በንጹሃን ዜጎች ላይ የጦር ወንጀል እየፈጸመ ያለው የኢትዮጵያ መንግስት ከህግ ተጠያቂነት አያመልጥም
[pdf-embedder url=”https://oromoliberationfront.org/aforomo/wp-content/uploads/2018/03/amharic1-03-2018.pdf” title=”amharic1-03- 2018″]
[pdf-embedder url=”https://oromoliberationfront.org/aforomo/wp-content/uploads/2018/03/amharic1-03-2018.pdf” title=”amharic1-03- 2018″]
Mootummaan Itoophiyaa Yakka Waraanaa Ummata Nagaa Irratti Raaw’achaa Jiruuf Gaafatama Seeraa Jalaa Hin bahu (Ibsa ABO Ajjeechaa Moyaalee Irratti) Ajjeechaan jumlaa Moyaalee (Moyaalee Massacre) guyyaa kaleessa (Bitootessa 10, 2018) Mootummaan Itoophiyaa kan murna bicuu [Read More]
Mootummaan Itoophiyaa Yakka Waraanaa Ummata Nagaa Irratti Raaw’achaa Jiruuf Gaafatama Seeraa Jalaa Hin bahu (Ibsa ABO Ajjeechaa Moyaalee Irratti) Ajjeechaan jumlaa Moyaalee (Moyaalee Massacre) guyyaa kaleessa (Bitootessa 10, 2018) Mootummaan Itoophiyaa kan murna bicuu TPLFiin [Read More]
Ummata Irratti Lola Deddeebisanii Labsuun Xumura Sirna Gabrummaa Hin Hanqisu (Ibsa ABO, Labsii Yeroo Hatattamaa Wayyaanee Ilaalchisuudhaan) “Labsii Yeroo Hatattamaa/State of Emergency” jechuudhaan kan Wayyaaneen guyyaa kaleessaa (Gurraandhala 16, 2018) ammas deebisee labse kun bu’uura [Read More]
Ajjeechaa Jumlaa Lammiilee Oromoo Irratti Jabeessuun Wayyaanee, Sochii Xumura Sirnichaa Jabeessa Malee hin Dhaabu ! (Ibsa ABO Gurraandhala 13, 2018) Ajjeechaa Jumlaa Lammiilee Oromoo Irratti Jabeessuun Wayyaanee sochii Xumura sinichaa irratti deemaa jiru jabeessa malee [Read More]
Hanga Sirni Wayyaanee Angoorra Jirutti Ajjeechaan Hordoftoota Amantii Adda Addaarra Geessifamu Akka Hin Dhaabbanne Yakki Waldayaatti Raawwatame Ragaa taha (Ibsa ABO) Mootummaan Wayyaanee ajjeechaa fi balaa suukaneessaa Ummatoota Itoophiyaa amantaa adda addaa hordofan irraan gahu [Read More]
Hidhaa Irraa Guutummaatti Kan Hiikamnu Diina Nu Hidheen Osoo Hin Taane Qabsoo Bilisummaa Qofaani ! (Ibsa ABO Amajjii 18, 2018) Bubbee warraaqsaa yeroo ammaa mootummaa Itoophiyaa raasaa jiruuf sababni guddaan tokko Gaaffii Bilisummaa Oromoo tahuun [Read More]
Yakka Dhala Namaa Irratti Dalagamu Dhaabsisuu Malee Bakkaa fi Akkaataa Yakka Itti Dalagan Jijjiirrachuudhaan Furmaatni Hin Dhufu (Ibsa ABO Amajjii 04, 2018) Amharic Version – PDF EPRDF waggaa 27 dura humna waraanaan mootummaa Dargii fonqolchee [Read More]
ABO: Dhaamsa Waggaa Haaraa 2018 Adda Bilisummaa Oromoo Irraa For Amharic Version Click Here Kabajamaa Ummata Oromoo, biyya kee irratti Abbaa tahuuf Qabsoo Bilisummaa finiinsaa jirtu, Qeerroo Bilisummaa Oromoo, gabrummaatti xumura gochuuf diina sarduu irratti [Read More]
Amharic Version Ummanni Oromoo erga bittaa alagaa jalatti kufee ajjeechaan kan irraa hin dhaabbanne tahus, bara bulchiinsa abbaa irree wayyaanee keessa fixiinsi jumlaa ummatoota Impaayera Itoophiyaa keessaa kophaatti Oromoo irratti qofa qiyyaafatee irratti gaggeeffamaa jira. [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front