Fixiinsa Jumlaa (Massacre) Ummata Oromoo Irratti Itti Fufee Gaggeeffamaa Jiru Kan Dhaabu Qabsoo Bilisummaaf Taasifamaa jiru Daran Cimsuu Qofa
Amharic Version Ummanni Oromoo erga bittaa alagaa jalatti kufee ajjeechaan kan irraa hin dhaabbanne tahus, bara bulchiinsa abbaa irree wayyaanee keessa fixiinsi jumlaa ummatoota Impaayera Itoophiyaa keessaa kophaatti Oromoo irratti qofa qiyyaafatee irratti gaggeeffamaa jira. [Read More]