የኢትዮጵያ ፖለቲካ ችግሮችና መሰረታዊ መፍትሄው
የኢትዮጵያ ፖለቲካ ችግሮችና መሰረታዊ መፍትሄው (Civil Political Discourse for Ethiopian Peoples) ኢትዮጵያ በኣሁኑ ወቅት የገባችበት የፖለቲካ ችግር በተለይም ደግሞ በኦሮሚያ እየታዩ ያሉት ውስብስብ ችግሮች ኦሮሚያን የቀውስና ጦርነት ኣውድማ በማድረግ ኣለመረጋጋት እንዲኖር ማድረግ ብቻ [Read More]
የኢትዮጵያ ፖለቲካ ችግሮችና መሰረታዊ መፍትሄው (Civil Political Discourse for Ethiopian Peoples) ኢትዮጵያ በኣሁኑ ወቅት የገባችበት የፖለቲካ ችግር በተለይም ደግሞ በኦሮሚያ እየታዩ ያሉት ውስብስብ ችግሮች ኦሮሚያን የቀውስና ጦርነት ኣውድማ በማድረግ ኣለመረጋጋት እንዲኖር ማድረግ ብቻ [Read More]
Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa haala ijaaramuu Mootummaa Ce’umsaa Oromiyaa irratti ibsa kennan [SQ Onkoloolessa 8/2020] Ibsa guyyaa har’aa (Onkoloolessa 8/2020) kennaniin Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa barbaachisummaa Mootummaa Ce’umsaa Oromiyaa akeekaniiru. “Ammatti [Read More]
Gaheen Hawaasaa fi qabsaa’otaa galateessamuu malee waakkatamuun hin malle. Ibsa Jaarmayaa ABO – Caasaa Biyya Ambaa Gidduu kana deddeebi’ee ijoon dubbii sabaa himaalee Habashootaa fi media PP lellisu irratti qooda Hawaasa Oromoo biyya alaa [Read More]
የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር በሃገሪቷ በተለይም በኦሮሚያና በኣማራ ክልል ውስጥ ባሉ ችግሮች ላይ ከሌሎች የኦሮሞና የኣማራ የፖለቲካ ፓርቲዎች ጋር ውይይት ማካሄዱ ይታወሳል። ውይይቱም በፓርቲዎቹ ኣበይት የፖለቲካ ኣጀንዳዎች፣ በዘግናኝ የሰብዓዊ መብት ጥሰቶች በተለይም [Read More]
Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Addi Bilisummaa Oromoo rakkinoota biyyattii addattis haala Oromiyaa fi naannoo Amaaraa keessaa irratti paartilee Oromoo kanneen biroo fi paartilee siyaasaa Amaaraa waliin ji’oota dura marii gaggeessuun ni yaadatama. Mariin kunis, dhimmoota [Read More]
Kaayyoo Wareegamtoota Keenyaa Galmaan Ni Geenya! Ebla 15 (Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo) Kan 2020 Ilaalchisee (Ibsa ABO – Ebla 11, 2020) Ebli 15 Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo ti. Guyyaan kun Gootota qabsaawota keenya kanneen Bilisummaa [Read More]
Murtii fi Kutannoolee Walgahii Gumii Sabaa 2ffaa ABO (Bitootessa 18, 2020) Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (GS-ABO) walgahii isaa 2ffaa Bitootessa 16 – 18, 2020 adeemsifate. Walgahiin Gumii Sabaa ABO 2ffaa bu’aa-bahii Dhaabni Adda Bilisummaa [Read More]
የሀገር ሰላምና የዜጎች ደህንነት ሊረጋገጥ የሚችለዉ ሁሉም ወገኖች ለሁለንተናዊ መፍትሄ ተግተዉ ስሰሩ ብቻ ነው (የኦነግ መግለጫ – የካቲት 14, 2012) የክስተቱን መንስዔና አጠቃላይ ምንነቱን አስመልክቶ እስካሁን በቂ ግንዛቤና መረጃ ባይኖረንም እንኳ በትናንትናዉ ዕለት (የካቲት 13, [Read More]
Furmaata Waliigalaatiif Hojjechuutu Nageenya Biyyaa fi Lammiilee Mirkaneessa (Ibsa ABO – Gurraandhala 22, 2020) Ka’umsa dubbii fi ragaaleen biroo dhimma kanaan wal qabatan maal akka tahan beekuu baannus ajjeechaa fi miidhaa biroo guyyaa kaleessaa (Gurraandhala [Read More]
በኢትዮጵያ መንግስት እየተፈጸመ ያለዉ የሰብዓዊ መብት ረገጣ በነፃ እና ገለልተኛ አካል ምርመራ ልደረግበት ይገባል ! (የኦነግ መግለጫ – ጥር 23, 2012 ዓ.ም.) ከምዕራብ ኦሮሚያ (የወለጋ ዞኖች) ቴሌፎንና ኢንተርኔትን የመሳሰሉት የመገናኛ አገልግሎቶች በመንግስት ከተቋረጡ 1 ወር [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front