{"id":1130,"date":"2019-04-27T20:24:40","date_gmt":"2019-04-27T20:24:40","guid":{"rendered":"http:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/?p=1130"},"modified":"2019-04-27T20:24:40","modified_gmt":"2019-04-27T20:24:40","slug":"ibsa-gaddaa-duaan-boqochuu-dr-nagaasoo-gidaadaa-ilaalchisee","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/2019\/04\/27\/ibsa-gaddaa-duaan-boqochuu-dr-nagaasoo-gidaadaa-ilaalchisee\/","title":{"rendered":"Ibsa Gaddaa! Du\u2019aan Boqochuu Dr. Nagaasoo Gidaadaa Ilaalchisee"},"content":{"rendered":"<p><strong>Ibsa Gaddaa! Du\u2019aan Boqochuu Dr. Nagaasoo Gidaadaa Ilaalchisee<\/strong><\/p>\n<p><em>Adda Bilisummaa Oromoo, Ebla 27, 2019<\/em><\/p>\n<p><img loading=\"lazy\" class=\"size-full wp-image-66 alignleft\" src=\"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/wp-content\/uploads\/2017\/07\/asxaa_oromo.jpg\" alt=\"adda ummata\" width=\"180\" height=\"159\" \/>Qabsaawota Oromoo gameeyyii keessaa tokko kan turan Dr. Nagaasoo Gidaadaa guyyaa har\u2019aa (Ebla 27, 2019) du\u2019aan boqochuu gadda guddaadhaan dhageenye. Pirezdaantii Itoophiyaa kan duraanii Dr. Nagaasoo Gidaadaa bara jireenya isaaniitti hirmaannaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti kanneen qooda mul\u2019ataa qaban keessaa isaan tokko turan. Dr. Nagaasoon siyaasaa Oromoo fi Itoophiyaa keessatti bifa gara garaatiin yeroo gara garaatti akka itti amananitti hiriiruudhaan bilisummaa fi mirgi dhala namaa akka dhugoomuu fi sirni dimokiraasii dhugaa akka mirkanaawuuf sochii hedduu taasisaa turan.<\/p>\n<p>Doctor Nagaasoon jijjiirama siyaasa Itoophiyaa keessatti qabsoo Ummatootaan dhalate hordofuudhaan Adda Bilisummaa Oromoo fi Mootummaa Itoophiyaa gidduutti araarri fi waliigalteen akka uumamuuf qooda manguddummaa bahachuuf kanneenn carraaqqii guddaa taasisaa turan keessaahis tokko turan. Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessattis tahe siyaasa Itoophiyaa keessatti qooda mul\u2019ataa qabaachaa kan turan Doctor Nagaasoo Gidaadaa yeroo murteessituu siyaasni biyya kanaa manguddoota buleeyyii akka isaanii kan araaraa fi wal hubannoo hawaasa gidduutti uumuu danda\u2019an barbaaddutti du\u2019aan boqochuun gadda guddaa dha.<\/p>\n<p>Addi Bilisummaa Oromoo du\u2019aan boqochuu Dr. Nagaasoo Gidaadaatiif gadda guddaa itti dhagahame ibsachaa, maatii fi firoottan isaanii, akkasumas, Ummata of biraa isaan dhabe hundaaf obsaa fi jajjabina hawwa.<\/p>\n<p><strong>Injifannoo Ummata Oromoof !<\/strong><\/p>\n<p><strong>Adda Bilisummaa Oromoo<\/strong><br \/>\n<strong>Ebla 27, 2019<\/strong><\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<div class=\"mh-excerpt\"><p>Ibsa Gaddaa! Du\u2019aan Boqochuu Dr. Nagaasoo Gidaadaa Ilaalchisee Adda Bilisummaa Oromoo, Ebla 27, 2019 Qabsaawota Oromoo gameeyyii keessaa tokko kan turan Dr. Nagaasoo Gidaadaa guyyaa har\u2019aa (Ebla 27, 2019) du\u2019aan boqochuu gadda guddaadhaan dhageenye. Pirezdaantii <a class=\"mh-excerpt-more\" href=\"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/2019\/04\/27\/ibsa-gaddaa-duaan-boqochuu-dr-nagaasoo-gidaadaa-ilaalchisee\/\" title=\"Ibsa Gaddaa! Du\u2019aan Boqochuu Dr. Nagaasoo Gidaadaa Ilaalchisee\">[Read More]<\/a><\/p>\n<\/div>","protected":false},"author":1,"featured_media":372,"comment_status":"closed","ping_status":"closed","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":[],"categories":[4],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1130"}],"collection":[{"href":"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1130"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1130\/revisions"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/wp-json\/wp\/v2\/media\/372"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1130"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1130"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/oromoliberationfront.org\/aforomo\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1130"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}