(Madda Oduu ABO/MOA Amajjii 2, 2011) TAmajjin tokko Guyyaan WBO seenaa qabsoo Uumata Oromoo ABO’n geggeefamu keessatti bakka gudddaa kanqabuu fi bara baraan golee Oromiyaa fi Oromoota biyaa ambaa adda addaa keessa faca’anii jiraatanii ni kabajama.Guyyaa WBO mirgaa fi Oromummaa WBO nu gonfachiisaan yaadachaa fi falama abbaa bi yyummaa Oroof jabaannee qabsaa’uuf guyyaa waadaa keenyaa itti haaromsinu dha.
Kanaaf nutiis Misensoonfi degartoon ABO kuta New Zealand keessa jiraanu guyyaa kana ilalchisee konyaa jiru keessatti sirna ho’aan kabajanee holeera.Walgahiin kun akkuma adaa Oromootti ebba mogudotiin baname faruu Aalabaatiin cufamee jira.
Walgahii kana hasadhaan kana bane duraa’taa Kuta Neazland yeroo ta’u. Itti anudhaan Guyyaa WBO kana ialchiise MGS fi itti gafatma BBA-J/Gaashuu Lamesaa guyyan kuni malif akka kabajamu Ibsa bal'aan kenani jiru.
Akkasumas Hambaa qabsoo bilisummaa Oromoo kan ta'an J/Dhugomsaa dhugaasaa karaa sararaa paltalkiitiin Uummata Oromoo hundaaf hasa'a godhanin barumsaafi ergaa ciccimoo Uummata Oromoof dabrsani jiru.
Kantii hasudhaan bakka buooni konyaa walduraa dubaan ibsaa balla kenanii jiru,aksumaas walgahiin kun kara saraara paltokitiin Uumman Oroomoo adunyarraa jiru akka irraa qoda fudhatu godhamee jira.
Injifannoo Uummata Oromoof!!!
Gadaan gadaa Bilisummaati!!!
Miseensota ABO Kutaa NZ.