• Home
  • Link to English
  • SBO/VOL
  • Nu Qunnamaa
Adda Bilisummaa Oromoo

  • Oduu
    • Dhiittaa Mirga Dhala Namaa
    • Ibsa ABO
    • ከኦነግ ዜና በአማርኛ
    • Info Deeskii ABO
    • Oduu Gara Garaa
    • Waamicha
  • Ijoo Dubbii
  • Kaayyoo ABO
  • Imaammata ABO
  • Oromiyaan Wal Baraa
  • SBO/VOL
News Ticker
  • [ June 7, 2022 ] Ayyaana Waggaa 34ffaa Tamsaasa Raadiyoo Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) Waamicha
  • [ June 4, 2022 ] Ibsa ABO
  • [ May 11, 2022 ] Mootummaan Paartii Bilxiginnaa Kisaaraa Lola WBO Waliin Gaggeessaa Jiru Keessatti Irra Ga’eef Haloo Ba’uuf Jecha Ilmaan Oromoo Nagaa Gara Jabinaan Ajjeesuu itti fufee jira. Ibsa ABO
  • [ May 11, 2022 ] Seenaa Gabaabaa Jaal Dr. Fidoo Eebbaa (Taddasaa) Ibsa ABO
  • [ April 30, 2022 ] የብልጽግና ፓርቲ በኦሮሞ ህዝብ እና በኦሮሚያ ዘጎች ላይ የወጣውን ዘርፈ ብዙ ጦርነት አስመልክቶ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ የኦነግ መግለጫ- ሚያዚያ 21፣ 2014 Ibsa ABO

Oduu

Info Deeskii ABO

Ummatni Jaalalaan Malee Lolaan Hin Mohatamu

November 14, 2017

Ummatni Jaalalaan Malee Lolaan Hin Mohatamu (Ijoo Dubbii ABO Sadaasa 14, 2017) Lola kaayyoo Wayyaanee kan farra Bilisummaa Ummatootaa, farra dimokiraasii fi haqaa tahe fiixaan baasuuf bara 1992 Wayyaaneedhaan Ummata Oromoo irratti banamee waggoota 25 [Read More]

Ibsa ABO

Tooftaan Shiraa fi Humni Kamuu Galii QBO Hanqisuu fi Jallisuus Hin Danda’u

November 9, 2017

Tooftaan Shiraa fi Humni Kamuu Galii QBO Hanqisuu fi Jallisuus Hin Danda’u Sadaasa 09, bara 2005 ifatti Adda Bilisummaa Oromootiin labsamee hirmaannaa Ummata bal’aa Oromootiin guutuu Oromiyaa keessatti kan dhoohe Fincilli Diddaa Gabrummaa (FDG) kunoo waggoota [Read More]

Ibsa ABO

Akeekaa fi Galiin Qabsoo Bilisummaa Oromoo Ifaa fi Beekamaa Dha

November 4, 2017

Akeekaa fi Galiin Qabsoo Bilisummaa Oromoo Ifaa fi Beekamaa Dha Dubbiin jabduun irra deddeebinee Ummata keenya hubachiisuu feenu waadaa hin dhugoomne (waadaa kijibaa) namoota dhuunfaas tahe qaama kamuu irraa afaan mi’eeffatamee nutti lallabamuu fi olola [Read More]

Ibsa ABO

Qabsoo Itti Jirru Caalaatti Finiinsinee Galii Keenya Dhaqqabuuf Waadaa Haaromsachuudhaan Waggaa 12ffaa FDG Kabajanna

November 3, 2017

Qabsoo Itti Jirru Caalaatti Finiinsinee Galii Keenya Dhaqqabuuf Waadaa Haaromsachuudhaan Waggaa 12ffaa FDG Kabajanna (Ijoo Dubbii ABO Sadaasa 03, 2017) Seenaa Ummatootaa fi biyyootaa keessatti guyyootni, baatiilee fi barri gariin warra kaan irraa haala adda [Read More]

