Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu


Ibsa ejjannoo barsiisota Dodolaa,
kokossaa, nasaboo fi seeroftaalle

1.       Gaafiin uummata keenyaa gaafii keenya waan ta`eef hanga gaafiin kun deebii argatutti ummata keenya wajjiin ni qabsoofna

2.       Qotee bultoota barattootaa fi lammiin kan qabsoo kanaaf hidhame murtii haa argatu

3.       Warri diddaa kana irratti wareegaman martii isaaniitiif beenyaan haa kafalamu

4.       H ooggantoonni maccaa fi tuulamaa kan hidhaman haa hiikaman meeshaan isaanii kan saamames haa kafalamu.

5.       N uti warri dodolaa humna keenyaa fi qabeenya qabnu hundaan ABO faana ni qabsoofna.

6.       D haamsa gootota Oromoo KAN akka J/waaqoo guutuu fi general taaddasaa birruu.
hundaatuu fiixaan baauuf qophii dha.

7.       Namoonni garaa fi jedhanii uummata walitti buusaa jiran kan akka Takkaaliny Faayee, Qaasim Jamaa fi Bakar shaalee gocha kanarraa yoo hin deebine tarkaanfiin
irra deebii hin qabne itti fudhatama.

Ergamtoonni wayyaanee barsiisota Oromoo kana akka barbadan dogoggorsuu waan hin dandeenyeef dargaggoota qonnaan bulaniif lafa isinii kennina, baratoota baruumsa xumuranii hujii hin qabneef qarshii 1500.00 isin qacarra jedhanii kadhatanillee soba wayyanootaa fi lukkeeleen itti jiran ummannii fi dargaggooti itti dammaqanii goowwomsaa isaaniif akka hin jilbeeffannee mirkaneessaniiru.

Gadaan Gadaa Bilisummaati!

Injifannoon Ummata Oromoof!!

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net