Home » Archives by category » Oduu » Tarkaanfii WBO

Ibsa Tarkaanfii Waraanaa ABO

Ibsa Tarkaanfii Waraanaa ABO

Humni Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn hoogganamutti dabalame ummata waliin ta’uudhaan waraana qubattuu wayyaanee ummata Oromoo shororkeessaa jiru irratti tarkaanfii fudhataa jiru jabeessee itti fufuun, Onkoloolessa 17,2016 Shawaa Bahaa akkasumas Kibba baha Oromiyaa fi Humni Addaa WBO Shawaa Kaabaa keessatti haleellaa geggeessaniin agaazii fi poolisoota federaalaa 21 ol hojiin ala…

Ibsa Tarkaanfii Waraanaa ABO; የኦነግ ወታደራዊ መግለጫ

Ibsa Tarkaanfii Waraanaa ABO; የኦነግ ወታደራዊ መግለጫ

ABOn ilmaan Oromoo Humnoota Waraanaa fi tikaa mootummaa keessa jiranii fi bifa adda addaatin diinaan hidhachiifaman gara mooraa qabsoo bilisummaa Oromootti makamuun akka humna qabsichaa ta’aniif irra deddeebiin waamicha dhiyeessaa turuun ni beekkama. Ilmaan Oromoo kunneen ummata isaanii balaa mootummaan faashistiin irraan gahurraa ittisuu fi roorroo saba isaaniirra gahaa jirutti…

Oduu Tarkaanfii fi Gocha Diinummaa Wayyaanee

Oduu Tarkaanfii fi Gocha Diinummaa Wayyaanee

Adoolessa 13, 2016 Gootichi Humna Addaa WBO Kibba Baha Oromiyaa, Godina Baalee Keessa Sossohu Waraana Qubattuu Wayyaanee Haleeluun Injifannoo Cululuqaa Galmeesse. Loltootni Isaa WBOn Rukutamuun Kan Isa Gube Mootummaan Wayyaanee Yakka Guddaa Dhala Namaa Irratti Hin Raawwatamne Hojjeteen Naannoo WBOn Keessa Sossohu Keessatti Kan Argamu Eela Bishaaniitti Summii Naquun miseensota…

Gootichi Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) loltoota diinaa 71 ol hojiin ala godhe

Gootichi Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) loltoota diinaa 71 ol hojiin ala godhe

(SBO/VOL – Bitootessa 17, 2016) Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)n… Kibba-Baha Oromiyaa Godina Baalee Keessa Sossohu Kasaaraa Guddaa Waraana Wayyaanee Irraan Gahuun Injifannoo Boonsaa Galmeesse. Irree fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn Godina Kibba-Baha Oromiyaa keessa sossohu Bitootessa 13 fi 14,2016 Baalee Onoota gara garaa keessatti waraana gabroomfattuu wayyaanee FXG dhaamsuuf ummata…

Tarkaanfii WBO Gurraandhala 29, 2016  Lixa Harargee Keessatti Fudhate 

Tarkaanfii WBO Gurraandhala 29, 2016  Lixa Harargee Keessatti Fudhate 

Tarkaanfii Waraanaa Gootichi WBO Godina Bahaa Gurraandhala 29,2016 Lixa Harargee Keessatti Waraana Wayyaanee Irratti Fudhateen Injifannoo Cululuqaa Galmeesse. Abdii fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn falmaa diina waliin godhu finiinsaa kan jiru oggaa ta’u, Godina Baha Oromiyaa Lixa Harargee keessatti injifannoo boonsaa galmeessee jira. Haaluma kanaan gootichi WBO Godina Bahaa keessa…

Tumsa Duulaa Waraanaa Itophiyaa fi Keenyaan yaadamaa jiru ilaalchisee Ibsa ABO

Tumsa Duulaa Waraanaa Itophiyaa fi Keenyaan yaadamaa jiru ilaalchisee Ibsa ABO

Mootummootni Itophiyaa wayta aangoon qaban gaaffii jala seenu, humna alagaa of gargaarsisuun bittaa isaanii dheereffatuun kan baramee fi aadaa godhatani dha. Mootummoota ummaatootaan hin haammatamne, ummatootaan hin deggeramnee fi hin jaallatamne tahuu, irraa gargaarsa alagaa barbaadan. Humna nu tiksa jedhanii ijaarratan kan hin amannee fi hin abdanne waan tahaniif humna…

WBOn diina irratti injefannoo cululuqaa galmeessuu itti fufe

WBOn diina irratti injefannoo cululuqaa galmeessuu itti fufe

(Madda Oduu ABO/MOA/Sadaasa 24,2012) Humni addaa WBO waraana diinaa makiinaan fe’amee amna irra ture haleeluun waraana diinaa irraa loltoota 62 ol hojii ala taasise. Tarkaanfi Sadaasa 15, 2012 Hararge Lixaa naannoo magaalaa Hirnaa bakka riqicha Meetoo ykn Jaarraa jedhamee beekamutti fudhatame kanaan humna diinaa irraa 25 oggaa ajjeefaman 37 ol…

WBOn Goodina Shawaa Kaabaa Keessa Sossoo’u Diina Haleele

WBOn Goodina Shawaa Kaabaa Keessa Sossoo’u Diina Haleele

(Madda Oduu ABO/MOA/Sadaasa 18,2012)  Sadaasa  14,2012 humni WBO Risaa jedhamuu, Godinaa Shawaa Kabaa Ona Qinbibit Ganda Darmaa bakka Dirree jedhamee beekamutti qondaalota Wayyaanee 3 ummata hiraarsuun beekaman irratti tarkaanfii maayyii fudhate. Tarkaanfii galagala wb sa’aa 8:00-tti fudhatame kanaan kanneen tarkaanfii maayyii irratti fudhatame: Siyyum Katamaa …..bulchaa Ona Qinbibit Masfin Kabbadaa…..miseensa…

Humni addaa WBO Godina Wallaggaattii Haxxeen Diina Haleele.

Humni addaa WBO Godina Wallaggaattii Haxxeen Diina Haleele.

(Madda Oduu ABO/MOA/Sadaasa 17,2012)  – Gootichi WBO Sadaasa 13, 2012 Godinaa Baha Wallaggaa Ona Haroo Limmuu bakkaa Gaattiraa Danbii jedhamutti  waraana Wayyaanee maqaaa sakattaan ummata dararuuf bobba’e irratti  tarkaanfii fudhateen loltoota diinaa 4 oggaa ajjeesu 6 madeessee jira. Ajajaan humna Wayyaanee Taaddalaa Tsiyoon jedhamu kanneen madaa’an keessatti kan argamuu fi…

WBOn Godina Bahaa Ona Doobbaa Keessatti Diina Haleeluun Duubatti Deebise

WBOn Godina Bahaa Ona Doobbaa Keessatti Diina Haleeluun Duubatti Deebise

(Madda Oduu ABO/MOA/WBOn Sadaasa 12,2012)Sadaasa  8, 2012 humna diinaa sakattaaf bobba’e haleelee akka duubatti deebi’u dirqe. Lola Hararge  Lixaa Ona Doobbaa bakka baxalaqii jedhamutti adeemsifame kanaan humna diinaa  sakattaaf bobba’e keessaa lama madaa’ee kan hafe dirqama bobba’eef dhiisuun baqaan dacha’ee jira. Humni diinaa sakattaaf bobba’e kun WBO qofaan osoo hin…