Ibsa ABO

Qe’ee Keenya Irratti Ajjeefamuun Kan Dhaabbatu Qabsoo Bilisummaa Qofaani

October 27, 2017

Qe’ee Keenya Irratti Ajjeefamuun Kan Dhaabbatu Qabsoo Bilisummaa Qofaani (Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo) Saamicha qabeenyaa, qe’ee ofii irraa humnaan buqqifamuu, hidhaa fi ajjeechaa dabalatee roorroon TPLF/EPRDF Ummatoota irratti geggeessu akkuma sirnichi tortoraa deemeen guyyuma irraa [Read More]

Ibsa ABO

Hiriiraa Nagaa Bahuun Mirga Waa Ibsachuu Ilmi Nama Qabu dha

October 19, 2017

Qaama Warraaqsa Biyyoolessaa Fincila Xumura Gabrummaa Waggootaaf itti fufiinsaan jiruu kan tahe hiriirri nagaa guddaan torbee dabrerraa kaasee Oromiyaa godinaalee adda addaatti bifa haaraan finiinaa akka jiru beekkamaa dha. Akkuma hiriira mormii bakkoota birootti deemaa [Read More]

Info Deeskii ABO

Waan Hin Jijjiiramne Irraa Jijjiirama Hin Eegnu

October 19, 2017

Waan Hin Jijjiiramne Irraa Jijjiirama Hin Eegnu (Ijoo Dubbiii ABO Onkoloolessa 18, 2017) Miidiyaa Wayyaanee irraan olola shiraan guutame kan jijjiirama fakkeeffamee yeroo yeroodhaan lallabamuu jalqabe kana osoo hin alanfatne akka hin liqimsine Ummata keenya [Read More]

Ibsa ABO

Alaabaan ABO/Oromoo Mallattoo Diddaa Gabrummaa fi Aasxaa Walabummaa Oromiyaa ti

October 16, 2017

Alaabaan ABO/Oromoo Mallattoo Diddaa Gabrummaa fi Aasxaa Walabummaa Oromiyaa ti (Ijoo Dubbii ABO Onk. 16, 2017) Qabsoo haqaa Sabni Oromoo Walabummaa isaa gonfachuuf geggeessaa turee fi jiru adda durummaadhaan kan hoogganu Addi Bilisummaa Oromoo Akeekaa [Read More]

Info Deeskii ABO

Tokkummaa fi Bilchina Irreecha 2017 Irratti Agarsiisne Bilisummaa Keenyaaf Haa Oolchinu

October 3, 2017

Tokkummaa fi Bilchina Irreecha 2017 Irratti Agarsiisne Bilisummaa Keenyaaf Haa Oolchinu (Ijoo Dubbii ABO) — Diinni waloo nuti (Oromoon) akka Sabaatti qab -nu humna weerartuu alagaa kan afaan qawweetiin biyya teenya (Oromiyaa) dhuunfatee mirga biyya teenya irratti [Read More]

Ibsa ABO

Ajjeechaa Jimlaa Hammarreessatti Oromoo Irratti Raaw’ateef Wayyaaneen Waan Harka Isaa Ni Argata !

September 16, 2017

Ajjeechaa Jimlaa Hammarreessatti Oromoo Irratti Raaw’ateef Wayyaaneen Waan Harka Isaa Ni Argata ! (Ibsa Balaaleffannaa Adda Bilisummaa Oromoo Irraa) Guyyaa kaleessaa (Fulbaana 15, 2017) ilmaan Oromoo 10,000 ol tahan humna “Liyyuu Poolisii” kan Bulchiinsa Mootummaa [Read More]

Posts navigation

« 1 … 17 18 19 20 »

Follow on Facebook

Recent Posts

Waamicha

Ayyaana Waggaa 34ffaa Tamsaasa Raadiyoo Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO)

June 7, 2022

Ayyaana Waggaa 34ffaa Tamsaasa Raadiyoo Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) Waxabajjii 18, 2022 Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO) waggaa 34ffaa tamsaasa raadiyoo itti eegale Waxabajjii 18, bara 2022 kabajata. SBOn guyyaa itti hundeeffame, Waxabajjii 15, bara 1988 [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

June 4, 2022

file:///C:/Users/odaa/OneDrive/Desktop/Ayyaana%20Waggaa%2034ffaa%20Tamsaasa%20Raadiyoo%20SBO.pdf

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Mootummaan Paartii Bilxiginnaa Kisaaraa Lola WBO Waliin Gaggeessaa Jiru Keessatti Irra Ga’eef Haloo Ba’uuf Jecha Ilmaan Oromoo Nagaa Gara Jabinaan Ajjeesuu itti fufee jira.

