Bitooteessa 11, 2007 (Oromiyaa) - Tarkaanfin suukanneessan mootummaa Wayyaanetiin ummata Oromoo tirra gahaa jiru yoomiraahuu caalaa hammaachaa dhufe.
Mootummaan Tigree Oromoota lakkoofsa hin qabnnee gara jabinaan tarkkaanffii suukanneessa irrati fudhachaa jirti. Haaluma kanaan Oromoota hedduu sababaa tokko malee ajjeesuudhan akka bineensan nyaataman taasisaa jirti. Oromoota kanneen keeysaa Dubree Ormoo tan taate Aayishaa Aliyyii Mohammad tan suuran isii kanaa gad jiru keeysati argamti.
Oromoota biroo kanneen ajjeefamanii awwaalcha dhabanii Bineeni alati nyaate akka armaan gaditi tarreeffaman kana
Lak |
Maqaa |
Umrii |
Saala |
Araddaa |
Aanaa |
Sa/Barumsaa |
1. |
Ayihsaa Aliyyii Mahammad |
14 |
Dha |
Mi’eesso |
Mi’eesso |
|
2. |
Ahmad Mahammad Kurree |
70 |
Dhi |
“ |
“ |
|
3. |
Adam Abdukariim |
32 |
dhi |
“ |
“ |
|
4 |
Adam Ammee Yaasuuf |
35 |
dhi |
Huusee |
“ |
|
5 |
Ahamad Abrahim (boruu) |
30 |
dhi |
Mi’eesso |
“ |
|
6 |
Mahamad Eeliyaas Guutoo |
28 |
dhi |
Daalachoo |
“ |
|
7 |
Yaasuf Ibroo |
34 |
dhi |
Asabooti |
“ |
|
8 |
Ahmad Abduraman |
37 |
dhi |
“ |
“ |
|
9 |
Abdallaa Mahamad Beruu |
25 |
dhi |
Faayoo |
“ |
Kutaa 10 |
10 |
Mahamad Aliyyii Turee |
30 |
dhi |
Ciro |
Ciro |
|
11 |
Adinaan Mahammad |
22 |
dhi |
Galamso |
Habroo |
Kutaa 10+2 |
12 |
Ahmad Mahamad |
36 |
dhi |
Gubbaa Qorichaa |
Gubbaa qoricha |
|
13 |
Ahmad Korreaa |
- |
Dhi |
|
Doobbaa |
|
14 |
Ahmad Aliyyii |
14 |
Dhi |
Doobbaa |
Doobbaa |
Kutaa 8 |
15 |
Ahmad shankoor |
18 |
dhi |
|
Xuullo |
Kutaa 10 |
16 |
Ahmad Eeliyaas |
- |
dhi |
|
Mi’eesso |
|
17 |
Ibrahim Badhaasoo |
- |
dhi |
|
Habroo |
|
18 |
Mohammad Saanii |
- |
Dhi |
|
Doobbaa |
|
19 |
Ahamad Abraahim |
- |
dhi |
|
Mi’eesso |
Kutaa 9 |
Warreen Sababaa Tokko Malee Kampii Mi’eessotti Hidhaman
1 |
Usmaan Tuqoo |
|
|
|
|
|
2 |
Bokkuu Burtaa |
|
|
|
|
Barataa Universitii Haroomayaa |
3 |
Abdallaa Mahamadee |
|
|
|
|
|
4 |
Husseen Ahmad |
|
|
|
|
|
5 |
Kaarruu Bishee |
|
|
|
|
|
6 |
Badhaasoo Mahamad |
|
|
|
|
|
7 |
Abdallaa Abraahim |
|
|
|
|
|
8 |
Aadam Abdullaa |
|
|
|
|
|
9 |
Yaassin Ibraoo |
|
|
|
|
|
Warreen Sbabaa Tokko Malee Miidhan guddaan Irra Gahee akka itti yaalaman dhaban
- Ahmad Abdullee
- Mahamad Habroo
- Abdujaliil Abdallaa
- Mahamad Sofiyaan
- Abdallaa Dawid
- Ibsaa Aadam
- Mahdii Aliyyii
- Gadaa Mahamad
- Kalid Aliyyii
- Kimiyaa Aadam
- Faaxumaa Mahamad
- Muntahaa
- Faaxumaa Zaaraa
Gochaan suukanneeysan diinni Oromootarraan gahaa jiru kun yoom irraahuu caalaa ummanni Oromoo akka muratee qabsoo isaaf hiriiree bilisummaa Oromoo as dhiheeysu godha malee QBO boodati hin deebisu.
Injifannoo Ummata Oromoof!!
Gadaan Gadaa Bilisummaa ti!!
|