![ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga](https://oromoliberationfront.org/aforomo/wp-content/uploads/2018/01/asxaa1-e1519007313153.jpg)
IBSA WALGAHII SHANEE GUMII – GS – ABO
IBSA WALGAHII SHANEE GUMII – GS – ABO Bitootessa 18, 2019 Shaneen Gumii – GS – ABO, Bitootessa 13 – 17 bara 2019 walgahii geggeeffatee, haala yeroo kan biyyaa fi kan Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti [Read More]
IBSA WALGAHII SHANEE GUMII – GS – ABO Bitootessa 18, 2019 Shaneen Gumii – GS – ABO, Bitootessa 13 – 17 bara 2019 walgahii geggeeffatee, haala yeroo kan biyyaa fi kan Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti [Read More]
Finfinneef Daangaa Bulchiinsaa Sararuu Caalaa Mirgi Abbummaa Oromiyaa Heereffamee Bulchiinsi Isii Oromiyaa Jala Galuutu Furmaata Waaraa Taha. (Ibsa ABO – Bitootessa 10, 2019) Finfinneen handhuura Oromiyaa ti. Kun dhimma falamsiisaa fi kan gaaffii kaasisus miti. [Read More]
Mirgi Abbaa-biyyummaa Bilisummaa Dhugaa Qofaan Nuuf Kabajama ! (Ibsa ABO – Bitootessa 07, 2019) Qabsoon Bilisummaa fi mirga Abbaa-biyyummaa Sabni Oromoo barootaa dheeraaf gaggeessee fi wareegamni ulfaataan qabsoo kana keessatti baafame siyaasaa Itoophiyaa irratti dhiibbaa yeroo [Read More]
“ግመል ሰርቆ ኣጎምብሶ” ኣይደበቅ ነገር (የኦነግ መግለጫ – ጥር 09 2011) የኢትዮጵያዉ ጠቅላይ ሚንስቴር ጽ/ቤት በትናንትናው ዕለት (ጥር 09 2011) በቃል-ኣቀባዩ ወይዘሪት ብልለኔ ስዩም በኩል በምዕራብ ኦሮሚያ ጦሩ ያካሄደዉን የአየር ድብደባ ለማስተባበል በማሰብ ለተለያዩ የዜና አዉታሮች [Read More]
Gaala Hatanii Gugguufanii Deemuun Dhokachuu Hin Tahu (Ibsa ABO – Amajjii 17, 2019) Waajjirri Muummicha Ministeeraa Ioophiyaa Roobii kaleessaa (16/01/2019) karaa barreessituu isaa Aadde Billanee Siyyum waa’ee haleellaa xayyaaraa Dhiha Oromiyaatti gaggeeffamee haaluuf ibsi miidiyaaleef [Read More]
Yaamicha Nagaa Abbootii Gadaa fi Siiqqeedhaan Dhihaate ABOn Kabajaadhaan Simata (Ibsa ABO – Amajjii 13, 2019) Qabsoo Ummatni Oromoo Bilisummaa sarbame deebisee gonfachuudhaaf baroota dheeraaf gaggeessee fi wareegama ulfaataa itti baaseen, akkasumas, qabsoo Ummatootni Itoophiyaa [Read More]
ሰላም ይስፈን ዘንድ ጦርነቱ ቆሞ ስምምነታችን ልታደስና ልጠናከር ይገባል (የኦነግ መግለጫ – ጥር 07, 2019 (ታህሳስ 29 2011ዓም) ኦነግ በመራዉ የኦሮሞ ሕዝብ የነጻነት ትግልና ሕዝባችን (በተለይም ቄሮ) በከፈለዉ ዉድ መስዋዕትነት ኢሕአዴግ ተገዶ ለሰላም ጥሪ መልስ [Read More]
Nagaa Buusuuf Lolli Dhaabbatee Waltahiinsi Haaromsamuu fi Jajjabeeffamuu Qaba (Ibsa ABO – Amajjii 07, 2019) Qabsoo Adda Bilisummaa Oromootiin hoogganamuu fi wareegama Sabni Oromoo (keessattuu Qeerroon) baaseen sirni EPRDF dirqisiifamee yaamicha nagaaf akka owwaatu taasifamuu [Read More]
Dhaamsa Waggaa Haaraa, 2019, Adda Bilisummaa Oromoo Irraa Mudde 31, 2018 Kabajamaa Ummata Oromoo, Miseensotaa fi Deggertoota ABO, Gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo, Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Walumaagala deggertootaa fi firoottan Qabsoo Bilisummaa Oromoo. Maqaa Miseensota [Read More]
Ajjeechaa Waraanni EPRDF Namoota Meesha-maleeyyii Irratti Raaw’achaa Jiru Cimsinee Balaaleffanna! (Ibsa ABO—Mudde 29, 2018) Mudde 27, 28 fi 29, 2018 Dhihaa fi Kibba Oromiyaa (Qellem Wallaggaa, Wallagga Dhihaa fi Gujii) keessatti qofa loltootni EPRDF kan [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front