Home » Archives by category » Oduu » Waamicha

PAFD: Weerarri Liyuu Poolisii Hariiroo Obbolummaa Saboota Kuush Hin Daddaaqsu

PAFD: Weerarri Liyuu Poolisii Hariiroo Obbolummaa Saboota Kuush Hin Daddaaqsu

Duulli Sirni TPLF/EPRDF Humnoota Liyyuu Poolisii Somaalee fi Waraana Isaatin Ummata Oromoo Irratti Bane, Hariiroo Obbolummaa Saboota Kuush Lameenii Jaarraadhaaf Ture Hin Daddaaqsu. Ibsa KHR- Tumsa Ummattootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(TUBD) Addi Bilisummaa Ummata Tigraay(TPLF) bara 1991 erga aangootti dhufee kaasee mirga ummattoota cunqurfamoo Itoophiyaa keessaa baroota dheeraaf sarbameef kan falmuu…

Ibsa Tarkaanfii Waraanaa ABO; የኦነግ ወታደራዊ መግለጫ

Ibsa Tarkaanfii Waraanaa ABO; የኦነግ ወታደራዊ መግለጫ

ABOn ilmaan Oromoo Humnoota Waraanaa fi tikaa mootummaa keessa jiranii fi bifa adda addaatin diinaan hidhachiifaman gara mooraa qabsoo bilisummaa Oromootti makamuun akka humna qabsichaa ta’aniif irra deddeebiin waamicha dhiyeessaa turuun ni beekkama. Ilmaan Oromoo kunneen ummata isaanii balaa mootummaan faashistiin irraan gahurraa ittisuu fi roorroo saba isaaniirra gahaa jirutti…

Humnoonni Siyaasaa Itoophiyaa Hundi Biyyattii Keessatti Sirna Yeroo Cehumsaa Dhugoomsuuf Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii Waliin Akka hojjetaniif Waamicha Dhiyaate

Humnoonni Siyaasaa Itoophiyaa Hundi Biyyattii Keessatti Sirna Yeroo Cehumsaa Dhugoomsuuf Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii Waliin Akka hojjetaniif Waamicha Dhiyaate

Tumsi Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(TUBD), tumsa dhaabbilee siyaasaa Shanii ti. Dhaabbileen miseensota Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii mirgoota dimokraasii fi bilisummaa Ummatoota isaanii dhugoomsuuf baroota 20 hanga 40 falmaa gaggeessaa jiru. Dhaabbileen ummatoota biyyattii keessaa 67% bakka bu’an kunneen, baroota kana keessas dandeettii fi gahumsa jaarmayaa fi leeccalloowwan qaban gabbiffatuun…

Waamicha Qabsoo

Waamicha Qabsoo

Ummatoota Itophiyaa Hundaaf! Miidhaan Mootummaa kan Sitti Dhaga’amu Lammii Saboota Hundaaf! Abidda Ollaa Hunda Gubaa Jiru Kana Waliin of Irraa Dhaamsuuf Haa Kaanu! Ummatni Oromoo sochii barattoota fi dargaggoota isaa qabsiisaniin warraaqsa haaraa Sadaasa 12 irraa eegalee gaggeessuun wareegama lubbuu, madaa’uu fi qaamaa hir’achuu guddaa fi ulfaataa baasaa jira. Ummatni…