ታጋዮችን ኣድኖ ማሰር ሃገርና ህዝብ ለገባበት ቀውስ መፍትሄ ኣይሆንም
በምዕራብ ኦሮሚያ የተፈጸመውን ግድያ በጽኑ እያወግዛለን (የኦነግ መግለጫ –ህዳር 3, 2020ዓም) ከትላንት በስትያ ህዳር 1, 2020ዓም በምዕራብ ኦሮሚያ በዜጎች ላይ ግድያ መፈጸሙን ከመገናኛ ብዙሃን የሰማን ሲሆን፣ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ይህንን የግድያ ተግባር በጽኑ [Read More]
በምዕራብ ኦሮሚያ የተፈጸመውን ግድያ በጽኑ እያወግዛለን (የኦነግ መግለጫ –ህዳር 3, 2020ዓም) ከትላንት በስትያ ህዳር 1, 2020ዓም በምዕራብ ኦሮሚያ በዜጎች ላይ ግድያ መፈጸሙን ከመገናኛ ብዙሃን የሰማን ሲሆን፣ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ይህንን የግድያ ተግባር በጽኑ [Read More]
Qabsaawota Adamsanii Hidhuun Jeequmsa Biyyaa fi Ummanni Keessa Jiruuf Fala Hin Ta’u (Ibsa ABO –Sadaasa 2, 2020) Duula ajjeechaa suukaneessaa fi hidhaa addatti dargaggoota irratti xiyyeeffatee deemaa jiruun cinaatti adamsuun miseensotaa fi deeggartoota [Read More]
ለኦነግ ቀርቧል ስለተባለው ግልፅ ያልሆነ የስብሰባ ጥሪ መረጃው የለንም። (የኦነግ መግለጫ -ጥቅምት 29,2020) ነገ ጥቅምት 30,2020ዓም ለሚካሄደው ስብሰባ ለኦነግ ጥሪ ቀርቧል መባሉን በተመለከተ ድርጅታችን ኦነግ የተደረገለት የስብሰባ ጥሪ ኣለመኖሩንና ኣንዳችም መረጃ ያልደርሰው መሆኑን ለአባሎቻችን [Read More]
Waamicha Walgahii Ifa Hin taanee ABOf Taasifame Jedhamu Quba Hin Qabnu (Ibsa ABO –Onkoloolessa 29, 2020) Walgahii bor, Onkoloolessa 30, 2020, gaggeeffamuuf jiru irratti ABOf waamichi taasifameera kan jedhamu, dhaabni keenya kan irraa [Read More]
Ajjeechaan Dargaggoota Irratti Xiyyeffatee Oromiyaa keessatti raawwatamaa jiru, Yaaddoon Nageenyaa Daranuu Hammaataa deemuu Agarsiisa (Ibsa ABO –Onkoloolessa 25, 2020) Wayta jeequmsa nageenyaa Oromiyaa fi guutuu godinaa Gaanfa Afrikaarra gomboobee jiruun ummanni yaaddoo guddaan liqimfamee fi [Read More]
Kello Media fi OMN: Turtii Jaal Daawud Ibsaa fi Itti Gaafatamaa Damee Sab-Qunnamtii ABO Waliin Kello Media fi OMN: Turtii Jaal Daawud Ibsaa fi Itti Gaafatamaa Damee Sab-Qunnamtii ABO Waliin
Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa haala ijaaramuu Mootummaa Ce’umsaa Oromiyaa irratti ibsa kennan [SQ Onkoloolessa 8/2020] Ibsa guyyaa har’aa (Onkoloolessa 8/2020) kennaniin Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa barbaachisummaa Mootummaa Ce’umsaa Oromiyaa akeekaniiru. “Ammatti [Read More]
Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Addi Bilisummaa Oromoo rakkinoota biyyattii addattis haala Oromiyaa fi naannoo Amaaraa keessaa irratti paartilee Oromoo kanneen biroo fi paartilee siyaasaa Amaaraa waliin ji’oota dura marii gaggeessuun ni yaadatama. Mariin kunis, dhimmoota [Read More]
Kaayyoo Wareegamtoota Keenyaa Galmaan Ni Geenya! Ebla 15 (Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo) Kan 2020 Ilaalchisee (Ibsa ABO – Ebla 11, 2020) Ebli 15 Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo ti. Guyyaan kun Gootota qabsaawota keenya kanneen Bilisummaa [Read More]
Murtii fi Kutannoolee Walgahii Gumii Sabaa 2ffaa ABO (Bitootessa 18, 2020) Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (GS-ABO) walgahii isaa 2ffaa Bitootessa 16 – 18, 2020 adeemsifate. Walgahiin Gumii Sabaa ABO 2ffaa bu’aa-bahii Dhaabni Adda Bilisummaa [Read More]
Copyright @2017 Oromo Liberation Front