ግንቦት 20 የኢሕኣዴግ ብቻ በዓል እንጂ ህዝቡን ኣይመለከትም
ግንቦት 20 የኢሕኣዴግ ብቻ በዓል እንጂ ህዝቡን ኣይመለከትም የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ የሕወሓት/ኢሕኣዴግ ስርዓት ከተቀጣጠለበት የህዝቦች ተቃውሞ የተነሳ እንደለመደው መጓዝ ስለተሳነው የግለሰቦች ለውጥ ለማ ድረግ ተገድዷል። በዚህም ዶር. ኣብይ ኣህመድ ጠቅላይ ሚኒስትር ሆኖ ተሹሟል። ይህ [Read More]
ግንቦት 20 የኢሕኣዴግ ብቻ በዓል እንጂ ህዝቡን ኣይመለከትም የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ የሕወሓት/ኢሕኣዴግ ስርዓት ከተቀጣጠለበት የህዝቦች ተቃውሞ የተነሳ እንደለመደው መጓዝ ስለተሳነው የግለሰቦች ለውጥ ለማ ድረግ ተገድዷል። በዚህም ዶር. ኣብይ ኣህመድ ጠቅላይ ሚኒስትር ሆኖ ተሹሟል። ይህ [Read More]
ሁሉም ሃገራትና ህዝቦች በታሪካቸው ውስጥ ለህዝባቸውና ለሃገራቸው ታላቅ ስራ በመስራት የሚዘከሩ ጀግኖች ኣሏቸው። ጀግንነት ሃይል፣ ሃብት፣ እውቀትንና ህይወትንም ጨምሮ ከግል ጥቅም በይበልጥ ለህዝብ ወይንም ለሃገር ጥቅም በማዋል የሃገርና የህዝብን ጥቅም ማስጠበቅ መቻል ነው። በማንኛውም ሃገር [Read More]
Biyyootni fi Sabootni hundumtuu Gootota seenaa isaanii keessatti waan jajjabduu biyyaa fi Ummata isaaniitiif dalaguudhaan yaadataman ni qabu. Gootummaan humna, qabeenya, beekumsaa fi lubbuu ofii illee dabalee dantaa dhuunfaa ofii caalaatti dantaa Saba ykn. biyyaaf [Read More]
Rakkoo Siyaasaa Itoophiyaa Furuu Irratti Ejjannoo ABO Addi Bilisummaa Oromoo rakkoo siyaasaa mootummaa Itoophiyaa waliin jiru nagaan xumuruuf ammayyuu qophii tahuu beeksisaa, hasaawaan ABO fi Mootummaa Itoophiyaa gidduu bakka gareen sadaffaa jirutti fi haal-duree tokko [Read More]
በኢትዮጵያ በህዝቦች መካከል ግጭት መፍጠር የመንግስታዊ ሽብርተኝነት ተግባር ነው! ወቅታዊውን የኢትዮጵያ የፖለቲካ ሁኔታ በተመለከተ ከኣፋር ነጻነት ግንባር ፓርቲና ከኦሮሞ ነጻነት ግንባር የተሰጠ የጋራ መግለጫ መጋቢት 28, 2018 ዓም ኢትዮጵያን እየገዛ ያለው የሕወሃት/ኢሕኣዴግ ስርዓት ፍጻሜው የተቃረበውን [Read More]
Itoophiyaa Keessatti Ummatoota Jidduutti Walitti Bu’iinsa Dhalchuun Gocha Shororkeessummaa Mootummaa ti! Haala Siyaasaa Itoophiyaa Keessaa kan Yeroo ammaa Irratti Ibsa Waloo Paartii Adda Bilisummaa Affaari fi Adda Bilisummaa Oromoo Bitootessa 28, 2018 Sirnii Adda Bilisummaa [Read More]
[pdf-embedder url=”https://oromoliberationfront.org/aforomo/wp-content/uploads/2018/03/amharic1-03-2018.pdf” title=”amharic1-03- 2018″]
Mootummaan Itoophiyaa Yakka Waraanaa Ummata Nagaa Irratti Raaw’achaa Jiruuf Gaafatama Seeraa Jalaa Hin bahu (Ibsa ABO Ajjeechaa Moyaalee Irratti) Ajjeechaan jumlaa Moyaalee (Moyaalee Massacre) guyyaa kaleessa (Bitootessa 10, 2018) Mootummaan Itoophiyaa kan murna bicuu [Read More]
Mootummaan Itoophiyaa Yakka Waraanaa Ummata Nagaa Irratti Raaw’achaa Jiruuf Gaafatama Seeraa Jalaa Hin bahu (Ibsa ABO Ajjeechaa Moyaalee Irratti) Ajjeechaan jumlaa Moyaalee (Moyaalee Massacre) guyyaa kaleessa (Bitootessa 10, 2018) Mootummaan Itoophiyaa kan murna bicuu TPLFiin [Read More]
Ummata Irratti Lola Deddeebisanii Labsuun Xumura Sirna Gabrummaa Hin Hanqisu (Ibsa ABO, Labsii Yeroo Hatattamaa Wayyaanee Ilaalchisuudhaan) “Labsii Yeroo Hatattamaa/State of Emergency” jechuudhaan kan Wayyaaneen guyyaa kaleessaa (Gurraandhala 16, 2018) ammas deebisee labse kun bu’uura [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front