
Ibsa ABO
Mirgi Abbaa-biyyummaa Bilisummaa Dhugaa Qofaan Nuuf Kabajama !
Mirgi Abbaa-biyyummaa Bilisummaa Dhugaa Qofaan Nuuf Kabajama ! (Ibsa ABO – Bitootessa 07, 2019) Qabsoon Bilisummaa fi mirga Abbaa-biyyummaa Sabni Oromoo barootaa dheeraaf gaggeessee fi wareegamni ulfaataan qabsoo kana keessatti baafame siyaasaa Itoophiyaa irratti dhiibbaa yeroo [Read More]