የኦሮሞ ነፃነት ግንባር ጠቅላላ ጉባዔ የአቋም መግለጫ
የኦሮሞ ነፃነት ግንባር ጠቅላላ ጉባዔ የአቋም መግለጫ ሰኔ 21, 2011 ዓም ኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) ከ43 ዓመታት በኋላ ለመጀመሪያ ጊዜ በፊንፊኔ ከተማ ዉስጥ ጠቅላላ ጉባዔዉን ኣካሄደ። የኦነግ መስራች ጉባዔ በፊንፊኔ/አድስ አበባ ከተማ ዉስጥ [Read More]
የኦሮሞ ነፃነት ግንባር ጠቅላላ ጉባዔ የአቋም መግለጫ ሰኔ 21, 2011 ዓም ኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) ከ43 ዓመታት በኋላ ለመጀመሪያ ጊዜ በፊንፊኔ ከተማ ዉስጥ ጠቅላላ ጉባዔዉን ኣካሄደ። የኦነግ መስራች ጉባዔ በፊንፊኔ/አድስ አበባ ከተማ ዉስጥ [Read More]
Murtii fi Kutannoolee Kora Addaa ABO Waxabajjii 28, 2019 Addi Bilisummaa Oromoo waggoota 43 booda yeroo duraatiif Magaalaa Finfinnee keessatti Kora gaggeeffate. Erga bara 1976 Korri Bu’uuressaa ABO Magaalaa Finfinnee keessatti gaggeeffameen asitti yeroo duraatiif [Read More]
Murtii fi Kutannoolee Kora Addaa ABO Waxabajjii 28, 2019 Addi Bilisummaa Oromoo waggoota 43 booda yeroo duraatiif Magaalaa Finfinnee keessatti Kora gaggeeffate. Erga bara 1976 Korri Bu’uuressaa ABO Magaalaa Finfinnee keessatti gaggeeffameen asitti yeroo [Read More]
Ibsa ABO Ajjeechaa Finfinnee fi Baahirdaaritti Mudate Irratti (Waxabajjii 23, 2019) Odeeffannoo gahaa maalummaa fi sababa ajjeechaa kanaa hanga ammaatti qabaachuu baannus haleellaa guyyaa kaleessaa (Waxabajjii 22, 2019) fi halkan edaa magaalota Finfinnee fi Baahirdaaritti [Read More]
Dabni Siyaasaa ABO Irratti Dalagamu Cehumsa Gara Dimokiraasiitti Taasifamu Yoo Gufachiise Malee Hin Milkeessu (Ibsa ABO – Waxabajjii 11, 2019) Jijjiirama Siyaasaa Itoophiyaa keessatti har’a mul’atu kana kan argamsiise qabsoo hadhooftuu fi wareegama qaalii Sabni [Read More]
Dhaaba Ummatni Jaallatu Diinomsachaa Ummatichatti Firoomuun Hin Danda’amu ! (Ijoo Dubbii ABO – Caamsaa 14, 2019) Bitootessa 14, 2019 Jaarmiyaaleen siyaasaa Itoophiyaa keessatti karaa nagaa socho’an walitti dhufuudhaan adeemsa siyaasaa biyya kanaa keessatti [Read More]
የሀዛን መግለጫ ! የዶ/ር ነጋሶ ጊዳዳ ከዚህ ዓለም በሞት መለየትን በተመለከተ ኦሮሞ ነጻነት ግንባር, ሚያዚያ 19, 2011 ከኣንጋፋዎቹ ታጋይና ፖለቲከኛ የኦሮሞ ተወላጆች መካካል ኣንዱ የነበሩት ዶ/ር ነጋሶ ጊዳዳ በዛሬዋ ዕለት (ሚያዝያ 19, 2011) ከዚህ ዓለም [Read More]
Ibsa Gaddaa! Du’aan Boqochuu Dr. Nagaasoo Gidaadaa Ilaalchisee Adda Bilisummaa Oromoo, Ebla 27, 2019 Qabsaawota Oromoo gameeyyii keessaa tokko kan turan Dr. Nagaasoo Gidaadaa guyyaa har’aa (Ebla 27, 2019) du’aan boqochuu gadda guddaadhaan dhageenye. Pirezdaantii [Read More]
Seenaa Qabsoo Oromoo Haaluudhaan Qabsicha Galii Isaa Hanqisuuf Shirri Xaxamu Kamuu Hin Milkaawu ! (Ijoo Dubbii ABO – Ebla 23, 2019) Sabni Oromoo Ummata Amaaraa irraa akka Ummataatti rakkina siyaasaas tahe kan biraa hin qabu. Ummatoota [Read More]
Shirri Ummata Walitti Buusuuf Xaxamu Dhaabbachuu Qaba ! (Ijoo Dubbii ABO – Ebla 19, 2019) Maddi ykn. sababni isaa hanga ammaatti qulqullaawee beekamuu baatus magaalaa Finfinnee keessatti ijoolleen mana barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu keessatti baratan [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front