May 11, 2022

  Mootummaan Paartii Bilxiginnaa Kisaaraa Lola WBO Waliin Gaggeessaa Jiru Keessatti Irra Ga’eef Haloo Ba’uuf Jecha Ilmaan Oromoo Nagaa Gara Jabinaan Ajjeesuu itti fufee jira. Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Caamsaa 7, 2022 Tibba Dr.Abiyyi Ahimad [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Seenaa Gabaabaa Jaal Dr. Fidoo Eebbaa (Taddasaa)

May 11, 2022

    Seenaa Gabaabaa Jaal Dr. Fidoo Eebbaa (Taddasaa) Ibsa ABO Caamsaa 05, 2022   Jaal Dr Taddasaa Eebbaa Fidoo, baadiyaa Oromiyaa, Ona Najjoo, ganda Guduruu bakka addaa Qoxee Ginnasii keessatti, abbaa isaa obbo Eebbaa [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

የብልጽግና ፓርቲ በኦሮሞ ህዝብ እና በኦሮሚያ ዘጎች ላይ የወጣውን ዘርፈ ብዙ ጦርነት አስመልክቶ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ የኦነግ መግለጫ- ሚያዚያ 21፣ 2014

April 30, 2022

  የብልጽግና ፓርቲ በኦሮሞ ህዝብ እና በኦሮሚያ ዘጎች ላይ የወጣውን ዘርፈ ብዙ ጦርነት አስመልክቶ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ የኦነግ መግለጫ- ሚያዚያ 21፣ 2014 በዶ/ር አብይ አህመድ የሚመራው የብልጽግና ፓርቲ ወደ ስልጣን ከመጣ ወዲህ በኦሮሞ ህዝብ [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Waraana Mootummaan Paartii Bilxiginnaa Uummata Oromoo fi Lammilee Oromiyaa irratti kallattii maraan labsee jiru ilaalchisee

April 30, 2022

  Waraana Mootummaan Paartii Bilxiginnaa Uummata Oromoo fi Lammilee Oromiyaa irratti kallattii maraan labsee jiru ilaalchisee Ibsa Addi Bilisummaa Oromoo Baase Ibsa ABO-Ebla 29, 2022 Tibba Murni Paartii Bilxginnaa jedhamu Dr.Abiyyi Ahimadin durfamu aangoo qabate [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

በወሎ ኦሮሞ ሰላማዊ ዜጎች ላይ የብልጽግና ፓርቲ እና የአማራ ክልል መንግስት ወረራ አስመልክቶ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ

April 21, 2022

  በወሎ ኦሮሞ ሰላማዊ ዜጎች ላይ የብልጽግና ፓርቲ እና የአማራ ክልል መንግስት ወረራ አስመልክቶ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ የኦነግ መግለጫ- ሚያዝያ 21, 2022 ኦነግ በዶ/ር አብይ አህመድ የሚመራው የብልፅግና ፓርቲ መንግስት በ‹ዳግማዊ ምኒልክ ሪቫይቫል ርዕዮተ [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Weerara Namoota Nagaa – Oromoota Walloo irratti Mootummaa PP fi

April 21, 2022

  Weerara Namoota Nagaa – Oromoota Walloo irratti Mootummaa PP fi Mootummaa Naannoo Amaaraatiin Gaggeeffamaa Jiru Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo. Ibsa ABO – Eebla 21, 2022 ABO Mootummaan Paartii Bilxginnaa (PP) Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Ebli 15 Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo (GGO)

April 11, 2022

  Ebli 15 Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo (GGO) Ibsa-ABO- Ebla 11, 2022 Biyyootni fi Sabootni Addunyaa kana irra jiran gootota seenaa biyyaa fi saba isaaniif waan jajjabduu hojjatan qabu. Gootonni biyya isaaniif wareegaman wareegama qaamaa [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

The Oromo Liberation Front statement on the passing away of Former OLF Chairman

March 31, 2022

  The Oromo Liberation Front statement on the passing away of Former OLF Chairman Mr. Gelasa Dilbo OLF Statement- March 31, 2022 It is with the deep sorrow that the Oromo Liberation Front (OLF) learned [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

