Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Ibsa Ejjennoo Barattoota Oromoo Mana Barumsaa Looyyaa Qidaamee (Guduru)

Amajjii 31, 2006 (Oromiyaa) - Yaroo ammaa kana Fincila diddaa bittaa gabrummaa irratti gaggeessaa turre humnaan dhaamsuuf gara biraan ammoo sossobbiin qabbaneessuuf yaaliin jaleewwan wayyaanee gochaa jiran babal'atullee nuti barattoonni M/B Looyyaa Qidaaamee walgeenyee ibsa ejjennoo armmaan gadii irratti walii gallera.

1. Oromiyaan kan uummata Oromooti!
2. Uummatnni Oromoo kan ofii isaa filateen buluu qaba!
3. Minaasee haylee uummata Oromoo bakka hin bu`u!
4. Ggumaa obboloota keenya warra mirgga uummata Oromoof
warregamanii har`a boru osoo hin jedhiin ni baasna!
5. ABOn bakka bu`aa uummata Oromooti!
6. Namoota garaa isaaniif jedhanii qabsoo uumata Oromoo dura dhaabbatuu yaalaa jiran ni akeekkachisna; kanneen keessaa tokko Tashaalee Caannaloo(caandoo) dafee ofirra garagalee yoo sabboontota Oromoo cinaa hin dhaabbatne, hin qabssoofinne fi uummata naannichaa dhiifama hin gaafannee tarkkaanffii babbaachisaa irratti fudhachuuf ni dirqamina.
7. Abboottii, haadholii, dardara fi shammarran naannichaa ammas nu cinaa ciminaan dhaabbatanii akka nu wajjin kufanii ka`an ni jajjabeessina.

Injifannoon Ummata Oromoof!!

Barattoota M/B/Looyyaa Qidaamee

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net