
“ግመል ሰርቆ ኣጎምብሶ” ኣይደበቅ ነገር
“ግመል ሰርቆ ኣጎምብሶ” ኣይደበቅ ነገር (የኦነግ መግለጫ – ጥር 09 2011) የኢትዮጵያዉ ጠቅላይ ሚንስቴር ጽ/ቤት በትናንትናው ዕለት (ጥር 09 2011) በቃል-ኣቀባዩ ወይዘሪት ብልለኔ ስዩም በኩል በምዕራብ ኦሮሚያ ጦሩ ያካሄደዉን የአየር ድብደባ ለማስተባበል በማሰብ ለተለያዩ የዜና አዉታሮች [Read More]
“ግመል ሰርቆ ኣጎምብሶ” ኣይደበቅ ነገር (የኦነግ መግለጫ – ጥር 09 2011) የኢትዮጵያዉ ጠቅላይ ሚንስቴር ጽ/ቤት በትናንትናው ዕለት (ጥር 09 2011) በቃል-ኣቀባዩ ወይዘሪት ብልለኔ ስዩም በኩል በምዕራብ ኦሮሚያ ጦሩ ያካሄደዉን የአየር ድብደባ ለማስተባበል በማሰብ ለተለያዩ የዜና አዉታሮች [Read More]
Gaala Hatanii Gugguufanii Deemuun Dhokachuu Hin Tahu (Ibsa ABO – Amajjii 17, 2019) Waajjirri Muummicha Ministeeraa Ioophiyaa Roobii kaleessaa (16/01/2019) karaa barreessituu isaa Aadde Billanee Siyyum waa’ee haleellaa xayyaaraa Dhiha Oromiyaatti gaggeeffamee haaluuf ibsi miidiyaaleef [Read More]
Yaamicha Nagaa Abbootii Gadaa fi Siiqqeedhaan Dhihaate ABOn Kabajaadhaan Simata (Ibsa ABO – Amajjii 13, 2019) Qabsoo Ummatni Oromoo Bilisummaa sarbame deebisee gonfachuudhaaf baroota dheeraaf gaggeessee fi wareegama ulfaataa itti baaseen, akkasumas, qabsoo Ummatootni Itoophiyaa [Read More]
ሰላም ይስፈን ዘንድ ጦርነቱ ቆሞ ስምምነታችን ልታደስና ልጠናከር ይገባል (የኦነግ መግለጫ – ጥር 07, 2019 (ታህሳስ 29 2011ዓም) ኦነግ በመራዉ የኦሮሞ ሕዝብ የነጻነት ትግልና ሕዝባችን (በተለይም ቄሮ) በከፈለዉ ዉድ መስዋዕትነት ኢሕአዴግ ተገዶ ለሰላም ጥሪ መልስ [Read More]
Nagaa Buusuuf Lolli Dhaabbatee Waltahiinsi Haaromsamuu fi Jajjabeeffamuu Qaba (Ibsa ABO – Amajjii 07, 2019) Qabsoo Adda Bilisummaa Oromootiin hoogganamuu fi wareegama Sabni Oromoo (keessattuu Qeerroon) baaseen sirni EPRDF dirqisiifamee yaamicha nagaaf akka owwaatu taasifamuu [Read More]
Dhaamsa Waggaa Haaraa, 2019, Adda Bilisummaa Oromoo Irraa Mudde 31, 2018 Kabajamaa Ummata Oromoo, Miseensotaa fi Deggertoota ABO, Gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo, Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Walumaagala deggertootaa fi firoottan Qabsoo Bilisummaa Oromoo. Maqaa Miseensota [Read More]
Ajjeechaa Waraanni EPRDF Namoota Meesha-maleeyyii Irratti Raaw’achaa Jiru Cimsinee Balaaleffanna! (Ibsa ABO—Mudde 29, 2018) Mudde 27, 28 fi 29, 2018 Dhihaa fi Kibba Oromiyaa (Qellem Wallaggaa, Wallagga Dhihaa fi Gujii) keessatti qofa loltootni EPRDF kan [Read More]
Ibsa Walgahii 5ffaa Shanee Gumii ABO Mudde 27, 2018 Shaneen Gumii ABO Walgahii isaa dhaabbataa isa 5ffaa Mudde 26, 2018 Magaalaa Guddittii Oromiyaa Finfinnee, Gullalleetti gaggeeffate. Walgahii isaa kanaan Shaneen Gumii dhimmoota hojii qabsoo Ummata [Read More]
Adeemsi Karaa Malee Furmaatatti Geessuu Hin Danda’u Waliigaltee ABO, Mootummaa Itoophiyaa fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa gidduutti irra gahame hojiitti hiikuu keessatti dhimma WBO wajjin kan wal qabate irratti hojjechuuf Koreen Waloo takka ABO fi PDO [Read More]
ኣግባብነት የሌለዉ መንገድ ወደ መፍትሔ ኣያመራንም (የኦነግ መግለጫ – ታሕሳስ 25 2018) በኦነግ፣ በኢትዮጵያ መንግስትና በኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት መካከል ከተደረሱ ስምምነቶች ዉስጥ የኦሮሞ ነጻነት ሠራዊትን የሚመለከቱ ጉዳዮችን ተግባራዊ በማድረጉ ሂደት ላይ የሚሰራ ኣንድ የጋራ ኮሚቴ [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front