የምርጫ ቦርድ የኦነግ ጠቅላላ ጉባኤን አስመልክቶ አስተላልፎ የነበረውን ውሳኔ አሳድሶታል

March 29, 2022

  የምርጫ ቦርድ የኦነግ ጠቅላላ ጉባኤን አስመልክቶ አስተላልፎ የነበረውን ውሳኔ አሳድሶታል የኦነግ መግለጫ – መጋቢት 28/2022 የምርጫ ቦርድ ተወካዮች ለአንድ አመት በቤት ውስጥ እስር ላይ የነበሩትን የድርጅቱን ሊ/መንበር አቶ ዳውድ ኢብሳን መጎብኘቱን አስመልክቶ ኦነግ በቀን [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

March 28, 2022

  Boordiin Filannoo Itoophiyaa Murtii Ammaan Dura Kora Sabaa ABO Ilaalchisee Kennee Ture Haaromsee Jira   Ibsa ABO Bitootessa 28 /2022   ABOn ibsa gaafa guyyaa 16/03/2022 baaseen bakka buutonni Boordii Filannoo Itoophiyaa mana jireenya [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Boordiin Filannoo Itoophiyaa Mana Jireenyaa Hayyu-Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa Waggaa Tokkoo Oliif Keessatti Hidhaman Daawwachuudhaan Akka Gadhiifamaniif Haala Mijeessee Jira

March 16, 2022

  Boordiin Filannoo Itoophiyaa Mana Jireenyaa Hayyu-Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa Waggaa Tokkoo Oliif Keessatti Hidhaman Daawwachuudhaan Akka Gadhiifamaniif Haala Mijeessee Jira Hayyu-Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa Bitootessa 03/2021 irraa eegalee mana jireenyaa isaanii keessatti [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Addi Bilisummaa Oromoo Gocha Mootummaan Ta’e Jedhee Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo Dhukkuboota Daddarboodhaan Akka Hubamaniif Raawwachaa Jiru Balaaleffachaa, Hidhamtoonni Siyaasaa Marti Hatattamaan Akka Gadhiifaman Gaafata

March 16, 2022

    Addi Bilisummaa Oromoo Gocha Mootummaan Ta’e Jedhee Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo Dhukkuboota Daddarboodhaan Akka Hubamaniif Raawwachaa Jiru Balaaleffachaa, Hidhamtoonni Siyaasaa Marti Hatattamaan Akka Gadhiifaman Gaafata   Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo- Bitootessa 16/2022   Gareen [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

March 8, 2022

  OLF Considers the March 8 International Women’s Day as a significant Historical Event and denounce the Human Rights violations against Women in Ethiopia.   Statement of the Oromo Liberation Front – 08, March 2022 [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga

Ibsa ABO
June 4, 2022
file:///C:/Users/odaa/OneDrive/Desktop/Ayyaana%20Waggaa%2034ffaa%20Tamsaasa%20Raadiyoo%20SBO.pdf
ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga

Dubartootni Fi Daa’imman Oromoo Mirgaan Biyya Isaanii Oromiyaa Irra Jiraachuuf MCBNO Hundeeffachuun Furmaata Waaraati!

Info Deeskii ABO
May 9, 2021

Du’aan Boqochuu Koloneel Aliyyii Cirrii Ilaalchisee

Info Deeskii ABO
November 15, 2017
ABO Oromoo Gadaa Wareegamtoota
In the Spotlight

Bakka Bulchiinsi Afaan Qawwee Jirutti Qabsoo Hidhannoo Irraa Duroomuun Hin Danda’amu

by Odaa Xassee in Ijoo Dubbii ABO

August 2022
M T W T F S S
1234567
891011121314
15161718192021
22232425262728
293031  
« Jun    
  • Oduu
    • Dhiittaa Mirga Dhala Namaa
    • Ibsa ABO
    • ከኦነግ ዜና በአማርኛ
    • Info Deeskii ABO
    • Oduu Gara Garaa
    • Waamicha
  • Ijoo Dubbii
  • Kaayyoo ABO
  • Imaammata ABO
  • Oromiyaan Wal Baraa
  • SBO/VOL

Copyright @2017 Oromo Liberation Front