Falmaa kana irratti barataan haalan miidhame keessaa barataa Eebisoo Bindhee jedhamu keessatti argama,
Namni gochaa fokisaa fi ummataan jibbamaa fi lukkummaa kana kan raawwachaa jiru fi barattoota lukkeeleef dabarsee kennu dursaa mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa giddu galeessa lammaffaa ugisoo nama Haracha Barisoo jedhamu akka ta´e hubatameera. Namoonni nafxanyummaa qabanii fi lukkee ta´anii wayyaanee deeggaruun ummta hiraarsaa jiran keessaa:
- Taddasaa Kiflee
- Abarraa Tayyee
- Tadasaa Waritu
- Hamdi Ahimed jedhaman keessa waan jiraniif ummanni Oromoo namoota kanatti akka waa hin binnee itti hin gurgurree fi hawaasa keessaa lagatuu fi balfatu hawaasni naannoo sanaa dhaammatu.
Barattoota gootummaan polisii dura dhaabbattn jedhamanii adamfamaa jiran keessaa:
- Ayyaanaa Elemoo – Barataa kutaa 7
- Ebisoo Bindhee-
- Guyyuu tissee- Barataa kutaa 9
- Gammachuu elemoo- Barataa kutaa 7
- Dadaa Gishee- barataa kutaa 8
- Mohamod Guddaa -Barataa kutaa 7
- Hayeto Gigo - Barataa kutaa 7
- Nagoo Qumbii - Barataa kutaa 7
- Amaan Waabee - Barataa kutaa 7
- Boonaa Mi´ii - Barataa kutaa 5
Keessatti argamau. Kanneen biroo barattooti 50s akka barbaadamaa jiran hubatamee jira.
Qonnaan bulaa keessaa namoonni adamfamanii hidhamuuf wayyanootaan barbaadaman keessaa:
- Bimmee Nunaa
- Naga´oo Tissee
- Xi´urru Tissee
- Badhaasoo Nunaa
- Mohamod Kadir
Kan jedhaman keessatti argamu, yoo polisoonnis ta´e abbaan fedhe nama Oromoo ta´ee hidhuuf itti deemee Oromoo iyyee iyya walii dabarsuun walii birmatee akka irraa wal buusuu hawaasni irratti walii galee jira, yoo namani hidhamees wal gurmeessee itti deemuun mana hidhaa cabsee akka keessaa wal baasu ummanni hoo jedhee wareega barbachisu kafalee qawwee lukkeelee fi jalee irraa booji´uun jilbeenfachiisu jabinaan walii dhaamaa jiru.
Amajjii 4- 2006 aanaa Asaasaa keessattis diddaan barattootaan jalqabamee barattoonni dura taa´aan mana barnoota sanaa waan mirga barattootaatti bu´eef of irraa deebisuun alaabaa wayyaanee buusanii ciranii gatanii jiru haala kanaan dura taa´aan mana barnoota sanaas waa reebicha xinnoo hin argatiin hin oolu, haala kana irraa kan ka´e wayyaanoonni barattoota 30 hidhanii jiru.
Amajjii 4-2005 Zoonii baha shawaa Aanaa Arsii Nagallee keessattis walitti bu´insi Nafxanyaa fi Oromoo gidduu ta´een gama Oromootiin wareegamni nama afuri(4) akka jiru hubatameera. Haala kanaan Barattoonni Arsii nagallee ajjeechaa, reebica, hidhaa fi dararaa sirni abbaa irree fi sirni waanjoo gabrummaa irra kaahe kanan miidhaa ummata Oromoo irratti gahaa jiru kana yaadachuu fi gadda dhimma kanaaf qaban muldhisuuf mataa haaddachuu, uffata gurracha uffachuun gadda isaanii muldhifachaa jiru.
Nama lukkee fi basaasaa wayyaaneef hojjetu irratti amajjii 6-2006 ummanni tarkaanfii fudhachuu itti fufeera, haala kanaan aanaa shashamannee keessatti hojii lukkummaa kan hojjechaa ture nama Tashite Tuna jedhamu Adamaatti tarkaanfiin irratti fudhatamee bakka dhaloota isaatti ganda qonnaan bulaa waandrbee keessatti akka sirni awwaalchi isaa gaggeeffamu beekameera, sirna awwaalcha lukkeelee kana irratti hawaasin akka hin argamne dhaamsa dabarfachaa jiru.
Injifannoon Ummata Oromoof!!
Gadaan Gadaa Bilisummaati!!