
Ibsa ABO
Shirri Ummata Walitti Buusuuf Xaxamu Dhaabbachuu Qaba !
Shirri Ummata Walitti Buusuuf Xaxamu Dhaabbachuu Qaba ! (Ijoo Dubbii ABO – Ebla 19, 2019) Maddi ykn. sababni isaa hanga ammaatti qulqullaawee beekamuu baatus magaalaa Finfinnee keessatti ijoolleen mana barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu keessatti baratan [Read More]