Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Fincila Didaa gabrummaa Godina Lixa Wallagaa

Amajjii 2, 2005 (Oromiyaa) - Godina lixa wallagaa keessatti dargaggootii fi barattoonni Oromoo diddaa isaanii itti fufuun karaa cufuu jalqabuun isaanii beekame.

Haalli fincila diddaa gabrummaa lixa wallaggaa keessaa wan jabateef Oromoo dinaaf hin jilbeeffanne hidhuuns itti fufee jira, sabbontota Oromoo waraqaa akeekkachiisaa facaastaniittu jedhanii hidhaa jiru. Ammoo namoonni ammallee nama hidhan akka of eegan sabboontonni oromoo dhaamsa dabarfatu.

Galagala yeroo biiftuun seentu sa´a 6:00 irraa kaasee namni akka mana mana isaatti galu reebuun itti fufee jira, magaalaa Gimbii fi aanaalee lixa wallaggaa keessa jiran halkan keessaa sa´a 5:00(11:00) ka´anii waraqaa faca´uu fi maxxanfamuu fi faca´u funaanuun hojii isaanii ta´ee jira.

Diddaa Amajjii kana irratti jalqabames amajjii 1-2006 irratti eegaluun bifa harayaan jalqabmeefis bakka bakkattis daandii cufaa akka oolan hubatamee jira, haala kanaan bakka walo yasus, gafaree fi biqilaal irratti akka daandiin cufamee ture gabaasni nu qaqabe muldhaisa.

Barsiistotaa fi ummata hedduu hidhanii akka ma´ikalawiitti geessa jiran hubatameera. Gama biraan akka karaa waldaa fi jaarsolii barattoonni mana hidhaa jiran otoo hin hiikamiin barnoonni eegalu lukkeeleen akka dhama´aa jiran bira gahamee jira.

Gadaan Gadaa Bilisummaati!!

Injifannoon Ummata Ormoof!!

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net