• Home
  • Link to English
  • SBO/VOL
  • Nu Qunnamaa
Adda Bilisummaa Oromoo

  • Oduu
    • Dhiittaa Mirga Dhala Namaa
    • Ibsa ABO
    • ከኦነግ ዜና በአማርኛ
    • Info Deeskii ABO
    • Oduu Gara Garaa
    • Waamicha
  • Ijoo Dubbii
  • Kaayyoo ABO
  • Imaammata ABO
  • Oromiyaan Wal Baraa
  • SBO/VOL
  • Mirga Namoomaa
News Ticker
  • [ April 8, 2025 ] Bu’aa Siyaasaaf Jecha Lubbuu Lammiilee Nagaa Gaaga’uun Gar-jabummaa fi Maal NaDhibdee Irraa Madda. Ibsa ABO
  • [ March 18, 2025 ] Ibsa ABO
  • [ March 8, 2025 ] Bitootessi 8 Guyyaa Dubartoota Idil-Addunyaa ti  Ibsa Damee Dantaa Dubartootaa fi Daa’imman (DDD) ABO Ibsa ABO
  • [ February 19, 2025 ] “Labsii Haaromsa Aaadaa Oromoo Jedhuun Ajandaan Biltsiginnaan Oromoo Irratti Murteesite Madaa Oromoo Irratti Ashaboo Firfirsuu dha!” Ibsa ABO
  • [ December 31, 2024 ] Dhaamsa ABO Bara Haaraa 2025 Ibsa ABO

Day: February 14, 2024

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Gaaffiin Bu’uuraa fi Jalqabaa Sabaa fi Sab-lammoota, Ummatoota Itoophiyaa Gaaffi Nagaa Waaraa fi Tasgabbii Sabatiinsa Qabu Argachuu ti.

February 14, 2024

  Gaaffiin Bu’uuraa fi Jalqabaa Sabaa fi Sab-lammoota, Ummatoota Itoophiyaa Gaaffi Nagaa Waaraa fi Tasgabbii Sabatiinsa Qabu Argachuu ti. Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)   “Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adawaa” jechuun handhuura Oromiyaa magaalaa Finfinnee [Read More]

Follow on Facebook

Recent Posts

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Bu’aa Siyaasaaf Jecha Lubbuu Lammiilee Nagaa Gaaga’uun Gar-jabummaa fi Maal NaDhibdee Irraa Madda.

April 8, 2025

  Bu’aa Siyaasaaf Jecha Lubbuu Lammiilee Nagaa Gaaga’uun Gar-jabummaa fi Maal NaDhibdee Irraa Madda. Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Mootummaan Itoophiyaa naatoo fi marartee ummata Oromoof dhabuun haaraa ta’uu baatus, sana irra darbee inumaa [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

March 18, 2025

  Lafaa fi Lafee Oromootti Roorrisuun Dhaabbachuu Qaba! Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) No. stm 006/stm/2021 Oromiyaan qe’ee keessummaa qubachiistuu dha malee, Qe’ee qubattoonnii fi weerartoonni abbaa qe’ee fi qabeenyaa keessatti ajjeesuu fi irraa buqqisuun [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Bitootessi 8 Guyyaa Dubartoota Idil-Addunyaa ti  Ibsa Damee Dantaa Dubartootaa fi Daa’imman (DDD) ABO

March 8, 2025

  Bitootessi 8 Guyyaa Dubartoota Idil-Addunyaa ti  Ibsa Damee Dantaa Dubartootaa fi Daa’imman (DDD) ABO Bitootessi 8 guyyaan Dubartoota Idil-Addunyaa biyyoota hedduu keessatti kabajamee oola. Guyyaan kun guyyaa itti dubartootni milkaa’ina gama hawaasummaa, siyaasaa, aadaa [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

“Labsii Haaromsa Aaadaa Oromoo Jedhuun Ajandaan Biltsiginnaan Oromoo Irratti Murteesite Madaa Oromoo Irratti Ashaboo Firfirsuu dha!”

