Amajjii 25, 2006 (Oromiyaa) - Aanaa Abbay Comman magaalaa Finca´aatti guyyaa 24-2006 ganama keessaa sa´a 10:30 boqonnaa booda polisiin federaalaa barattoota sirban maaliif sirbitu jechuun irratti dhukaasa banuun barataa Oromoo tokko kan ajjeesan ta´uu hubatameera. Barataan kun barataa Hayilee Destaa jedhama. haga oduun kun nu dhaqabeetti qaamni barataa kanaa mana buufata fayyaa finca´aa keessa akka jiru hubatame.
Polisiin tokkos duteetti maqaan poolisii du´ees Tamiruu Mosissaa Yeroo ta'u Kan mada'anii
1. Tadelaa Baqalaa
2. Takelee yadeesaa(Du'u hin oluu uyeroo amma kana)
3. Rabuma Culfaa ttii.
Kalessa galgala sa'a 6:00 irratii Waranii Birgediin tokkos naannoo kana to´achuuf akka itti bobbaafame hubatameera. Guyya immoo ´´admaa betanyi´´ konkolataa shan itti duulee jira.
Injifannoon Ummata Oromoof!!
Gadaan Gadaa Bilisummaati!!
|