
Ibsa ABO


የተወዳጁ አርቲስት ሃጫሉ ሁንዴሳ ግድያ 1ኛ ዓመት መታሰቢያን ምክንያት በማድረግ ከኦሮሞ ነጻነት ግንባር የተሰጠ መግለጫ -ሰኔ 28፡ 2021ዓም የኦ ነ ግ መግለጫ- ሰኔ 28፡ 2021ዓም
የተወዳጁ አርቲስት ሃጫሉ ሁንዴሳ ግድያ 1ኛ ዓመት መታሰቢያን ምክንያት በማድረግ ከኦሮሞ ነጻነት ግንባር የተሰጠ መግለጫ -ሰኔ 28፡ 2021ዓም የኦ ነ ግ መግለጫ- ሰኔ 28፡ 2021ዓም የተወዳጁን አርቲስት ሃጫሉ ሁንዴሳን ግድያ 1ኛ ዓመት ስናከብር የህዝባቸውን ሃቅ [Read More]

Yaadannoo Waggaa 1ffaa Ajjeechaa Artistii Jaallatamaa Haacaaluu Hundeessaa Ilaalchisuun Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo.
Yaadannoo Waggaa 1ffaa Ajjeechaa Artistii Jaallatamaa Haacaaluu Hundeessaa Ilaalchisuun Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo. Ibsa ABO, Waxabajjii 28/2021 Yaadannoo waggaa 1ffaa ajjeechaa Artistii jaallatamaa Haacaaluu Hundeessaa yommuu kabajannu, ilmaan sabaa, haqa uummata isaanii gad [Read More]

IBSA GADDAA ABO
IBSA GADDAA ABO Jaal Dheengee Huseen Kulaa, Miseensa Koree Hojii Gaggeesituu ABO akka tasaatti du’aan of biraa dhabuun gudda guddaan nutti dhagahamuu ibsina. Jaal Dheengeen Jimaata barii gaafa Waxabajjii 25, 2021 Hospotala Nairobii, Kenyatti [Read More]

Mootummaan Baraaraa Akka Hundeeffamuu Fi Mariin Siyaasaa Qooda Fudhattoota Mara Hirmaachise Akka Gaggeeffamuuf Waamicha Goona
Mootummaan Baraaraa Akka Hundeeffamuu Fi Mariin Siyaasaa Qooda Fudhattoota Mara Hirmaachise Akka Gaggeeffamuuf Waamicha Goona Ibsa ABO, Waxabajjii 25/2021 Rakkoo siyaasaa, nageenyaa fi heera mootummaa biyyattii mudachaa jiru ilaalcha keessa galchuudhaan, filannoon haala akkanaa [Read More]

በኢትዮጵያ ጊዜያዊ የኢፌዲሪ አድን መንግስት እንዲመሰረትና በባለድርሻ ኣካላት መካከል ሁሉን-አቀፍ የፖለቲካ ውይይት እንዲጀመር የቀረበ ጥሪ
በኢትዮጵያ ጊዜያዊ የኢፌዲሪ አድን መንግስት እንዲመሰረትና በባለድርሻ ኣካላት መካከል ሁሉን-አቀፍ የፖለቲካ ውይይት እንዲጀመር የቀረበ ጥሪ (የኦነግ መግለጫ -ሰኔ 25, 2021 ዓም) ሃገሪቷን እየገጠማት ያለውን የፖለቲካ፡ የደህንነትና የህገ-መንግስት ቀውስ መፍትሄ ኣስፈላጊነት በመገምገም ኦነግ ቀደም ሲል [Read More]

Dararama Mootummaan Mooticha Saud-Arabiyaa Baqattoota Ilmaan Oromoo Biyyattii Keessatti Hidhamanii Jiran Irratti Raawwate ABO fi KFOn Cimsinee Balaaleffanna
Dararama Mootummaan Mooticha Saud-Arabiyaa Baqattoota Ilmaan Oromoo Biyyattii Keessatti Hidhamanii Jiran Irratti Raawwate ABO fi KFOn Cimsinee Balaaleffanna Ibsa ABO fi KFO irraa kenname Waxabajjii, 21, 2021 Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) fi Koongiresiin Federaalistii [Read More]

Waxabajjii 15 Guyyaa Hundeeffama SBO Waggaa 33ffaa Ilaalchisee Ibsa ABO
Waxabajjii 15 Guyyaa Hundeeffama SBO Waggaa 33ffaa Ilaalchisee Ibsa ABO (Ibsa ABO – Waxabajjii 15, 2021) Hunda dura miseensota fi deeggartoota ABO akkasumas Ummata bal’aa Oromoon baga guyyaa seena qabeessa Waxabajjii 15 Guyyaa Hundeeffama SBOtin [Read More]

Loltootni Eritraa Dararaa Suukanneessaa Ummata Sivilii Abbayi Coomman, Dhiha Oromiyaa Irraan Gahaa Jiru.
Loltootni Eritraa Dararaa Suukanneessaa Ummata Sivilii Abbayi Coomman, Dhiha Oromiyaa Irraan Gahaa Jiru. (Ibsa ABO, Caamsaa 30, 2021) ABO yeroo dheeraaf humni hidhate biyya alaa kan Eritiraa dhimma Itophiyaa keessa seennuun nageenya biyyaa fi naannoo [Read More]

Ayyaana Tamsaasa Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) waggaa 33-ffaa Waxabajjii 19, 2021
Ayyaana Tamsaasa Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) waggaa 33-ffaa Waxabajjii 19, 2021 Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO) waggaa 33-ffaa tamsaasa raadiyoo itti eegale Waxabajjii 19, bara 2021 kabajata. SBOn guyyaa itti hundeeffame, Waxabajjii 15, bara 1988 irraa [Read More]