
Ibsa ABO
Gaaffii Ummataa Deebisuu Qofatu Nagaa Buusa
Gaaffii Ummataa Deebisuu Qofatu Nagaa Buusa (Ibsa ABO – Onkoloolessa 23, 2019) Bulchiinsa afaan qawwee fi sirna cunqursaa fi saaminsaa Itoophiyaan ittiin beekamtu jijjiiruudhaan bilisummaa Ummatootaa fi sirna dimokiraasii dhugaa fi nageenya waaraa mirkaneessuuf qabsoo [Read More]