Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Ibsa Ijjannoo barattoota Uneversitii kibbaa fii maadhee Urjii walabummaa irra.

Amajjii 31, 2006 (Oromiyaa) -Haalli amma oromiyaa keessatti deemaa jiru hedduu kan nama gaddisisu waan taheef ummanni keenya xiqqaa guddaan harka wal qabatee haala kana irra aanuu akka qabu jabeessinee dhaamuu barbaanna. Haala kanarraa ka'uun ibsa ijjannoo armaan gadii kana baafanne.

1, Barattoonni fi ummanni oromoo ganna kana yeroo haara fudhannaa barattootaa harka wal qabatanii hujii qabsoo akka finiinsan kabajaan dhaamanna,

2, Ajjeechaa, hidhaa, saaminsi fi arhatamuun qabsoo irraa if duuba nun deebistu,

3, Lukkee fii wayyaanota bakka argamanitti tarkaanfii barbaachisu irratti fudhachuun dirqama lammummaati,

4, Hireen murteeffanna ummattootaa hanga dhugoomutti qabsoo bilisummaa oromoo tan ABOn hoogganamtu jalatti hiriirree dirqama nurraa eeggamu dacha dachaa akka goonu wa'ada seenne irra deebinee haarayooffanne,

5, Ummanni oromoo yoo miyyuu OPDO akka ufirraa eegu ni dhaamna,

6, OPDOn dhaaba wayyaaneeti malee kan oromoo miti,

7, ABO haa jiraatu kallachi ummata oromoo!!

 kan jedhu ibsa ijjannoo isanii dabarfatanii jiran.

 

IJIFANNOO UMMATA OROMOOf!!


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net