Du’aan Boqotuu Prof.Asmarom Laggasee ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO
Du’aan Boqotuu Prof.Asmarom Laggasee ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO Hayyuu seenaa guddicha, seenaa ummata Oromoo keessatti iddoo guddaa qabu, qorataa sirna dimokraasii Oromoo Gadaa addunyaatti as baasuu keessatti iddoo olaanaa qabu Prof.Asmarom Laggasee du’aan boqotuu [Read More]
