Gaaaga’ama ulfaataa ummatni keenya saaxilameef kan itti gaafatamu aangoo siyaasaa afaan qawween dhuunfatee kan jiru paartii PP ti.
Gaaaga’ama ulfaataa ummatni keenya saaxilameef kan itti gaafatamu aangoo siyaasaa afaan qawween dhuunfatee kan jiru paartii PP ti. Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Goolama siyaasaa Oromiyatti dhalchaniin goleelee Oromiyaa cufa keessatti maqaa gara [Read More]