaa Bal’eessuun Dhaabbachuu Qaba Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Addi Bilisummaa Oromoo waan kam iyyuu caalaa, waraana Itti gaafatamummaa hin qabnee fi maal na-dhibdee mootummaan Paartii Bilxiginnaa jalqabe gadi [Read More]
Hariiroon Mootummoota Ollaa Waliin Taasifamu Lammiileedhaaf Bu’aa Gaarii Argamsiisuu irratti Xiyyeeffachuu qaba.
Hariiroon Mootummoota Ollaa Waliin Taasifamu Lammiileedhaaf Bu’aa Gaarii Argamsiisuu irratti Xiyyeeffachuu qaba. Waliigaltee Waraanaa Haaraa Itiyoophiyaa fi Ertiraa Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Hariiroon Itiyoophiyaa fi Ertiraa bu’aa ba’ii hedduu keessa darbee jira. Kanaanis waraana [Read More]
𝐐𝐚𝐚𝐦𝐨𝐥𝐞𝐞𝐧 𝐃𝐡𝐚𝐚𝐛𝐛𝐚𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐦𝐭𝐨𝐨𝐦𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐐𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐅𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐃𝐡𝐢𝐦𝐦𝐢 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐮 𝐌𝐚𝐫𝐭𝐢, 𝐍𝐚𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐁𝐨𝐨𝐫𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐆𝐮𝐣𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐋𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐚𝐫𝐮𝐮𝐟 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐃𝐢𝐫𝐦𝐚𝐭𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝𝐢 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐖𝐚𝐚𝐦𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐚
𝐐𝐚𝐚𝐦𝐨𝐥𝐞𝐞𝐧 𝐃𝐡𝐚𝐚𝐛𝐛𝐚𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐦𝐭𝐨𝐨𝐦𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐐𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐅𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐃𝐡𝐢𝐦𝐦𝐢 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐮 𝐌𝐚𝐫𝐭𝐢, 𝐍𝐚𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐁𝐨𝐨𝐫𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐆𝐮𝐣𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐋𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐚𝐫𝐮𝐮𝐟 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐃𝐢𝐫𝐦𝐚𝐭𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝𝐢 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐖𝐚𝐚𝐦𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐚 Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Addi Bilisummaa [Read More]
Oromoota Walloo Irratti Lolli Qindaawaan Banamuun Lubbuu fi Qabeenyi Badaa Jiraachuu Ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO
Oromoota Walloo Irratti Lolli Qindaawaan Banamuun Lubbuu fi Qabeenyi Ummataa Badaa Jiraachuu Ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO – Amajjii 24, 2023 Kaaba Oromiyaatti lolli qindaawaan mootummaa naannoo Amaaraatiin ummata Oromoo irratti banamuun lubbuun lammiilee nagaa badaa [Read More]