February 19, 2025

“Labsii Haaromsa Aaadaa Oromoo Jedhuun Ajandaan Biltsiginnaan Oromoo Irratti Murteesite Madaa Oromoo Irratti Ashaboo Firfirsuu dha!” Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)   Labsii fi lallabni, fedhii fi hawwii ummata Oromoo malee, Oromoo irratti labsamuu fi [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Dhaamsa ABO Bara Haaraa 2025

December 31, 2024

  Dhaamsa ABO Bara Haaraa 2025 Kabajamaa Ummata Oromoo, mirgi kee sarbamuu irraa roorroon si irratti daraaree jireenya hadhaawaa geggeessuuf dirqamte, Miseensota ABO biyya keessaa fi biyya alaa kaayyoo keessanitti cichuun qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

“Qaawwa Sareen Banteen Waraabessi Seena”

December 23, 2024

“Qaawwa Sareen Banteen Waraabessi Seena” Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)   Lammiileen Oromiyaa qe’ee fi qabeenyaa isaanii irraa buqqa’anii baqattuu, rakkattuu, kadhattuu tahanii akka jiraatanii fi Daangaan Oromiyaa weerartootaan sarbamee abbaan qe’ee ummanni Oromoo [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

November 21, 2024

Ajjeechaan Suukaneessaan Hidhattoota Faannoo fi Mootummaa PP tiin Ummata Keenya Irratti Raawwatamaa Jiru Yakka Waraanaa Ulfaataa fi Hammaataa dha.  Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)   Ajjeechaan suukaneessaa giddu gala Oromiyaa Godina Salaalee Ona Dharraatti ummata [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

‘Raayyaan Ittisa Biyyaa’ Paartii Bilxiginnaa Gocha Hammeenyaa Suukanneessaa Ummata Nagaa irratti raawwachuu itti fufe. Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo’Raayyaan Ittisa Biyyaa’ Paartii Bilxiginnaa Gocha Hammeenyaa Suukanneessaa Ummata Nagaa irratti raawwachuu itti fufe.

May 17, 2024

  ‘Raayyaan Ittisa Biyyaa’ Paartii Bilxiginnaa Gocha Hammeenyaa Suukanneessaa Ummata Nagaa irratti raawwachuu itti fufe. Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Waraanni Paartii Bilxiginnaan ajajamee Oromiyaa gubaa jiru, golee naannichaa hundatti namoota nagaa gargaarsa hin qabne sodaachisuu, [Read More]

Ibsa ABO

OLF Condemns The Killing of Jaal Battee Urgeessaa and Appeals for Impartial and Neutral Investigation.

April 18, 2024

OLF Condemns The Killing of Jaal Battee Urgeessaa and Appeals for Impartial and Neutral Investigation. OLF Press Release | April 10, 2024 The OLF learned today the brutal murder of its member and political officer [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Ajjeechaa Jaal Battee Urgessaa Irratti Raawwatame Ilaalchisee ‘Qorannoo’ jedhameef Addi Bilisummaa Oromoo Yaaddoo Guddaa Kan Qabu Ta’uu Ibsa

April 15, 2024

Ajjeechaa Jaal Battee Urgessaa Irratti Raawwatame Ilaalchisee ‘Qorannoo’ jedhameef Addi Bilisummaa Oromoo Yaaddoo Guddaa Kan Qabu Ta’uu Ibsa Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Dararaa, ajjeechaa seeraan alaa, dhabamsiifamuu fi hidhaa jumlaa dabalatee dhiittaa mirga namoomaa gita [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Nageenyaa fi Jireenya Gaggeessitootaa fi Qondaalota ABO Mana Hidhaa Paartii Badhaadhinaa Keessatti Daraaramaa Jiran Ilaalchisee Ibsa ABO

April 15, 2024

  Nageenyaa fi Jireenya Gaggeessitootaa fi Qondaalota ABO Mana Hidhaa Paartii Badhaadhinaa Keessatti Daraaramaa Jiran Ilaalchisee Ibsa ABO Miseensonni, Gaggeessitoonnii fi Qondaalonni Siyaasaa ABO humnoota tikaa Paartii Badhaadhinaan butamanii hidhamanii jiran Mana Murtiitiin walaba, akka [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Yakki Waraanaa, Aangoo Siyaasaa Afaan Qawween Dhuunfatan Afaan Qawween Tikfachuuf Jecha Mootummaa PPn Ummata Nagaa Irratti Raawwatamu Kan Daangaa Darbee Dha.

