Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu


UUFFATA AADAA OROMOO UFFACHUUN YAKKA JEDHAME  

Amajjii 20, 2006 (Oromiyaa) - Aadaan saba tokkoo mallattoo eenyummaa isaa ti. Aadaan mallattoo eennummaa taatet tuni taachuma garagaraatiin ibsamti:afaaniin(lugaadhaan), haala soorataatiin,sirna jilaatiin,uffataan,wolleen,dhiichisaan,akkaataa gaddaatiin kkf... Akka aadaa ifiittii uuffatuun,cidha godhachuun,ayyaneeffachuu fi kkf  mirga sabaa fi namitokkeen uummamaan gonfatu.Mirgi kuni haala kamiinuu kan hin sarbamnee fi kan hin sharafamne.Aadaa ifii leellisuun mirga dhala namaa waan ta'eef mootummaan yokiin murni kamiiyyuu mirga kana mulquu  yokiin irraa qicuu hin dande'u.

Bara  oromiyaan bitmaata Habashaa jala seentee irraa kaasee garuu  aadaa ifii kunuunfachuu fi akka aadaa ufiitti jiraachuun balleessaa  tahee laakkawamaa tureera.Isa duraan tahaa ture dhiisnee waanuma torbaan darbe kana  godina Harargee dhihaa,aanaa Daaroo Labuu, araddaa Sakiinatti raawwatame yo laallee haala armaan olitti maqaa dhahame  kanaaf ragaa qabatamaa arganna.
 
Ammajjii 10 bara 2006 ayyana iida Arafaa waan tureef uummanni araddaa Sakiinaa uuffata aadaa Oromoo  uuffatee gara dirree salaataa  sosohuuf qophii irra osoo jiruu aangawonni mootummaa Toophiyaa ''uuffata aadaa Oromoo uufatanii ayyanessuun dhoorkaa waan ta'eef uuffata aadaa baafadhaa ayyaanessaa'' jechuudhaan labsan.Haata'uu malee uummanni dhoorkiin akkanaa tuni seeraan ala waan teeteef tilmaama keessa osoo hin galchin haaluma aadaa ifiitiin uffatee gara Dirree ayyaanaa sossohuu eegale.Yeroo tana humnooti mootummaa ''uffata aadaa Oromoo uffatanii ayyaneffachuun dhorkii   ta'uu osoo beektanuu akka uummanni uffata aadaa uffatee ayyanessu kakkasitannii jirtan'' jechuudhaan ijoollee barattoota sadarkaa lammaffaa tahan:

1-Abdoo Xahaa Sa'id
2-Ahmad- Saanii Abdallaa Haajii
3-Siraaji Ahmad Bookee
4-Awwal Ahmad Wodaay
5-Bulchaa Saanii Umar
6-Abduljabbaar Saanii Umar
7-Abdii Xahaa Mohaammad
8-Iskindir Ahmad Sa'idoo
9-Na'iimaa mohaammad Awwol
10-Nadhii Haajii Mohaammad  ganamaan guuranii mana hidhaatti naqan.Kana malees uummanni uuffata aadaa oromoo ifi irraa baasee akka lafa kaawu  tattaaffii cimaa godhan.Haata'uu malee uummanni carraaqii uuffata aadaa ugguruudhaaf humnooti Habashaa godhan dura dhaabbachuudhaan dhiiraa,dhalaa ,guddaa fi diqqaan martinuu uuffata oromootiin ifi shoobee dirree ayyanaatti sirriqe.

Eega sirni ayyaanichaa xumurameen duuba ammoo hidhamuun barattoota maqaan isaanii armaan olitti caqasamee kuni seeramaleessa waan ta\'eef akka hiikamanu gaafachuudhaaf uummanni heddumminaan 393 tahu haala nageyaatiin gaafachuuf gara bulchiinsa naannoo \r\ndeeman.yeruma kana milishootaa fi poolisooti motummaa uummata nageyaan gaaffii dhiyeesse kana uulee fi duubanshuu qawweetiin garaajabeennaan tumuu eegalan.uleedhaan tumuu qofa osoo hintaane dhukaasaa banaanii nama  maqaan isaa bayyaan  Amiinoo Haasan jedhamu rasaasaan \r\nmadeessan.Roorroon humnooti mootummaa raawwatan kuni waan hadhaawaa tureef uummatilleen ifi irraa faccisuun dirqama itti tahe.Haaluma kanaan humnoota mootummaa keessaa nama tokko mataa boroqsee nama tokko ammoo luka cabseera.

