የሀዛን መግለጫ ! የዶ/ር ነጋሶ ጊዳዳ ከዚህ ዓለም በሞት መለየትን በተመለከተ
የሀዛን መግለጫ ! የዶ/ር ነጋሶ ጊዳዳ ከዚህ ዓለም በሞት መለየትን በተመለከተ ኦሮሞ ነጻነት ግንባር, ሚያዚያ 19, 2011 ከኣንጋፋዎቹ ታጋይና ፖለቲከኛ የኦሮሞ ተወላጆች መካካል ኣንዱ የነበሩት ዶ/ር ነጋሶ ጊዳዳ በዛሬዋ ዕለት (ሚያዝያ 19, 2011) ከዚህ ዓለም [Read More]
የሀዛን መግለጫ ! የዶ/ር ነጋሶ ጊዳዳ ከዚህ ዓለም በሞት መለየትን በተመለከተ ኦሮሞ ነጻነት ግንባር, ሚያዚያ 19, 2011 ከኣንጋፋዎቹ ታጋይና ፖለቲከኛ የኦሮሞ ተወላጆች መካካል ኣንዱ የነበሩት ዶ/ር ነጋሶ ጊዳዳ በዛሬዋ ዕለት (ሚያዝያ 19, 2011) ከዚህ ዓለም [Read More]
Ibsa Gaddaa! Du’aan Boqochuu Dr. Nagaasoo Gidaadaa Ilaalchisee Adda Bilisummaa Oromoo, Ebla 27, 2019 Qabsaawota Oromoo gameeyyii keessaa tokko kan turan Dr. Nagaasoo Gidaadaa guyyaa har’aa (Ebla 27, 2019) du’aan boqochuu gadda guddaadhaan dhageenye. Pirezdaantii [Read More]
Seenaa Qabsoo Oromoo Haaluudhaan Qabsicha Galii Isaa Hanqisuuf Shirri Xaxamu Kamuu Hin Milkaawu ! (Ijoo Dubbii ABO – Ebla 23, 2019) Sabni Oromoo Ummata Amaaraa irraa akka Ummataatti rakkina siyaasaas tahe kan biraa hin qabu. Ummatoota [Read More]
Shirri Ummata Walitti Buusuuf Xaxamu Dhaabbachuu Qaba ! (Ijoo Dubbii ABO – Ebla 19, 2019) Maddi ykn. sababni isaa hanga ammaatti qulqullaawee beekamuu baatus magaalaa Finfinnee keessatti ijoolleen mana barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu keessatti baratan [Read More]
Miidhaan Har’a Miseensota WBO Mooraa Xoollaay Jiran Mudate Maalummaan Isaa Qoratamee ABO fi Ummata Oromoof Ibsamuu Qaba. (Ibsa ABO – Ebla 14, 2019) Miseensotni Waraana Bilisummaa Oromoo yaamicha Abbootii Gadaatiin hidhannoo isaanii hiikkatanii Abbootii Gadaatti [Read More]
Galfata Wareegamtoota Keenyaa Galmaan Haa Geenyu ! (Ibsa ABO – Ebla 13, 2019) Miseensotaa fi deggertoota Dhaaba keenya ABO, Qabsaawotaa fi Sab-boontota ilmaan Oromoo hunda, Ummata bal’aa Oromoo, Baga Ebla 15 Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front