April 5, 2024

Yakki Waraanaa, Aangoo Siyaasaa Afaan Qawween Dhuunfatan Afaan Qawween Tikfachuuf Jecha Mootummaa PPn Ummata Nagaa Irratti Raawwatamu Kan Daangaa Darbee Dha. Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)   Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n tarkaanfii suukanneessaa waraanni [Read More]

Ibsa ABO

March 22, 2024

Lola Qindaawaa Humnoota Hidhataniin Yeroo Ramadaanaatti Ummata Keenya Oromoo Walloo Irratti Gaaggeeffamaa Jiruuf Adda Durummaan Kan Itti Gaafatamu Mootummaa Federaalaa fi Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Amaaraa ti. Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Ummanni keenya Oromoo Walloo [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

Abdii Raggaasaa Yakka Malee Mana Hidhaatti Hiraarsuun, Yakkamaa Abdii Illeey (Abdii Muhaammad Umar) Mana Hidhaatii Baasuun Biltsiginnaa Ifatti Jibbiinsa Itoopphiyaan Oromoof Qabdu Kan Agarsiisuu Dha.

March 18, 2024

  Abdii Raggaasaa Yakka Malee Mana Hidhaatti Hiraarsuun, Yakkamaa Abdii Illeey (Abdii Muhaammad Umar) Mana Hidhaatii Baasuun Biltsiginnaa Ifatti Jibbiinsa Itoopphiyaan Oromoof Qabdu Kan Agarsiisuu Dha. Ijoo Dubbii – ABO Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n jaarmiyaa [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga
Ibsa ABO

የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተ ክርስትያን ካህናት ግደያን አስመልክቶ ጉዳዩ በገለልተኛ አካል እንዲጣራ የተሰጠ የኦነግ መግለጫ

February 25, 2024

የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተ ክርስትያን ካህናት ግደያን አስመልክቶ ጉዳዩ በገለልተኛ አካል እንዲጣራ የተሰጠ የኦነግ መግለጫ በዚሀ ሳምንት ማገባደጃ ላይ በኦሮሚያ ክልል ምስራቅ ሸዋ ዞን ዝቋላ አቡነ ገብሬ መንፌስ ቅዱስ ገዳም የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርስቲያን [Read More]

ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga

Bu’aa Siyaasaaf Jecha Lubbuu Lammiilee Nagaa Gaaga’uun Gar-jabummaa fi Maal NaDhibdee Irraa Madda.

Ibsa ABO
April 8, 2025
  Bu’aa Siyaasaaf Jecha Lubbuu Lammiilee Nagaa Gaaga’uun Gar-jabummaa fi Maal NaDhibdee Irraa Madda. Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Mootummaan Itoophiyaa naatoo fi marartee ummata Oromoof dhabuun haaraa ta’uu baatus, sana irra darbee inumaa [Read More]
ነፃነት ግንባር መንግስት ABO ጥያቄ ታሪክ የሲዳማ Kora ነጋሶ Nagaasoo Qabsoo Ummata WBO Yakka Bulchiinsaa ነጻነት ግመል Ajjeechaa Gama Tarkaanfiin ABO Qabeenya Shanee Mirga

Dubartootni Fi Daa’imman Oromoo Mirgaan Biyya Isaanii Oromiyaa Irra Jiraachuuf MCBNO Hundeeffachuun Furmaata Waaraati!

Info Deeskii ABO
May 9, 2021

Du’aan Boqochuu Koloneel Aliyyii Cirrii Ilaalchisee

Info Deeskii ABO
November 15, 2017
In the Spotlight

Tokkummaa fi Bilchina Irreecha 2017 Irratti Agarsiisne Bilisummaa Keenyaaf Haa Oolchinu

by admin in Info Deeskii ABO

February 2024
M T W T F S S
 1234
567891011
12131415161718
19202122232425
26272829  
« Jan   Mar »
  • Oduu
    • Dhiittaa Mirga Dhala Namaa
    • Ibsa ABO
    • ከኦነግ ዜና በአማርኛ
    • Info Deeskii ABO
    • Oduu Gara Garaa
    • Waamicha
  • Ijoo Dubbii
  • Kaayyoo ABO
  • Imaammata ABO
  • Oromiyaan Wal Baraa
  • SBO/VOL
  • Mirga Namoomaa

Copyright @2017 Oromo Liberation Front