Oduu
በአሁኑ ወቅት እየተከሄደ ያለውን ህገወጥ ጠቅላላ ጉባኤን በተመለከተ የኦነግ መግለጫ
መጋቢት 3 ቀን 2013 ዓ.ም [Read More]
በኢትዮጵያ ውስጥ ያለ የምርጫ ጉዳዮችን በተመለከተ በኦነግ የተሰጠ የፕሬስ መግለጫ
በኢትዮጵያ ውስጥ ያለ የምርጫ ጉዳዮችን በተመለከተ በኦነግ የተሰጠ የፕሬስ መግለጫ (የካቲት 29 ቀን 2013 ዓ.ም) ኦነግ ከኢትዮጵያ መንግስት ጋር ባደረገዉ ስምምነት ለአስርት አመታት የቆየውን ጠላትነት ነሐሴ 2010 ዓ.ም አቋርጦ የኦሮሞን ህዝብ የዲሞክራሲ እና የራስን [Read More]
Filmaata Biyyoolessaa Itophiyaarratti Ibsa ABO
ADDA BILISUMMAA OROMOO Filmaata Biyyoolessaa Itophiyaarratti Ibsa ABO (Bitootessa 8, 2021) Akkuma yaadatamu ABO qabsoo hidhannoo waggoota dheeraaf mootummoota Itophiyaa waliin gochaa ture hagayya 2018 keessa dhaabee gaaffii Oromoo gulantaa haarawaatti jijjiire. Kunis [Read More]
Humna Hidhate Hiriira Nagaa Ugguruuf Ajjeechaa fi Reebicha Raawwachaa Jiru ABOn ni Balaaleffata.
Humna Hidhate Hiriira Nagaa Ugguruuf Ajjeechaa fi Reebicha Raawwachaa Jiru ABOn ni Balaaleffata. (Ibsa ABO – Guraandhala 11, 2021) Jalqaba baatii Guraandhalaa kana keessaa Party Prosperity (PPn) ummata dirqisiisee Mootummaa Dr Abiy [Read More]
Ibsa Gaddaa- Du’a Dargaggoota Calanqoo, Baha Haragee, Oromiyaa
Ibsa Gaddaa- Du’a Dargaggoota Calanqoo, Baha Haragee, Oromiyaa Du’a Calanqootti Raawwatameen Gadda Guddaatu nutti Dhagahama! (Ibsa ABO – Guraandhala 4, 2021. Guyyaa dheengaddaa, Guraandhala 2, 2021 Baha Oromiyaa, Magaalaa Calanqoorraa dargaggoo barattoota 50 [Read More]
ከኦሮሞ ነፃነት ግንባር የምርጫ ቦርድ የቦርዱ ኮሙዩኒኬሽን ጉዳዮች ኃላፊ ለሚድያ ተቋማት የስጠችውን መግለጫ በተመለከተ የተስጠ ወቅታዊ አቋም
ከኦሮሞ ነፃነት ግንባር የምርጫ ቦርድ የቦርዱ ኮሙዩኒኬሽን ጉዳዮች ኃላፊ ለሚድያ ተቋማት የስጠችውን መግለጫ በተመለከተ የተስጠ ወቅታዊ አቋም ጥር 2021 ዓም የኦሮሞ ነፃነት ግንባር እንደ ተፎካካሪ ሀገራዊ ፖለቲካ ፖርቲ ከምርጫ ቦርድ የምንጠብቀው ቢያንስ በገለልተኝነት ሀላፊነቱን እንደወጣ [Read More]
Dhaamsa Bara Haaraa HD ABO Irraa Amajjii 2021
Dhaamsa Bara Haaraa HD ABO Irraa Amajjii 2021 Miseensota ABO Hogganootaa fi Miseensota akkasumas deggertoota ABO kanneen mana hidhaa jirtaniif Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ummata Oromoo Bal’aa Deggertoota QBO Firoottan QBOf Hunda dura baga bara haaraa [Read More]
Mootummaan garee dhaaba Badhaadhinaa qondaaltotaa fi miseensota ABO qaama tikaan ukkaamsuun hidhee jira.
Mootummaan garee dhaaba Badhaadhinaa qondaaltotaa fi miseensota ABO qaama tikaan ukkaamsuun hidhee jira. Ibsa Adda Bilsummaa Oromo Muddee 20/2020 Humni dhaaba siyaasaa Badhaadhinaa aangoo of harkaa qabuu hookkara biyyatti keessatti dhaleessuun nagaa waaraa dhorkachuu yeroo [Read More]
Filannoo Biyyaalessaa fi Jeequmsa RFDI ilaalchisuun Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo
Filannoo Biyyaalessaa fi Jeequmsa RFDI ilaalchisuun Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Addi Bilisummaa Oromoo filannoo haqa qabeessaafi bilisaa fi ijaaramuu mootummaa RFDI dimokraatawaa hunda hammatetti amana. Paartiin biyya bulchaa jiru filannoo biyyaalessa 6ffaa bara 2021tti gaggeessuuf [Read More]
