Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu


Dhaamsa fincila diddaa gabrummaa!

Amajjii 1, 2005 (Oroimyaa) -  Qotee bulaan baha Shawaa fincila diddaa gabrummaa karaa adda addaan ibsaa jira. kunis walgahii OPDO diduudhaan, jala deemtota wayyaanee waliin hiriiruu diduun fi jireenya hawwaasummaan ala gochaa jiru.

Magaala baatuu fi naannoo isheetti sababa barattootni mataa haddachuu fi shaashii gaddaa marachuun gadda obboloota isaaniif agarsiisaniin maatii walitti qabuudhaan maatii doorsisan illee, maatiin akkana jechuudhaan diddaa isaa mul'isee jira

a. mataa haaddachuu fi shaashii gaddaa marachuun mirga

b. ijoollee keenya ajjeesaa gadda nu dhorkachuuf ijoollee keenya dararuun keessan qaanii fi safuu dhabuu keessan.

c. Gocha keessan kanaaf immoo seenaan gaaf tokko isin gaafata jechuudhaan dabballoota wayyanee afaan qabachiisani gaggeessanii jiru.

Lixa Oromiyaatti garamalee kan finiinaa jiru tahuu isaa, waliin wal qabatee, gaafa 27/12/2005 irraa kaasee mana Barumsaa Sadarkaa Lammaffaa Shaambuu keessatti barattoonni Alaabaa Habashaafi ergamtoota Wayyaanee gadi buusanii erga gubanii booda,Faajjii Adda bilisumma Oromoo fannisanii itti marsanii Dhiichisa sirbaa kan jiraniifi Dhagaadhaan nama itti bu`u irraa eegaa jiraachuu isaanii oduun naannoo sanaa unu gahe irraa hubanneerra. Kuni hanga kaleessa mudde 30-2005 galgalaatti kan itti fufe tahuu isaa beekameera.

 

IUOf!!

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net