ያለ አግባብ ለሚጠፋው የሰዉ ሕይወትና ንብረት ተጠያቂነት ልኖር ይገባል
ያለ አግባብ ለሚጠፋው የሰዉ ሕይወትና ንብረት ተጠያቂነት ልኖር ይገባል (የኦነግ መግለጫ – ጥቅምት 30, 2018) የኦሮሞ ነጻነት ግንባርና የኢትዮጵያ መንግስት ስምምነታችንንና በሕዝቡ ዉድ መስዋዕትነት የተግኘዉ የለዉጥ ሂደት በኣስተማማኝ መልኩ ስር በመስደድ ስኬታማ እንድሆን በማድረጉ ሂደት [Read More]
ያለ አግባብ ለሚጠፋው የሰዉ ሕይወትና ንብረት ተጠያቂነት ልኖር ይገባል (የኦነግ መግለጫ – ጥቅምት 30, 2018) የኦሮሞ ነጻነት ግንባርና የኢትዮጵያ መንግስት ስምምነታችንንና በሕዝቡ ዉድ መስዋዕትነት የተግኘዉ የለዉጥ ሂደት በኣስተማማኝ መልኩ ስር በመስደድ ስኬታማ እንድሆን በማድረጉ ሂደት [Read More]
Lubbuu Namaa fi Qabeenya Gar-malee Baduuf Itti Gaafatamni Jiraachuu Qaba ! (Ibsa ABO – Onkoloolessa 30, 2018) Addi Bilisummaa Oromoo fi Mootummaan Itoophiyaa waltahiinsa keenyaa fi jijjiirama qabsoo ummataatiin argame haala amansiisaa taheen lafa qabsiisaa [Read More]
Mirga Ormaa Hin Tuqnu, Keenyas Hin Tuqsiisnu (Ibsa ABO – Onkoloolessa 13, 2018) Dhiheenya kana Kaaba Oromiyaa naannawa Kamiseetti haalli mul’ate nageenyaa fi hariiroo ummatootaa kan booressu tahee mul’ata. Murni ykn. Jaarmayaan Sochii Saba Amaaraa [Read More]
Madaa Hin Qoorin Horfuun Nagaa Barbaachaaf Hin Tahu Onkoloolessa 5, 2018 Madaa Hin Qoorin Horfuun Nagaa Barbaachaaf Hin Tahu Fulbaanni 15, 2018 seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti guyyaa gammachuu ol’aanaa fi seena-qabeessa tahee dabruun ni yaadatama. [Read More]
Oromoo Dachii Isaa Irraa Dhiibuuf Duulli Geggeeffamu Hatattamaan Dhaabbachuu Qaba (Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo – Fulbaana 30, 2018) Dhiheenya kana Dhiha Oromiyaa irraan lammiilee Oromoo Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Benishaangul Gumuz keessa jiraatan irratti duulli ajjeechaa [Read More]
Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromiyaa (THBO) Labsa Tokkummaa, Fulbaana 26, 2018 ABO fi THBO marii yeroo dheeraa gaggeeffataa eeraga turee booda waliigalte gaafa Fulbaana 14, 2018 labsame irratti hundaawuu dhaan, tokkummaan [Read More]
Haasaa Hayyuu Duree ABO, Jaal Dawud Ibasa, Fulbaana 15, 2018 Finfinnee Kabajamoo Bulchinsaa Magalaa Finfinnee Engineer Taakkalee Uumaa Kabajamtoota Qondaalota Mootummaa Federaala Ityophiyaa, Kabajamtoota bakka bu‘ootii Bulchiinsaa nannoolee, Kabajamtoota bakka bu‘ootii dhaabolee Siyaasaa, Waldayaa Hojjeetootaa [Read More]
Beeksisa: Oromoonni bakka jiran irraa ABO dinagdeen jabeessuuf gumaacha maallaqaa gochuu barbaaddan hundi toora kontoo (account) dhaabaan akka armaan gadiin mul’atutti gargaaruu dandeessu: Beneficiary Customer Details: Name: OROMO LIBERATION FRONT Account Number: 915616/2010101/1 Branch: AFRICA [Read More]
በወይዘሮ ብርሃኔ ማሞ ላይ የተፈጸመው ግድያ በሁሉም ሰብዓዊ ፍጡር ሊወገዝ ይገባል (የኦነግ መግለጫ – ሓምሌ 25 ቀን 2018ዓም) ሓምሌ 23 ቀን 2018ዓም ማታ በምዕራብ ኦሮሚያ የቄሌም ወለጋ ዞን ዋና ከተማ ከሆነችው ከደምቢ-ዶሎ ከተማ የተሰማው ለሰሚ ጆሮ [Read More]
Ajjeechaan Aadde Biraanee Maammoo Dhala Namaa Hundaan Balaaleffatamuu Qaba (Ibsa ABO – Adoolessa 25, 2018) Adoolessa 23, 2018 galgala Dhiha Oromiyaa magaalaa guddittii Godina Qellem Wallaggaa kan taate Dambi Doolloo irraa oduun dhagahame kan hedduu gurra [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front