Onkololeessa 5, 2006 (Oromiyaa) - Godinaa I/A/boraa Onaa Beddelle kesaatti baraattoota kutaa 9ffaa olii wal ga’if galma beedee eelee, bakka jal meedaa jedhamutt, mana baruumisaa Adisuu fi mana baruumsiaa Ras Dastaatti waman jennaan barattoonni jal medaati walitti qabaman mataa dureen wal ga’I kenyaa maali? Yeroo gaafatanitti lukkeewwan nagaa fi tasiigaabi fiduu dha Yamuu ittiin jedhan baraatoonni obboolaan keenyi otoo du`aa jiranii nagaa fi tasgabbii maliitu jiraata? Kanumayyuu nu waliin marihachuuf jalqaba durigoon nuuf kaffalamuu qaba jedhanii akka diinnii fi lukkeen Oromoo waliin haasahuuf illee gatii baasuu qabdu itti himanii jiru.
Durgoon warri isin nu walitti qabee wayyaanotaaf ujummoo ta`ee nu ajjeesisuuf durgoon kaffalamaa sababa durgoof jecha nu ajjeesisaa fi nu fixaa jirtu, nuti ammo sababa lukkee fi mootummaan nu hin beekneef durgoo dhabna? Nuuf isin warra gumaati isin waliin haasahuuf jalqaba gumaa baasuu qabdan waan durguu waan xinnoo dha jechuun itti himanii jiru. Barattooni mana barumsaa ras Tasaammaati walii ga’anisi gaffiwwan jajabaa danu gaafaatani debi dhabaaniru.
Gaafa 17/6/98 ALH dabballoota wayyaanee (Abitamuu Tawaliide mana mare magaala bedelle ta’ani fi barisiisaa tasifaaye fi Adunyaa jadhamanuu ari’aniruu jarris baqatanii tarkaanfii irratti fudhatamuuf jedhe irraa miliqaniiru. Yeroo sanati barisioon kutaa 1-6 barsisaa jiraan uffata mana barnootaa keessatti uffatamu of irraa baasani mana barumisaa gataan baqaatan ba’aniruu.
Baraatanis sa’a 4-5 gidduu Malaasituu du’e jadhani gurra qabatanii yamuu iyyaan baraatonni kutaa 1-6 baraatan ya’ani itti dabaalamani iyaaniruu halumaa kanaan uummanni magalaa beddee-eelee iti ya’ani dirimataani degaaraniru. Sa’a tokko oliifi iyyaa mormii iyyaan dhagisisaa turaniruu.
Haalumaa kanan sirba Oromoo hoo hee korma guduruu Oromoon lencumaa duruu. Jachaa Siribaa hiriraa galaani gara mana marii anaa bedelle dhaqaani debii gafii kenyaa nudeebisaa jennaan amaa namni gaaffii keessan isinii deebisu hin jiru adamaa demaniru numoo deebbii kana deebisuuf humina kenyaa olii jadhani Iyyaa hiriraa galaan garaa magaalaa yammu dhaqaban polisiin marise bittinneesuuf yaallaan dabballoota wayyaanee waliin wal dhibdeen guddaa dhalateera.
*********
Kolleejjii barsiisota Adaamaa keessatti lukkeeleen diina jala kaahatanii Oromoo irratti miidhaa gessisaa jiran saaxilaman. Isaanis:
1.Jamaal Kataboo hojiin isaa Barsiisaa 2. Tasfaayee Mokkonnon Barsiisaa 3. Barasaa Asaffaa Hojjetaa 4. Kaliil Badhaasoo Muummee Afaan oromoo waggaa 3ffaa 5. Nigaatuu Taammiruu Muummee Afaan Oromoo waggaa 2ffaa 6. Yaasiin Qaasiim Muummee Afaan Oromoo waggaa 3ffaa 7. Amaan Huseen Muummee saayinsii uumamaa waggaa 3ffaa dha.
Lukkeeleen kun gochaa qaanessaa itti jiran irraa akka deebihan sabboontoti Oromoo dhaamanii yoo gochaa isaanii kana irraa deebihuu hin daneenye tarkaanfiin lukkee irratti fudhatamu akka isaan eeggatu sabboontonni Oromoo akeekkachisanii jiru.
*********
Namni Goshuu jedhamu barsiisaa (directora) mana barnootaa Qanyii Dalasaa kan ta'e , anaa Midaa Qanyii jechuudhaa lukkee wayaanee waan tureef halkan kibxata darbe galgala humna hin beekkamneen tarkaanfiin irratti fudhatamee jira. Llukkeewwan fakkatoon naannoo calliyaaf midaa keessa jiran hojii akkanaa irratti bobba'an tarkaanfiin kun waan isaan eeggatuuf akka atattamaan hojii akkanaa dhaaban sabboononni Oromoo akeekkachiisu!!
Injifannoon Ummata Oromoof!!
Gadaan Gadaa Bilisummaati!!