
Ibsa ABO
Du’aan boqochuu Doktoora Kabajaa Art.Alii Birraa ilaalchisee ibsa ABO
Du’aan boqochuu Doktoora Kabajaa Art.Alii Birraa ilaalchisee ibsa ABO Sadaasa 07.2022 Alii Birraa abbaa isaa Mahammad Muussaa fi haadha isaa Faaxumaa Alii irraa Xaaliyaanii biyya teenya keeysaa bahee bara torbaa, Caamsa 26, bara 1948 [Read More]