ኣግባብነት የሌለዉ መንገድ ወደ መፍትሔ ኣያመራንም
ኣግባብነት የሌለዉ መንገድ ወደ መፍትሔ ኣያመራንም (የኦነግ መግለጫ – ታሕሳስ 25 2018) በኦነግ፣ በኢትዮጵያ መንግስትና በኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት መካከል ከተደረሱ ስምምነቶች ዉስጥ የኦሮሞ ነጻነት ሠራዊትን የሚመለከቱ ጉዳዮችን ተግባራዊ በማድረጉ ሂደት ላይ የሚሰራ ኣንድ የጋራ ኮሚቴ [Read More]
		
ኣግባብነት የሌለዉ መንገድ ወደ መፍትሔ ኣያመራንም (የኦነግ መግለጫ – ታሕሳስ 25 2018) በኦነግ፣ በኢትዮጵያ መንግስትና በኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት መካከል ከተደረሱ ስምምነቶች ዉስጥ የኦሮሞ ነጻነት ሠራዊትን የሚመለከቱ ጉዳዮችን ተግባራዊ በማድረጉ ሂደት ላይ የሚሰራ ኣንድ የጋራ ኮሚቴ [Read More]
		
Adeemsi Karaa Malee Furmaatatti Geessuu Hin Danda’u Waliigaltee ABO, Mootummaa Itoophiyaa fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa gidduutti irra gahame hojiitti hiikuu keessatti dhimma WBO wajjin kan wal qabate irratti hojjechuuf Koreen Waloo takka ABO fi PDO [Read More]
		
Harka Tokkoon Ijaaraa Harka Kaaniin Diiguun Jijjiirama Hin Fidu. Araaras Hin Milkeessu (Ibsa ABO – Mudde 18, 2018) Addi Bilisummaa Oromoo Mootummaa Itoophiyaa wajjin waliigaltee irra gahe irratti hundaawuudhaan Kaayyoo qabsaawuuf galmaan gahuuf karaa nagaa [Read More]
		
Waadaan Araaraa fi Nageenyaa Gama ABOtiin Hin Jigu ! (Ibsa ABO – Mudde 13, 2018) Addi Bilisummaa Oromoo waliigaltee Mootummaa Itoophiyaa waliin irra geenye fiixaan baasuuf kan nu irraa eegamu hunda of qusannoo tokko malee [Read More]
		
Ibidda Rakkoo Irratti Beenzina Firfirsuun Itti Gaafatamummaa Dagachuu Dha (Ibsa ABO – Mudde 05, 2018) Gidduu kana (guyyoota muraasa as aanan) lafoota Godinaalee Oromiyaa iddoo adda addaa hedduu keessatti Ummatni keenya kum-dhibbootaan daandiitti bahee sagalee [Read More]
		
Ajjeechaan Ummata Keenya Irratti Gaggeeffamu Dhaabbachuu Qaba ! (Ibsa ABO – Sadaasa 30, 2018) Duulli ajjeechaa yeroo ammaa karaa Dhiha Oromiyaa hidhattoota maqaa Ummata Gumuziin hidhachiifamanii sosso’aniin Oromoota naannoo sanaa irratti gaggeeffamaa jiru sadarkaa hedduu [Read More]
		
Tarkaanfiin Shakkamtoota Seeratti Dhiheessuu Jajjabeeffamuu Qaba (Ibsa ABO Sadaasa 17, 2018) Mootummaan Itoophiyaa kan EPRDFiin hoogganamu aangawoota isaa kanneen waggoota 27 dabran keessatti yakkoota dhiittaa mirga dhala namaa suukanneessoo lammiilee nagaa irratti raaw’achaa turuutti shakkaman [Read More]
		
Ibsa Walgahii Shanee Gumii ABO Sadaasa 12, 2018 Shaneen Gumii ABO Walgahii isaa dhaabbataa 4ffaa Sadaasa 09 – 11, 2018 magaalaa guddittii Oromiyaa Finfinnee keessatti gaggeeffatee milkii fi injifannoodhaan xumuratee jira. Sadaasa 09, Guyyaa seena-qabeessaa [Read More]
		
Dubbii Osoo Hin Qulqulleeffatin Miidiyaatti Bahanii Ummata Burjaajessuun Qaama Biyya Bulchu Irraa Hin Eegamu (Ibsa ABO – Sadaasa 08, 2018) Hoogganaan Biiroo Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Adimaasuu Daamxoo ibsa haala yeroo irratti Onkoloolessa [Read More]
		
ያለ አግባብ ለሚጠፋው የሰዉ ሕይወትና ንብረት ተጠያቂነት ልኖር ይገባል (የኦነግ መግለጫ – ጥቅምት 30, 2018) የኦሮሞ ነጻነት ግንባርና የኢትዮጵያ መንግስት ስምምነታችንንና በሕዝቡ ዉድ መስዋዕትነት የተግኘዉ የለዉጥ ሂደት በኣስተማማኝ መልኩ ስር በመስደድ ስኬታማ እንድሆን በማድረጉ ሂደት [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front