
Ibsa ABO
Ajjeechaan Itti Yaadamee Malaan Uummata Nagaa Hidhannoo Hin Qabne Irratti Raawwatamu Gocha Gara Jabeenyaa fi Yakka Waraanaati.
Ajjeechaan Itti Yaadamee Malaan Uummata Nagaa Hidhannoo Hin Qabne Irratti Raawwatamu Gocha Gara Jabeenyaa fi Yakka Waraanaati! ABOn Haleellaa Humna Qilleensaan Qe’ee Jireenyaa Uummata Nagaa Irratti Raawwatamu Gadi Jabeessee Balaaleffata. Mootummaan Paartii Bilxiginnaa, qaamoleen [Read More]