Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu


Fincila diddaa Gabrummaa

Diddaan gabrummaa Barattoota Oromoo mana barmusaa Oliqaa Dingiluu fi mana barumsaa Qeellam keessatti hardha gageeffamaa oole.

Amajjii 4, 2005 (Oromiyaa) - Guyyaa sa´a laaqanaa irratti gootonnii barattoonni Oromoo Dambi Dolloo diddaa isaanii muldhisuun dhaadannoo isaanii qabatanii bahanii jiru. Gaaffii barattoonni Oromoo Oromiyaa mara keessatti kaasaa jiran keessaa hirmaachuun diddaa isaanii akka jabeessanis himame jira.

Dhaadannoon isaan qabatanii bahan keessaa:

  • Tigreen sabni bicuu nu hin bulchitu, mirgi hiree murteffannaa ummata Oromoo haa kabajamu!
  • Hidhamtooti siyaasaa Oromiyaa mara keessatti hidhaman hatattamaan haa hiikaman!
  • Minaasen fi Tigreen nu hin bulchani!
  • Namoonni barattootaa fi Oromoo seeraan ala ajjeesan, hidhan, hiraarsan seeratti haa dhiyaatan!
  • Oromoo hidhuu fi ajjeesuun haa dhaabbatu! Abbaan biyyummaa Oromoos haa mirkanaahu! Kan ja’u keessatti argamu.

Diddaa kana irratti polisoonnni konkolaataa lakkoofsa targaa 001467 olii gadi fiigaa akka barattoota reebaa fi hidhaa turan hubatamee jira. Haala kana keessatti barattooti Oromoo falmaa isaan mirga isaaniif godhan keessatti uleedhaan rukutamanii kufan, kan harki cabee fi miidhamni adda addaa irra gahe ni jira.

Polisoonni diddaa kana bifa kanaan qabbaneessuuf yaaluun isaanii mirga dhala namaa akka sarbaa jiranii fi gaaffii ummataa irraa ol aantummaa tigree tiksuuf bakka kennuu isaanii mul’isa. Kan isaan waliin hafu garuu, ummata malee ilmaan Tigree akka hin taane hubatanii gochaa isaanii fokkisaa kana dhiisanii akka qabsoo ummata isaanii cinaa hiriiran dhaamsa dabarsanii jiru.

Injifannoon Ummata Oromoof!!

Gadaan Gadaa Bilisummaati!!

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net