IBSA EJJETNOO BARSIISOTA GODINA ILUU-ABBAA-BOORAA
Nuti barsiisotni G/I/A/B aanaalee 8 irraa walitti qabamen kan baay’inni keenya 3000 ta’u leenjii dhaaba maxxannee OPDO wayyaanee amajjii 29/5/98 – 10/6/98 A.L.H mana barumsaa Sadarkaa 2ffaa Mattuu fi Galmaa Magaa Mattuutti geggeeffamu gabrummaa ilmaan Oromoo fi gita bittaa nafxanyummaa Abbaa irree malasee zeenaawiin hogganamu waan nutti cimsuuf hedduu morminee balaaleffachuun ibsa ejjetnoo qabxilee 9 of keessaa qabu baafachuun dhaabbilee mirga namoomaatiif falmaaniifi kana dhimmichi kallattiin ilaallattu hundatti akka nuuf beekamu sagalee tokkoon gaafanna.
Injifatnoon Ummata Oromoof!!
Gadaan Gadaa Bilisummaati!!
G/G
· Sagalee Raadiyoo Ameerikaa Qophii A/Oromoo tiif.
· Sagalee Bilisummaa Oromootiif
· Waldaa Barsiisota Addunyaa tiif
· Mootummaa Ameerikaa tiif
· Waajjira Daabbilee Mirga namoomaa tiif
Barsiisota G/I/A/Booraa