Home » Archives by category » Oduu » Oduu Gara Garaa

Sirni TPL/EPRDF Wayta Ummata Wayyaba gara Lammii Lammaffaatti gadi buusaa Jiru Kanatti, Dhumaatii Isaaniif Haala Aanjesssaa Jira.

Sirni TPL/EPRDF Wayta Ummata Wayyaba gara Lammii Lammaffaatti gadi buusaa Jiru Kanatti, Dhumaatii Isaaniif Haala Aanjesssaa Jira.

Sirni TPL/EPRDF Wayta Ummata Wayyaba gara Lammii Lammaffaatti gadi buusaa Jiru Kanatti, Dhumaatii Isaaniif Haala Aanjesssaa Jira. PEOPLES ALLIANCE FOR FREEDOM AND DEMOCRACY (PAFD) Dhumaatii Lammiilee Kurna Hedduu Dhaqqabe irratti Ibsa Tumsa Ummattootaa Bilisummaa fi Dimokraasii. Itoophiyaa keessatti haawwan, abbootiin, obbolaan, akaakilee fi firootni ammallee kan birmatuuf dhabanii sigiga lafa…

PAFD: Weerarri Liyuu Poolisii Hariiroo Obbolummaa Saboota Kuush Hin Daddaaqsu

PAFD: Weerarri Liyuu Poolisii Hariiroo Obbolummaa Saboota Kuush Hin Daddaaqsu

Duulli Sirni TPLF/EPRDF Humnoota Liyyuu Poolisii Somaalee fi Waraana Isaatin Ummata Oromoo Irratti Bane, Hariiroo Obbolummaa Saboota Kuush Lameenii Jaarraadhaaf Ture Hin Daddaaqsu. Ibsa KHR- Tumsa Ummattootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(TUBD) Addi Bilisummaa Ummata Tigraay(TPLF) bara 1991 erga aangootti dhufee kaasee mirga ummattoota cunqurfamoo Itoophiyaa keessaa baroota dheeraaf sarbameef kan falmuu…

Humnoonni Siyaasaa Itoophiyaa Hundi Biyyattii Keessatti Sirna Yeroo Cehumsaa Dhugoomsuuf Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii Waliin Akka hojjetaniif Waamicha Dhiyaate

Humnoonni Siyaasaa Itoophiyaa Hundi Biyyattii Keessatti Sirna Yeroo Cehumsaa Dhugoomsuuf Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii Waliin Akka hojjetaniif Waamicha Dhiyaate

Tumsi Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(TUBD), tumsa dhaabbilee siyaasaa Shanii ti. Dhaabbileen miseensota Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii mirgoota dimokraasii fi bilisummaa Ummatoota isaanii dhugoomsuuf baroota 20 hanga 40 falmaa gaggeessaa jiru. Dhaabbileen ummatoota biyyattii keessaa 67% bakka bu’an kunneen, baroota kana keessas dandeettii fi gahumsa jaarmayaa fi leeccalloowwan qaban gabbiffatuun…

Ajjeechaan Hammeenyaa Lammiilee Karaa Nagaa Hiriira Gaggeessan Irratti Irra deddeebi’ee Raaw’atamu Jeequmsa Siyaasaa fi Nageenyaa Itoophiyaa Daran Hammeessa

Ajjeechaan Hammeenyaa Lammiilee Karaa Nagaa Hiriira Gaggeessan Irratti Irra deddeebi’ee Raaw’atamu Jeequmsa Siyaasaa fi Nageenyaa Itoophiyaa Daran Hammeessa

  Ajjeechaa Jumlaa Sirna TPLFn Lammiilee Oromoo Hiriira Nagaa Gaggeessan Irraan Gahame ilaalchisee Ibsa Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii Mormiin Ummanni Oromoo sirna abbaa irree TPLF’n durfamurratti gaggeessaa jiru erga Sadaasa 12 bara 2015 kaasee itti fufiinsaan gaggeeffamaa jira. Ummanni Oromoo guutummaa Oromiyaa keessatti mootummaa irratti mormii jabaa adeemsisaa jira.…

Ibsa gaazexaa Kora 1ffaa Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(PAFD)

Ibsa gaazexaa Kora 1ffaa Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(PAFD)

Bakka bu’oonni Sochii Bilisummaa Ummatoota Benishaangul(BPLM), Sochii Bilisummaa Ummatoota Gaambeellaa (GPLM), Adda Bilisummaa Biyyoolessaa Ogaadeen(ONLF), Adda Bilisummaa Oromoo(OLF) fi Adda Bilisummaa Biyyoolessaa Sidaamaa(SNLF), bakka bu’oonni dubartootaa fi dargaggootaa dhaabbolee kanneenii ummatoota isaanii fi, fedhii fi hawwii ummatoota cunqurfamoo Itoophiyaa hundaa bakka bu’uudhaan Kora Waliigalaa 1ffaa Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasiif…

Dhaamsa Waggaa Haaraa HD-GS-ABO

Dhaamsa Waggaa Haaraa HD-GS-ABO

ADDA BILISUMMAA OROMOO Gaafa: 31/12/2015 Ummata Oromoo Kabajamaa, Waraana Bilisummaa Oromoo, Miseensota ABO biyya keessaa fi alaa, akkasumas, ummatoota Cunqurfamoo Itoophiyaa keessa jirtan maraaf, baga waggaa haaraya 2016 geessan jechaa, waggaan haaraan kunis kan bilisummaa fi nagaa itti argannu hunda keenyaaf akka nuuf tahu hawwiin qabu ibsa. Nagaatti aansuudhaan, lammiilee…