Ammajjii 11 bara 2006 ammoo mootummaan Habashaa humna woraanaa fi poolisaa guddaa gara araddaa sakiinaa duulchisuudhaan uummata magaalaa guutumaa guututti dhalaa,kormaa.diqqaa,guddaa,jaarsaa,jaartiin osoo hin hafin dimshaashumaan nama 400(dhibba afur) manaa guuree toowannoo jala \r\noolchee.Ummata toowannoo jala oolee sana waan seeraan dhoowwame uuffata aadaa Oromoo uuffachuudhaan gocha dhiphummaa raawwatanii jirtan tana malees tarkanfii seeraan fudhatame dura dhaabachuudhaan farra mootummaa tahuu keessan saaxila baheera jechuudhaan hiraara qaamaa fi qalbii irratti raawwachaa jiran.

Namoota gaafa 11/01/2006 toowannoo jala oolan  kanniin keessaa  :
1-Abdoo Xahaa sa\'id
2-Ahmad Xahaa sa\'id
3-Jamaal Xahaa sa\'id
4-hamiid Xahaa sa\'id
5-worraaqii xahaa Sa\'d
6-Aliyyi Ahmad Tuulee
7-Sheeki Mohhaammad wodaay Hulloo(Imaama masigiida Sakiinaa)
8-Izzii Mohaammad Abdulrahamaan
9-Kaliil Haajii Husee
10-Mohaammad Awwol Jamaal
11-Ahmad sa\'idoo
12-Adem Mohaammad Daadhii
13-Aliyyi Idriis Mohaammad
14-jaddii aliyyi wodaayi
15-Hamzaa Aliyyi wodaayi

Eega sirni ayyaanichaa xumurameen duuba ammoo hidhamuun barattoota maqaan isaanii armaan olitti dhahamee kuni seeramaleessa waan ta'eef akka hiikamanu gaafachuudhaaf uummanni heddumminaan 400(dhibba afur) tahu  imaama masigiida sakiinaa sheek Mahaammad wodaayi Hullootinn durfamanii aangawota naannoo sanii bira deeman.Yeeruma kana milishootaa fi poolisooti  uummata nageyaan gaaffii dhiyeesse kana ulee fi duubanshuu qawweetiin garjabeennaan tumuu eegalan. Rukuttaa qofa  osoo hintaane uummata nageellicha  irratti dhukaasaa banaanii nama  Bayyaan Amiinoo Haasan jedhamu madeessan.Roorroon  humnooti mootummaa  raawwatan kuni waan hadhaawaa tureef uummatilleen ifi irraa faccisuun dirqama itti tahe.Hookkaraa fi  shorarkuma ifii kaase kana keessa humna mootummaa irraa nami tokko mataa madaayee nama tokko ammoo  luka cabeera
  
  Ammajjii 11 bara 2006 ammoo mootummaan Habashaa  humna woraanaa fi poolisaa guddaa gara araddaa sakiinaa duulchisuudhaan uummata araddaa sanii  dhalaa,korma, diqqaa, guddaa, jaarsaa, jaartiin osoo hin hafin nama 400(dhibba afur) manaa guuree toowannoo jala oolche.Ummata toowannoo jala oolee sana waan seeraan dhoowwame uuffata aadaa Oromoo uuffachuudhaan gocha dhiphummaa raawwatanii jirtan tana malees tarkanfii seeraan fudhatame dura dhaabachuudhaan farra mootummaa tahuun keessan saaxila baheera jechuudhaan hiraara qaamaa fi qalbii irratti raawwachaa jira.
  
  Namoota gaafa 11/01/2006   toowannoo jala oolan  keessaa :
  
  1-Sheeki Mohaammad wodaay Hulloo(Imaama masigiida Sakiinaa)
  2-Ahmad Xahaa sa'id
  3-Jamaal Xahaa sa'id
  4-hamiid Xahaa sa'id
  5-worraaqii xahaa Sa'd
  6-Aliyyi Ahmad Tuulee
  7-Abdoo Xahaa sa'id
  8-Izzii Mohaammad Abdulrahamaan
  9-Kaliil Haajii Husee
  10-Mohaammad Awwol Jamaal
  11-Ahmad sa'idoo
  12-Adem Mohaammad Daadhii
  13-Aliyyi Idriis Mohaammad
  14-jaddii aliyyi wodaayi
  15-Hamzaa Aliyyi wodaayi

Uummata kaan irraa adda baasuudhaan gara hin beekkaminetti ukkaamsanii dabarsaniiran.Akkasumas barattoota jalqaba irratti  gaafa Amajjii 10 bara 2006 qabamanis uukkamsanii gara hinbeekkamne tokkotti dabarsaniiran nhumnooti mootummaa Toophiyaa hidhaansaa fi hiraarsaa qofa osoo hin taane qabeenna uummataas saameera.fakkeennaaf dukkaana(mana daldalaa) 1/kaliil Haajii Huseen 2/Ahmad Xahaa Sa\'id qabeenna diina mootummaati jechuudhaan limmoon takka osoo keessatti hin hafin nakka hiikamanu gaafachuu namnesty intnhuman right watch nmootummoota naannoo addunyaa UN nmidhaa gaheef mootummaan akka gumaa  baasu


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net